OromoUnited

Wegbeschreibung Website

OromoUnited Politik Organisiert

Oromoo Gadaa Shan (5) Hortee Shan (5)
11/10/2026

Oromoo Gadaa Shan (5) Hortee Shan (5)

Baratu jijjiramee malee bakki hin jijjiramnee!
04/10/2026

Baratu jijjiramee malee bakki hin jijjiramnee!

03/10/2026

Xamdoon essaa jira?
&like

Olaantummaan seeraa kabajamuu qaba! Namni lubbuu Namaa Rashanaa ture kun seeratti nuuf dhiyaachu qaba? yoo seerri jiraat...
13/09/2026

Olaantummaan seeraa kabajamuu qaba!
Namni lubbuu Namaa Rashanaa ture kun seeratti nuuf dhiyaachu qaba? yoo seerri jiraate

Uummata keenya walloo Ambulance keessaa baasanii rashanan Finfinnee dachee Oromiyaa irra akka nama yakka hojjetee miti akka nama guyyaa tokko Daba yaadee beeknetti lapheee yeroo dhiibee deemu nama qaanfachisa

Yeroo Gabaabaa keessatti namittiin kun seeratti dhiyaachu qabd.

Waliif-Shers godha!

‎Yaa'iin Gadaa Arsii, Sikkoo-Mandoo Dhaddacha Baldhaa (Raayyaa Raayitu-Galbii). Deebisanii Dhaabuu Gaggeeffamaa Jira.‎‎J...
23/07/2026

‎Yaa'iin Gadaa Arsii, Sikkoo-Mandoo Dhaddacha Baldhaa (Raayyaa Raayitu-Galbii). Deebisanii Dhaabuu Gaggeeffamaa Jira.
‎
‎Jilli Abbootii Gadaa Oromoo Arsii, Sikkoo-Mandoo Dhaddachoota Sirna Bulchiinsa Gadaa Odaa Roobaa Jalatti Argaman Bakka Duudhaa Ganamaatti Deebisuuf Sochii Taasisaa Jiruun Guyyaa Hardhaa Dhaddacha Baldhaa Deebisuuf Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu Ganda Dhaddacha Baldhaatti Yaa'ii Gaggeessaa Jira.
‎
‎Dhaddachoota Sirna Gadaa Oromoo Arsii, Sikkoo-Mandoo Caffee Gadaa Odaa Roobaa Jalatti Argaman Keessaa Tokko Dhaddacha Baldhaa Yoo Ta'u, Sirna Bulchiinsa Gadaa Oromoo Arsii Keessatti Dhaddacha Duulaa Yookaan Ittisa Waraanaa Daangaa Jedhamuun Beekama. Dhaddachi Baldhaan Waggoota 143'f Eerga Tajaajila Sirna Bulchiinsa Gadaan Ala Ta'ee Tureen Booda Haaromsaa Aadaan Deebi'ee Yayyabamuuf Deemaa Jira.
‎
‎Yaa'ichi Bakka Abbaan Gadaa Sikkoo-Mandoo Aliyyii Muhaammad Suruur, Miseensonni Jila Abbootii Gadaa Sikkoo-Mandoo, Haadholiin Siinqee, Hooggansi Mootummaa Sadarkaa Garaagaraa, Akkasumas Qooda Fudhattoonni Biroo Argamanitti Gaggeeffamaa Kan Jiru Yoo Ta'u, Sabaa fi Sablammoonni Akka Sidaamaa, Somaalee fi Kanneen Biroos Hirmaachuun Muuxannoo Bulchiinsa Dimokraatawaa Sirna Gadaa Oromoo Qooddachaa Jiru.

Sikkoo maandoo Jila Qaba.‎  Qe’ee Ulfoo fi Ulfinati!‎Ilmaan Sikkoo Mandoo Sagantaa Yaa'ii Dhaddaacha Baldha'aa Deebisuun...
20/07/2026

Sikkoo maandoo Jila Qaba.
‎ Qe’ee Ulfoo fi Ulfinati!
‎Ilmaan Sikkoo Mandoo Sagantaa Yaa'ii Dhaddaacha Baldha'aa Deebisuun jalaa bultii Sikkoo Maandoo filaachu qopiin xumuramee fakkata.
Hora bula debbaana!

Goototaa dachiin baale Oromoo gummaachite!
26/06/2026

Goototaa dachiin baale Oromoo gummaachite!

This is amazing.. Tik tok is over.. 86 thousand Habesha's children "How can a political discussion be watched by more th...
25/06/2026

This is amazing.. Tik tok is over.. 86 thousand
Habesha's children "How can a political discussion be watched by more than 86 thousand people on live? Is that in Afan Oromo only? Jawar has built a Tik Tok Oromo in one night live.

What do we say about our hariif?

24/06/2026
19/06/2026

Jinjimoo akkamitti Ummaata oromoo baalee irraatti loola Labsuu yoo tahe maale Alshabab essaa akka jirtu beekamadha. galata kiyya wallaalanii na qeeqan jettee lolaa jirti. Dura mee Waan ufii keetii tabaa ttabde san irra deebi'ii dhageeffadhu atummaanuu.
intala tana maaltu dhamaase dhiiro? "Heerumaan na qeeqan" jettee komattaamii?

Moo waliin -gudii egaalte?

ammallee irraa deebinee siin jennaa Heerumi fayyinni sii haa dhufuu sirrii hin jirtu waan tayeef. dubbii ufii keetii lallaayxe sirreeffatuun hafee Ummataan waliin falmitaa ? Min aynat ..!

Caffee Ramsii Galaatoomii!

Adresse

Berlin

Benachrichtigungen

Erfahren Sie als Erste/r von Neuigkeiten und Aktionen: Wir schicken Ihnen eine E-Mail, wenn OromoUnited etwas veröffentlicht. Ihre E-Mail-Adresse wird für keinen anderen Zweck verwendet, und Sie können sich jederzeit abmelden.

Verknüpfungen

Teilen