Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC

Call Directions Website Contact the organization

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC "Enhance agricultural production and productivity through innovation, adoption, implementation and dissemination of appropriate agricultural technologies."

Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa Loogoo ykn Asxaa isaa jijjiiruu beeksise. Akka Inistitiyuutichi fuula miidayaa ...
28/10/2026

Inistitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa Loogoo ykn Asxaa isaa jijjiiruu beeksise. Akka Inistitiyuutichi fuula miidayaa hawaasaa isaa irratti beeksisetti Loogoo duraan ture irraa gara kanaatti jijjiiramuu isaa kabajaan hordoftoota isaa fi maamiltoota isaa beeksiseera.

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC.
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu gamaaggama yaaliiwwan qorannoo xumuramanii gaggeessuu eegale!!~~~Guyyaa 17/...
27/10/2026

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu gamaaggama yaaliiwwan qorannoo xumuramanii gaggeessuu eegale!!
~~~
Guyyaa 17/02/2019


Giddugaleessi keenya gamaaggama yaaliiwwan qorannoo xumuramanii 49 tahan sadarkaa Giddugaleessaatti kan eegalee fi bu'aalee qorannoo kanneenii sadarkaa Naannootti dhiyeessuuf sadarkaa garee fi adeemsaatti akkasumas sadarkaa Giddugaleessaatti kan ilaalamaa jiranii dha.

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO

Marsaa 6ffaaf cuucii lukkuu sanyii Tetra H 4818 waliigalatti Cuucii 31,385 hawaasaaf raabsineerra!!🐣🐣🐣Hojii kana Gidduga...
13/10/2026

Marsaa 6ffaaf cuucii lukkuu sanyii Tetra H 4818 waliigalatti Cuucii 31,385 hawaasaaf raabsineerra!!
🐣🐣🐣
Hojii kana Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu Pirojektii FSRP wajjiin tahuun kan hojjataa jiruu dha.
🐣🐣🐣🐣🐣🐣
​"ለ6ኛ ዙር የቴትራ H ዝርያ የዶሮ 4818 ጫጩቶችን በድምሩ 31,385 ጫጩት ለማህበረሰቡ አሰራጭተናል!!
🐣🐣🐣
ይህንን ስራ የአዳሚ ቱሉ ግብርና ምርምር ማዕከል ከ ፕሮጀክት ጋር በመተባበር እየሰራ ይገኛል።"
🐣🐣🐣🐣
​"For the 6th round, we have distributed 4818 (Total 31,385) Tetra H breed chicks to the community!!
🐣🐣🐣
This work is being carried out by the Adami Tulu Agricultural Research Center in collaboration with the Project."
~~~~
Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
fans

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu Fayyadamummaa hawaasa keenyaa kallattii horsiisa Hoolaa fi Re'ee irraa arga...
11/10/2026

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu Fayyadamummaa hawaasa keenyaa kallattii horsiisa Hoolaa fi Re'ee irraa argamuun dabaluuf mala saayinsawaa fi hawaasa hirmaachiseen sagantaa fooyyessa sanyii Hoolaa fi Re'ee Community Based Breeding Program (CBBP) jedhuun biiroo Qonnaa Oromiyaa wajjiin tahuun sanyii Hoolaa fi Re'ee fooyyessuu irratti hojjataara.

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu hojii kanarratti hawaasa Godina Kiba Lixaa aanaa kofalee fi Godina Giddugaleessaa aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa keessatti ballinaan hojjachaa jira.
===
:- Hojii fooyyessa sanyii Hoolaa aanaa Kofalee tti hojjatamaa jiru.

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
fans

Hojii isaanii eegalanii jiru!!===Sirni walharkaa fuudhinsi aangoo Obbo Geetuu Gammachuu Hoogganaa BQO duraniifi Obbo Tas...
29/09/2026

Hojii isaanii eegalanii jiru!!
===
Sirni walharkaa fuudhinsi aangoo Obbo Geetuu Gammachuu Hoogganaa BQO duraniifi Obbo Tashoomee Boggaalaa Hoogganaa BQO waliin gaggeeffame.

Obbo Geetuu Gammachuu Hoogganaa BQO duraanii turtii hooggansa isaanii keessatti imala ce'umsa qonnaarratti milkeessuuf hojiiwwan gurguddoo akka biyyaatti bu'aa olaanaa argamsiisan raawwatamuu ibsuun, jijjiiramoota qabatamaa hojii qonnaa keessatti galmaa'aniif maatii qonnnaa: Qonnaan bultootaafi horsiisee bultoota, Hojjettoota Misoomaa, Ogeessota Qonnaa, Hooggansa qonnaafi qooda-fudhattoota hunda galateeffachuun fuuldurattis hojiiwwan jalqabaman caalmaatti itti fufsiisuu akka qaban dhaamaniiru.

