22/10/2020
Godinni Arsii Lixaa horii booranaa ji'a 3f fiinoo nyaachisaa ture gabaaf dhiheessuuf walitti qabee laakkawataa jira
We are struggling for our Justice, our Democracy and for our freedom. Abbaan Biyyaa Oromoodha
22/10/2020
Godinni Arsii Lixaa horii booranaa ji'a 3f fiinoo nyaachisaa ture gabaaf dhiheessuuf walitti qabee laakkawataa jira
18/10/2020
Qeerroo Aanaa Gadab Hasaassatif
Akkassumas Qeerroo Waqeenxaraa Eddootiif
Namni suuraa irratti argitan kun
Maqaan isaa Idiriis Wattee Fixoraa
jedhama
Eddoon dhalootaa bahima
Dalagaan isaa basaastuu
Amma bilchaa magalaa waqeenxaraa godhanii muudanii jiru
Kanaaf gurbattiin gantuun tun ummata keenna fichisiisaa turtee.ammas fichisiisuu Heddi
Gocha diinummaa kana irraa akka of qusatu dhaamsa obbolummaa dhanaaf.kana ta'uu baannaan rakkoo isa irra gahuuf.itti gaafatamaan matuma isaati
Ummanni keenna akka irraa of egadan Jenna gurbatti najisa tana
29/09/2020
Heexoo Rabbi hadheesse
Dammi hin mi'eessu
25/09/2020
Gurbaan Daalachi kun Bashiir Aadam jedhama Bulchaa Aanaa Gadab Hasassaati gaafa duraa gadab dhufu gadabiin likkitti galcha jedhee dhaadataa ture keessa namaa hin beektu keessa qabattee namaaf laatti jedhamaamiire
Qunnaa ofiitiin nama safarti jedha JM
Akkuma kadhatee dhufeen Asii na ofaa jedhee warwaataa jira
Nuti ammoo jiruun asii hindeemtu du'aan male Jenna
Jiruun Hasaassa dhuftee du'aan kankee asii deema yoo rabbi jedhe
25/09/2020
Warroota TPLF Dhugaa oromoo akka awwaalaniif qopheessite PP ammoo Awwalchisiisaa jirtu
19/09/2020
Ergamtoota Nafxi
Ilmaan baanda
Warrota dhiiga ilmaan oromoo
Dhugee akka bofaatti muuxate
Gaaf tookko haqisuuf jirtan yoo rabbi jedhe
08/09/2020
08/09/2020
08/09/2020
Gadab malaa Hasaassa
Guyyaa 3ffaa
05/09/2020
Ilmaan Awal Abdii
Bulchaa Aana gadab Hasaassa
Obbo Bashiir Aadam
Hogganaa dhaaba / pp
Obbo Huseen muhammad
Warra dhiiga ilmaan dhuguu bare
Dhiigni hin baha yoo rabbi jedhe
Keessattu kan 12/11/2012
Ummata salaate masgiidaa yaa'u irratti waraana labsitanii kaan Ajjeeftanii kaan caccabsitan
Hin hafu inshaa Alla
Wayyaane ofirraa galchinaan
Goobanni boollaa nutti ka'e
Kanaaf Awwaala isaatti deebisuun
Dirqama keennaa
Tokkummaan hakaanu haafalmannu
Dhugaa qabna
Haqa qabna
Nifalmanna
Nimoona
United of Gedeb/Hasasa Send a message to learn more