Tokkummaa Cimsaa

Tokkummaa Cimsaa

Share

let's stand for our people and country

23/07/2025

Siyaasa oromoo kana jecha xiqqaa tokkoon ibsaa.

30/05/2025

Jara keenya mee dhagahaa,

Warreen dhiheenya kana gara lamatti baatanii wal-arrabsitan kuni xiqqo dhaabbadhaa! Lammata akkam jettanii wal faarsuufi? Siyaasaan xuriidha, ni dhufti ni deemti saniifu dhaaba feete deeggari abbaa barbaadde qeeqi abbaa feetees deeggari please garuu kabajaa waliif haa qabaannu;:

28/04/2022

::

28/04/2022

Dhaggeeffadhaa

27/04/2022

Dhimmi amma gondaritti tahe kun waan mootumman harka keessaa qabu tahuun beekkamaadha! Isatu humna taheef !

04/04/2022

Ramadan kariim

01/02/2022

Ittiqaa tafarii - galma dhugaa
Galaana gaaromsa -wal agarra
Yoosan getaahun- 3obsa
Lencoo gammachuu-sagli
Taddala gammachu- bara baraan
Ibiddoo galaan-darroo
Dinqisaa debelaa- caaltu
Andualem gosa- darbe laalla
Sirboota kana keessaa caalaatti kam filattan
Irra caalatti sirba kana abbaan irra caalaatti filatamu wallisaa isin filattaniif kaardi abbaa $100 yokin mallaqa Ethiopia 5000 guuttamaaf hirmaadhaa

27/11/2021

አንደ ቴዲ አፍሮ ኢትዮጵያን ሚወድ የለም። እንዴት አልዘመተም??

25/11/2021

-Sababa keetin Wayyaanen akka Finfinnee gad lakkiste dagatanii, si hidhan. Si hidhanii torban 2 osoo hinguutin Wayyaanee ofitti deebisani! Si wajjin addunyaatti muul’atanii, siin ala sabaanis, waaqa fi lafaanis wal lolan.

-Guyya guyyaan qaanii fi salphina akka uffataatti jijjiirratanii uffachuu eegalan. Si wajjin dhagaa’amanii, siin ala raacha haroon irraa gogde ta’an! Si wajjin HERO, siin ala ZERO! Dhugaan kee dhugaa Miliyoonotaatikaa. Dhugaan kee dhugaadha kaa!

19/10/2021

Oromiyaa ❤️

16/09/2021

How are you 😀

Want your business to be the top-listed Government Service in Melbourne?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Dockland
Melbourne, VIC
3311