Wirtuu Tajaajila Seeraa Bilisaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Aanaa Gola Odaa

Wirtuu Tajaajila Seeraa Bilisaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Aanaa Gola Odaa

Partager

Gola Oda Woreda Court

Photos from Wirtuu Tajaajila Seeraa Bilisaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Aanaa Gola Odaa's post 27/01/2024

Guyyaa: 16/ 05/2016
Mana Murtii Aadaa Aanaa Gola Odaa
Burqaa

Sosochii Hawaasa Aanaa Gola Odaa Araddaa Biftuu Nagayatti ijaarsa Mana Murtii Aadaatiif Bakka pireezdantiin Mana Murtii Aanaa Gola Odaa Argamanitti Qarshiin Kuma dhibba Tokkoof Shantam (150,000) Sassaabamee jira.

Photos from Wirtuu Tajaajila Seeraa Bilisaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Aanaa Gola Odaa's post 27/01/2024

Guyyaa : 16/05/2016
Mana Murtii Aadaa Aanaa Gola Odaa
Burqaa

Dorgomtoota barreessa Mana Murtii Aadaa Aanaa Gola Odaa tahuuf dorgomanii Qormaata darbaniif Hoggantoota Mana Murtii Aanaa Gola Odaatiin bakka Hogganaan Mana Murtii Aadaa Aanaa Gola Odaa Argamanittii leenjiin gabaaban hojiin duraa kennameefi jira.

Photos from Wirtuu Tajaajila Seeraa Bilisaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Aanaa Gola Odaa's post 25/01/2024

Guyyaa : - 13/05/2016
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Harargee Bahatti Mana Murtii Aanaa Gola Odaa

Burqaa

Mana Murtii Aanaa Gola Odatti gaafa guyyaa 13/05/2016 Hubannoon Seeraa Abbootii dhimmaatiif Qabxiiwwaan Ijoo ta'an keessaa :
☆Tajaajila Abbootiin dhimmaa Mana Murtii kanarraa argachuu dandahan irratti fi
☆ Naamusa Abbooti dhimmaa irraa yeroo tajaajila argachuuf gara Mana Murtii kana dhufan irraa eeggamu.
irraatti Koreen Naamusaa Mana Murtii Aanaa Gola Odaatii fi Wirtuu Tajaajila Seeraa bilisaa Yuunivarsiitii Haramayaa Waliin tahuun kennameefii jira.

Photos from Wirtuu Tajaajila Seeraa Bilisaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Aanaa Gola Odaa's post 01/01/2024

Muddee Guyyaa 22/04/2016
Mana Murtii Godina Harargee Bahaattii Mana Murtii Aanaa Gola Odaa
Burqaa

Mana Murtii Aanaa Gola Odaatti Gaafa guyyaa 22/04/2016 Leenjiin Naamusaa fi Badiilee Naamusaa akka waliigalattii Hojjattoota Muudamtoota fi Hojjattoota Deeggarsaatiif Koree Naamusaati fii Bakka Bu'aa pireezdaantitiin kennamee jira.

29/12/2023

Mana Murtii Aanaa Gola Odaa

Vous voulez que votre entreprise soit Service Du Gouvernement la plus cotée à Democratic Republic of the ?

Cliquez ici pour réclamer votre Listage Commercial.

Téléphone

Site Web

Adresse


Burka Town, Oromia
Democratic Republic Of The