k**al galchuu. oromoon kan abo fi alaba abos jalatuf kaayoo kalessaa saniif jalatan male warrii har'aa kun galmaan nu gaha jedhe ummanni amane miti jedhe. hhhhh. ergaa akkaas tate giirriisoonniif k**al galchuus maliif nuti yoo barbanna guyyaa takkati motummaa kana angoo irraa buufna jedhe lafa dhiitaa re?.
ergaa kaayoo ummanii kalessaa waregameef san jarrii kun galmaan hin genyee tahe maaliif. giirriisoonni. KFO. ABO. PBO Deggaruuf lafa dhiitu re?.
ergaa akkaas taate maalif motummaa irratti dultaan re?.
duraas nuti giirriisootaf xawalwaalle maqaa ABOtin dhaaba 50 hundesseef har'aas angoof homa hin tane minnaga jiru kana karaa irraa dabsuu qabna qeerroon bilisummaa oromoo.
OBS.
Abdii bilisummaa OLF.
Qabsoon bilisummaa oromoo hangaa mirgii hiree murteffaannaa ummaata oromoo sabaa isaattiin hin kabajamnetti qabsoon itti fufaa.
Hangaa Abiyi jiru oromoon ni jiraa.
Hangaa oromoon jimmaa jiruu
abiyi ni jiraa.
Hangaa moootiin giirrisaa jiru oromoon gabrummaan ni jira.
Hangaa gabrummaan jiru mootiin girriisaa ni jiraa.
Gabrummaan bannaan mootiin giirriisaas bade.!!
>>>
01/06/2020
Ijjaannoof muraanno Tayyee danda'a fi mooti giirrisaa.
ijjaannoon tayyee jal qaba hangaa ammaatti waa tokko irraatti tiyyeefata.kan oliif gadii hin jennee.kessuma OPDO hanga ODP ti gaheen inni baha ture bayyeedha.kana kessaatti kaayoo tokkof yaada tokkoof dhaaba isaatif faalmata.Jawar mohamed guyyaa tokko dhaabbile oromoo waliti buusa.guyyaa tokko jarmia bilisaa nu baasu nun barbachisu.oromoon bilisoome qabsoon injifannoon golabame.ammaa booda oromoo qawwee qabate deemu hin feenu.gurbaa marroo jedhaan sanitis hime.Oromoon bilisoome jiraa jechaa turee.tolee ka ammaa enyuu ijjanoof muraanno qaba duuba.?
Kanaf giirriisaaf warraa baanda waliin hin giirrisuu ani du'een bada male.giirrisoota kaayoo hin qabne.warraa dantaa dhunfaaf lafa dhiitaan waliin giirriisuuf ani yeroo hin qabu.
Booddee giirrisootaf ilmaan baanda booda arguun kiyyaa hin hafu.
01/06/2020
Beekumsii ilman giirrisoota hubannoof muxannoo dhabuu irraa baanda jala yaa'aan.caala bultum.kadir martu.jafar ali fi namoota biraas sababa mootii giirrisaa ykn diqalaa yamani kan enyummaan isaa hin beekamne sana deggaru didaniif wallistota qaroo ijaa oromoo taate irraatti duulan.bu'aa wallistonnii bufteef kan mootii giirrisaa walittuu hin dhufuu.waan mootiin giirrisaa hojjaate hangaa kophee jaraa kana gatii hin qabu.
Waliti debina...
.🐅
Nuti kalees har'aas kanuma.
Dantaa dhunfaaf warraa maqaa saba oromoo balleessaa miti.
giirriisoota gurraattii calaw.
26/05/2020
Shiirrii Giirriisoota milkii hin qabu!.
Shira dalaguun kan beekamu mootiin giirriisaa.jeequmsaa yeroo dheeraaf biyyaa kessaaf biyyaa alattii godhaa bahee fashalsiinerraa.yeroo bayyee motummaaf dhabbiilee siyaasa gargaar faagessuun milkii dhabbiilee sadani gatii malee haaanbisera.ooloolaa yeroo dheeraa waan hin jiirree ni jiraa jedhe soba dhugaa fakkessuun ummata kenyaa soba ture.filmi adda addaa hojjate ka'ee motummaatu hojjate jedha.yokan ABO tu hojjate jedha.sunis fudhatama dhabe.oso haala kanan deemani bultii nama diigutti bahaan.jarsaaf jartii addaa baasuuf waan takkaa sabaf sab-lammii kana kessaatti takka dubbaatame hin beekne dubbaatan.ammaas shiirri giirriisoota jarsaaf jartii addaa baasu dadhaabnan ilmaaf abbaa addaa baasutti ceehan hhhhh😆.Kanas qeerroon gatii dhabsifte.ofii shiraa daangaa hin qabnee hojjaatani motummaa hojjaate jedhu.fakkenyaaf motummaan sagantaa addaa gaafa baldariti qophessee warrii sagantaa san irraatti argame namoonnii gariin bifaa walalootin oromoon maangaa ykn hoomaa jechuun saganticha miidhaagfataan.sagaantaa san motummaa qopheessee jedhe mootiin girriisaa.wal gahii sanumaan wal fakkatu kan KFO mootiin giirriisaa dhiiyeessee irraatti sabaf sab-lammiin akkaa waliin hin jiraanne haasaa jibbiinsaan saganta san miidhaagfata olaan.as kessaattii mootiin giirrisaaf qaama motummaa irraayi maal hubattu.?.
