Oromia

Oromia

Share

π‘π„π†πˆπŽπ 𝐨𝐫 π‚πŽπ”ππ“π‘π˜ βœͺ

βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
βœ… Oromia Country βœ…
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ… Oromo Country - Oromia
aslo aims at promoting tourism across
Oromia.

Oromology is the study of history and
cultural heritages of great Oromo nation
Oromo nation is one of the Cush*tic groups
in Africa_
Oromo Country - Oromia is a reliable sΓ­te
and dedicated to sharing history and culture
of Oromo people. Please note that, this page doesn't
encourage or share biased information and
hate speech to our viewers
We don't claim any of the Pictures
ownership
"Gadaa is an

Photos from Oromia's post 01/07/2024

Qondaalli kun Gaazexeessitoota Afaan Oromoo keessaa Gaazexeessaa jabaa bara kanaa keessatti dorgommiif dhiyaateera.

Badhaasa Miidiyaalee fi gaazexeessitoota dorgomsiisuuf dhiyaate kanaan Miidiyaaleen Oromoo Miidiyaalee naannooti jedhame hafus bakki banaan tokkichi argamee dorgomaa tokko uummanni dhiibbatee galcheera.

Badhaasa damee filannoo Uummataa jedhamee baname kana jala amma Gaazexeessaa Anwaar Jamaal sagalee haga barreeffama kana ani barreessutti kennameen sadarkaa 2ffaarra jira. Damee kanaaf sagalee uummanni kennu qofatu madaala kaasa jedhameera.
Kanaaf geessituu(link) kanaan seenaatii Anwaar Jamaaliif sagalee kennaa πŸ‘‡

https://ethio-mediaaward.com/%e1%8b%a8%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%a5-%e1%8c%8b%e1%8b%9c%e1%8c%a0%e1%8a%9e%e1%89%bd-%e1%8b%98%e1%88%ad%e1%8d%8d-%e1%8b%a8%e1%88%85%e1%8b%9d%e1%89%a5-%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%ab-%e1%89%a5%e1%89%bb/

Photos from Oromia's post 01/07/2024

Qondaalli kun Gaazexeessitoota Afaan Oromoo keessaa Gaazexeessaa jabaa bara kanaa keessatti dorgommiif dhiyaateera.

Badhaasa Miidiyaalee fi gaazexeessitoota dorgomsiisuuf dhiyaate kanaan Miidiyaaleen Oromoo Miidiyaalee naannooti jedhame hafus bakki banaan tokkichi argamee dorgomaa tokko uummanni dhiibbatee galcheera.

Badhaasa damee filannoo Uummataa jedhamee baname kana jala amma Gaazexeessaa sagalee haga barreeffama kana ani barreessutti kennameen sadarkaa 2ffaarra jira. Damee kanaaf sagalee uummanni kennu qofatu madaala kaasa jedhameera.
Kanaaf geessituu(link) kanaan seenaatii Anwaar Jamaaliif sagalee kennaa πŸ‘‡

https://ethio-mediaaward.com/%e1%8b%a8%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%a5-%e1%8c%8b%e1%8b%9c%e1%8c%a0%e1%8a%9e%e1%89%bd-%e1%8b%98%e1%88%ad%e1%8d%8d-%e1%8b%a8%e1%88%85%e1%8b%9d%e1%89%a5-%e1%88%9d%e1%88%ad%e1%8c%ab-%e1%89%a5%e1%89%bb/

01/07/2024

Finfinnee Oromia

01/07/2024

East Africa's sunshine,Oromia
Oromia

01/07/2024

Finfinne on track to become the pulsing heart of Oromia
The most crucial aspect is to maintain authenticity!

Oromia

Photos from Oromia's post 30/06/2024

"ዉα‰₯ αŠ α‹²αˆ΅"

"Finfinnee Miidhagduu"

The new face of Addis Ababa.

Adama SmartCity
Adama Smart City
Al Jaziiraa Oromoo
Visit Oromia
Oromia
Adama Smart City

12/06/2024

Heloo jechuun maali?
Namni kamuu yoo bilbila bilbilu ykn nagaya jechuufiis heloo jedha garuu heloo jechuun maqaa namaa ti malee nagayaa jechuu miti!
Heloo jechuun maqaa namaati.
Namni yeroo jalqabaatiif bilbila uume Giraam beel akkuma bilbila hojjatee xumureen haadha manaa isaa maqaa waamuuf jedhe Heloo jedhe maqaan haadha manaa isaa Margaareet Heloo jedhamti!kanaafuu yoomiyyuu akka maqaan si ka'uuf kan jalqabaa ta'i!
Fakkeenyaaf toophiyaatti bishaan jalqabaa saamsamee qophaaye highland jedhama kan sana booda baye hunduu Highland jedhamee hafe!
samunaan daakuu(harcee) akkuma OMO jedhame faa jechuudha!

Photos from Oromia's post 11/05/2024

Arsenal Moo Manchester City❓

Xumuramuuf Torban tokko kan hafeef Piriimiyerliigii Ingiliiz Man City fi Arsenal akkuma kokkee wal qabanitti jiru. Hardha Man City Fulham injifachuun dursummaa liigichaa fudhateera. Ammatti

1️⃣ Maanchistar Siitii :- Qabxii 85 ( goolii qulqulluu 58 )
2️⃣ Arsenaal :- Qabxii 83 (goolii qulqulluu 60) qabu.
Taphni itti aanuun
Maanchistar Siitii: - Tootinaam fi Weestihaam - Arsenaal :- Maanchistar Yunaayitid fi Evertan waliin morkatu.

Liigicha eenyutu injifata jettu❓

Adama SmartCity

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Region
Addis Ababa