OBN Afaan Oromoo

Call Directions Website Contact the organization

OBN Afaan Oromoo Oromia Broadcasting Network (OBN) is a leading public media headquartered in Adama, Ethiopia.
(2220)

It broadcasts independent news, education and entertainment programs in 17 local languages and three international languages on OBN CYBER MEDIA, Radio and TV. OBN Afaan Oromoo page is a part of Oromia Broadcasting Network (OBN), producing news, podcasts, shows, documentary and programs in Afaan Oromoo language to reach our audiences in all over the world. Join us:
obn.com.et
www.youtube.com/OBNoromiyaa
www.twitter.com/OBNoromiyaa
www.facebook.com/OBNAmharic
www.facebook.com/OBNEnglish

Hora Harsadee fi Uummata Oromoo Irreecha bara 2019 suuraan
04/10/2026

Hora Harsadee fi Uummata Oromoo Irreecha bara 2019 suuraan

Siimboo Lammiilee Alaa fi Irreecha Hora Harsadee bara 2019 suuraan
04/10/2026

Siimboo Lammiilee Alaa fi Irreecha Hora Harsadee bara 2019 suuraan

Siimboo Irreecha Hora Harsadee bara 2019 suuraan
04/10/2026

Siimboo Irreecha Hora Harsadee bara 2019 suuraan

Siimboo Irreecha Hora Harsadee suuraan
04/10/2026

Siimboo Irreecha Hora Harsadee suuraan

Siimboo ofkaltii Irreecha Hora Harsadee suuraan
04/10/2026

Siimboo ofkaltii Irreecha Hora Harsadee suuraan

Irreecha Hora Harsadee suuraan
04/10/2026

Irreecha Hora Harsadee suuraan

Irreechi Hora Harsadee eebbaan saaqame.
04/10/2026

Irreechi Hora Harsadee eebbaan saaqame.

Jala bultii Hora Harsadee suuraan
03/10/2026

Jala bultii Hora Harsadee suuraan

Qe'een Turiizimii Irreecha Simachuuf kukkulamteetti.'OBN Cyber Media' Fulbaana 23,2019Qe'een Irreecha Birraa itichitee h...
03/10/2026

Qe'een Turiizimii Irreecha Simachuuf kukkulamteetti.

'OBN Cyber Media' Fulbaana 23,2019

Qe'een Irreecha Birraa itichitee har'aan geesse Bishooftuun Wiirtuu Turiizimii ta'aa jirti.

Horawwan 7'n kan faayamte Bishooftuun allaattiiwwan bareedinni isaanii tuuristoota hawwatu, bakkeewwan bashannanaa, dhaabbilee tajaajilaa mijatoofi misoomawwan bu'uuraa koriidariin hojjetaman dabalatee galma walga'ii ammayyaa qabdi.

Qabeenyi uumamaafi misoomni Koriidarii hojjetame walsimee magaalittiin Wiirtuu Turiizimii Afrikaa ta'uuf mul'ata qabattee hojjetaa jirtu milkeessa jedha, ragaan Komiishinii Turiizimii Magaalaa Bishooftuurraa arganne.

Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadeetti waggaa waggaan kabajamuufi iddoowwan gahumsa tuuristii hojjetamanis Magaalaa Bishooftuu qe'ee Turiizimii gochaa jiru.

Waaqgaarii Qana'aatiin.

Jala bultii Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee ol guddattootaafi ga'eessotaan faayame suuraan
03/10/2026

Jala bultii Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee ol guddattootaafi ga'eessotaan faayame suuraan

Address

Bole
Adama
2919

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OBN Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to OBN Afaan Oromoo:

Shortcuts

Share