Kana jechuun mootiin giirriisaas saganta qophessee.rakkoo sabaf sablammii kana waliti buusu hojjatera.motummaanis hojjatera.Duuba giirriisoonni sagantaa sana jawar hin qindesine namni dhunfaa tokko waan barbade jedhe komii ni dhiiyeessaa jedhera.ergaa akkaas tahee motummaniis sagantaa san hin qophessine jechuudha.akkaa haasaa mootii giirriisaati.namni barbade akkaa barbade dubbata walgahii irrattii ergaa tahe.intallii maanga jete oromoo arraabaitees mirgaa ishiiti akkaa feete ha dubbatu jechuudha ka motummaan saganta san hin qophessine?.
mootiin giirrisaa ofi gaarii of godhe nama biraa mo badaa godha.shirrii mootii giirrisaa waan dangaa qabu miti.araraa motummaaf Adda bilisummaa oromoo jidduuti godhamuuf yaala ture irraa kaasi.hammaa tokkomuu parti sadaaniitti kan dhowwee mooti giirriisaati.Gurbaan was waasiil kannaas jedhani sani kan nama ardiniis abarte.warraa oso facaase hin biqilleef sani jawar mohemmad.Yeroo biraa waliti debina..
"hundafu kadir kadirima.
Mucaan isaas k**a kadirii.shirrii giiriisoota shiim.daaara bubbeen fuute.
Pejii Abdii Bilisummaa OLF.jedhu hordofa .like shared godha.Walitti debina.
25/05/2020
: Falmattoota hangaa wareegama Lubbuutti Saba Oromoof of kennani Qabsoo keessatti qooda olaanaa dorgommii hin qabne bahan gootota qabsayota Fakkeenya Oromoof Oromiyaa irraa darbanii Afrikaafi Addunyaaf fakkeenya ta'an Qaabsaa'oota Oromoo Bebbekamoo fi Jaalatamoo Urjii gaafa lolaa hin dagatiina Oromoo!!
kan akkaa
-abdii raggasa.
fufaa.
kabbada.
Geezexeessaa Dassuu Duulaa, Waaqoo Noolee. Bilisummaa Araarsaafi ilmaan oromoo kan biraatiifis sagalee tahaa.giirriisoota
Moootii giirriisaa qofaa hin eegina.
Halkaan gaarii.
25/05/2020
Injifachuuf bu'a bayii mootiin giirriisaa godheef falashala'uu miseensota gurmuu mootii giirriisaa.
Mootiin giirriisaa fulbana dhufuu anatu mootummaa tahaa jedhe halkaanif guyyaa eegus hallii ademsaa isaatif imammannii isaani kan isaan injifachisu miti.Kana kessaattii mootiin giirriisaa.giirriisoota akkaa yaya bashir bayyee horaate.kanan alaas hirmattoonnii isani ijolee umrii ishii waggaa 18 gadiif irraaa caalan ammoo shamaraan biyyaa arabati😂😆hhh.
kuni moo carraa filannoof motummaa ceyumsaaf nama hin saaxilu yoo jequmsaaf nama saxile male.kana jechuun ijooleen filuusif filachiisuufis carraa hin qaban waan taheef.akkasuma cuuceen biyyaa arabatiif biyyoota biraa kessaa wacanis rakkoo kanaf fala tahuu hin danda'an.waanti isaan dandayaan yoo jiraate jeequmsaaf nama arraabsu qofaadha.kanaf har'aa waanti hiribaa male mootii giirriisaa bulchaa jiru bayyiina giirrisootaa media isaaf toora FB isaa jala deemani dibbee tumanif kuni waan boru isaa waliin bakkaa filannoo saniti argamani isaa filaatu seehe kkkkk kunis abjuudha.walumaa gala mootiin giirriisaa duula bakkota bayyeeti godheen komiin male milkiin akka hin gallee argine.warrii duraan abdii isa eega turees baraa innii motummaa waliin ta'ee ummatan bilisoomne jirraa.qabsoon nun barbachisu.jarmia bilisa nu baasu hin barbannuu innii jedhaa turee qeerroon bilisummaa oromoo warrii duraan shiraa isaa hin arginiiif summii innii baate deemaa turee hin hubatin xawalwallee tahuu beekani qabsoon dandii soba cufame jiraa jedhaniin.ammaas hin qaanfatu duraan waan akkas jedheef na shawwaadan jedhe hhhh ni kijibaa bar.fakkeesse buluuf.dhiigaa nyaadhu ati jedhani.fakkessaaf oloollii sobaa yeroon isaa dabruu itti himaa turree ammaas itti himaa jirra.
Kanaaf anatu filatama jechuun isaa giirrisoota biyyaa arabaa kessaa distii korkaasa harkaa dhooftuu kun waan isaa fialatan itti fakkate.abjuun baraa beela biddeen biddeen jetii jedhu miti re.?baraa beela'uuf deemaantu natti mul'aata giiriisoonniif diqaloonnii giraazmach hunduu ishiitu.
ODPO kalessaa mootiin giirriisaa imannaa qeerrootu ittii kennaame jedhuu suni har'aa waan jedhaan dhagessaan kaa ilala kaa.!!
Ummanni Oromoo gaaffilee dimookirasiifi wolqixxummaa, diinagdee, eenyummaa fi abbaa biyyummaa qaba. Kanaafis woggoota lamaan dura woreegama qaqqaalii kanfalee injifannoo goonfachuuf qaccee irra gahee ture. Qaamni gaaffilee ummanni kaase kana fuudhee, amanee deebii ni kennina, tasgabaya, obsaan eegaa jedhaa ture hardha ija babaasee "Ummanni Oromoo gaafii addaa hin qabu" jedhaa jira. Egaa 'Badhaadhinni' jedhan kana taanaan funyaaniin nu haa bahu.
Haga clic aquí para reclamar su Entrada Patrocinada.
Localización
Categoría
Contacto la empresa
Teléfono
Página web
Dirección
FINFINNEOROMIA
