Nagaa jirtu?
Qeerro G.Geephaa Sadani fi G.Geexaa Bakkee
Tokkumma :Ofi ta'a ofi tanaa biyyaa oftatee ijaara. Qeerron qeerransa biyyatti beekuu qabna
""""Jirtu qaqalii ijoollee keenya""""
Warraa Geeppa fi Geexaa
Dimtuulee dabaalatee
Warraa Garaasu Dhukii
Warraa murteessuf hin ariifanee
Murteessinan du'a tatii malee warra keessa hin deebiinee
Warraa jaalalaaf malee bakka hin qabnee jibbaf
Warraa Amboof Walisoo ijoollee oromticha
ka'ii wal kakaasii
dhaloota eegnu hin qabnu misooma GEEPPAF GEEXAF.
Jirtu?
Akkam Jirtuu?Nagaa Keessani Miseensooni Garee Kana!
Miseensa Haara Itti Nuf dabaaluf Invite Godha Qabdanimoo Karaa Garee Kana Share Nuf Godha.
Harka fuune akkami jirtu ijoolle keenya ????
21/11/2017
Ijoolle kaa'aa yoo nu kanee malee A/S/coqoorsa gaafi uummaata keenya deebiisa hin jirtu.Kanaaf nutti ijoollen Gandoota kannen lamani karaa nagaa ta'een gaafii mirga gaafachun nura eegama.Gandii fakkeenyumma qabu malif bu'uuraalee misoomatin rakkaati?? Kun deegaarsa qaama bira osoo hin tane dhimma jiruf jireenyatti. Aanaa Kenya keessatti wantootni mul'atan wanta baay'ee nama jibbiisisudha.Kanaaf jabaadha waltanaa harkaa walqabanaa jarsaa jartii beekaa walaala osoo hin jenne qote bultootalee jajjaabeesinee jijjiramaa agaarsiisun dirqamaa Kenya,waljajjaabeessa. bula #
Haga clic aquí para reclamar su Entrada Patrocinada.