Dabalataanis, Obbo Tashoomaa Boggaalaa inisheetiivota qonnaa bocuurra darbanii qindeessuun sadarkaa har'a irra geenye kanaan gahuu keessatti adda durummaan gahee olaanaa nama bahachaa turaniif qindoominaan hojjechaa turuu isaanii ibsuun, ammas carraa hooggansa argataniin hojiiwwan jalqabaman kana caalmaatti itti fufsiisuun biyyaaf jijjiirama oolaanaa akka galmeessisaniif dhaamaniiru.

Hojjettoonniifi hooggansi Biiiroo Qonnaa Oromiyaas Obbo Geetuu Gammachuu Hoogganaa BQO duranii yeroo hooggansa isaanii keessatti imala ce'umsa qonnaarratti eegalame milkeessuuf halkaniifi guyyaa dadhabbii malee quuqamaafi itti gaafatamummaa olaanaan hooggansa beekumsaafi ogummaaeratti hundaa'e kennuun hojii hojjetaniin bu'aa olaanaa naannoo keenyarra darbee biyya keenya boonsu galmeessiuu isaaniif galateeffachuun bakka deeman hundatti carraa gaarii akka isaaniif ta'u hawwii qaban ibsaniiru.

Obbo Tashoomaa Boggaalaa Hoogganaa BQO bu'aawwan Obbo Geetuu Gammachuu yeroo hooggansa isaanii keessatti galmeessisaniif galateeffachuun durumaanis hojii qonnaa maatii qonnaa waliin qindoominaan hojjechaa turan caalmaatti cimsuun hojiiwwan imala ce'umsa qonnaa milkeessuuf jalqabame caalmaan itti fufsiisuun bu'aa olaanaa biyyaaf galmeessisuuf qindoomina olaanaan maatii qonnaa waliin kan hojjetan ta'uu ibsuun Obbo Geetuufis carraa gaarii hawwaniiru.

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
fans

Ergaa baga gaammaddanii hojjattoota Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu irraa!!~~~Daarektara Inistitiyuutii Qor...
29/09/2026

Ergaa baga gaammaddanii hojjattoota Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu irraa!!
~~~
Daarektara Inistitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa tahuun tajaajilaa kan turan Kab. Obboo , Hoogganaa Biiroo Qonnaa tahanii muudamuu isaaniitti gammachuu nutti dhagahame ibsaa, hojiilee gara fulduraa hundarratti carraa gaariin akka isaan qunnamu hawwii qabnu yeeroo ibsannu gammachuu dhaan.
🙏
Maatii Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu irraa!!
: 19/01/2019

🐣🐣🐣
ከአዳሚ ቱሉ ግብርና ምርምር ማዕከል ሠራተኞች የተላከ የእንኳን ደስ አላችሁ መልዕክት!!
🐣🐣🐣
የኦሮሚያ ግብርና ምርምር ኢንስቲትዩት ዋና ዳይሬክተር በመሆን ሲያገለግሉ የቆዩት ክቡር አቶ የግብርና ቢሮ ኃላፊ ሆኖ በመሾማቸው የተሰማንን ታላቅ ደስታ እየገለጽን፣ በወደፊት ስራዎቻቸው ሁሉ መልካም እድል እንዲገጥማቸው ልባዊ ምኞታችንን እንገልጻለን።
🙏
ከአዳሚ ቱሉ ግብርና ምርምር ማዕከል ቤተሰብ!!
#ቀን: 19/01/2019
#ባቱ
🐔🐔🐔
​A Congratulatory Message from the Staff of the Adami Tullu Agricultural Research Center!!
🐣🐔🐣
We would like to Express our heartfelt joy upon the appointment of Hon. Ato , who has been serving as the Director General of the Oromia Agricultural Research Institute, as the Head of the Bureau of Agriculture, and wishing him the very best of success in all his future endeavors.
🙏
Adami Tullu Agricultural Research Center Family!!
: 19/01/2019

~~~
Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
OBN Afaan Oromoo
Oromia Communication Bureau
fans

28/09/2026

Daarektera Inistitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaa tahuun tajaajilaa kan turan Obbo Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa ta'uun muudaman

Bara Hojii Gaarii!!!!!!!

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO

 !!===Giddugaleessi keenya Hojii qorannoo maxxantuu qaama keessaa beelladootaa adda baasuun wal fudhatiinsa isaan qorich...
27/09/2026

!!
===
Giddugaleessi keenya Hojii qorannoo maxxantuu qaama keessaa beelladootaa adda baasuun wal fudhatiinsa isaan qoricha waliin qaban hojii hojjataarru cinatti dhibee kennuun hawaasa keenya tajaajilaa jirra.

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
Oromia Agricultural Research Institute -IQQO
Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa
fans

🐣🐣🐣🐣Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC
22/09/2026

🐣🐣🐣🐣

Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC

Address

Oromia
Adama
229

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Adami Tullu Agricultural Research Center - ATARC:

Shortcuts

Share

Nearby government services