05/05/2018
Nashiidan Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Vol-30 Bara 1439 jira moo hin jiru ???
Baatin Kabajamaan Ramadaan Marfate Yeroo Dhihaatu Gaafiwwan Hawaasa keenya irraa Baayinaan Gamma Raadiyoo Daandii Haqaa - RDH dhihaatan Dhimma Nashiida Ustaaza keenya kabajamaaf Jaalatamma Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaat .
Akkumma Beekkammu Ustaazni keenya Bara kana hamma Hawaasni keenya shiira diinatin qe'eef qabeenya issa irraa buqaafame Sirnaan boqonaa argatanii mana issaani tasgabaahani hin teenye . akkumma hundii keessan agartani oliif gad yeroo isaani fiigan gabaasale nut dhiheessa tureef maxaansa toora fuula facebook isaani irra hubachuun ni dandahamma .
Maree Ustaazni keenya haala kana keessat wanta nu barsiisan san Bara kanat Hawaasa isaani jaalatu bira ni dhaqabsuu moo dhiifamma hawaasa gaafatu laata ?
Murteen Ustaaza keenya maal akka tahu kan dhagahuu barbaadan , kan Ustaaza keenya jaalataniif kabajdani akkasummas ifaaje isaani hawaassa keenyaf qaban kan keessot beektan hundii Qalbii Qulqulluun share , like , Salaata keessan keessat ( comment irratis ) Du'aaii bareedu nuuf taasisaafi .
Deebin Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa maaluma taha laata ?
Guyyaa Boru Toora Irrat Nu Eegadhaa ...

14/06/2016
19/05/2016
13/05/2016
08/05/2016
28/04/2016