03/11/2025
๐ก Seera Istartaappii $100
Oomisha kee ijaaruu kee dura, namni tokko dhuguma doolaara 100 kaffaluu isaa qoradhu.
Seerri salphaan kun hundeessitoonni yaada gaarii dhagaโamu ariโuu dhiisanii fedhii dhugaa mirkaneessuuf gargaara.
๐งฉ Xiqqaa irraa jalqabi:
1๏ธโฃ Maamila 1 barbaadi โ $100 (ykn kan kanaan walgitu) akka waadaa galan gaafadhu.
2๏ธโฃ Yoo eeyyee jedhan โ rakkoo mirkanaa'e qabda.
3๏ธโฃ Yoo isaan duubatti deebiโan โ yaada gatii kee fooyyessuu qabda.
Waan namoonni barbaadan ijaaruun yeroo hunda waan isaan barbaadan jettee yaaddu ijaaruu mo'ata.
๐ก แแแแชแแฝ แจ100 แถแแญ แ
แ
แแญแตแแ แจแแแแฃแฑ แ แแตแฃ แ แแต แฐแ แแฅแฑ 100 แถแแญ แ แตแญแญแ แจแแจแแ แแแแ แญแแตแนแข
แญแ
แแแ แ
แ แแตแซแพแฝ แฅแฉ แจแแแตแ แแณแฆแฝแ แจแแณแฐแต แญแแ
แฅแแแฐแ แแแแตแ แฅแแฒแซแจแแแก แญแจแณแแข
๐งฉ แจแตแแฝ แแแญ:
1๏ธโฃ 1 แฐแแ แแ แซแแ โ 100 แถแแญ (แแญแแ แฐแแฃแฃแ) แฅแแฒแฐแก แญแ แญแแธแแข
2๏ธโฃ แ แ แซแ โ แจแฐแจแแแ แฝแแญ แ แแฅแ
แข
3๏ธโฃ แซแแแฑ โ แจแ แแฐแ แฅแดแต แแฅแซแต แ แแฅแ
แข
แฐแแฝ แจแแแแแธแแ แแแแฃแต แแแแ แจแแแแแตแ แแแแฃแต แญแแณแ.
๐ Follow Oromo and Oromia for daily business insights in short read + infographic format.
26/10/2025
Oromoon hundii tokkoomuu qaba!
14/10/2025
Oduu gammachiisaa!
DV 2027
โ
โAkkam jirtu hordoftoonni social media kanarraa hundi keessan. Fayyaa wkka qabdan quba qabna. Kanatti aansuun akkuma beekkamu Dv n bara 2027 immaammata haaraa baasuun haala kanaan dura barameen addatti haalduree haaraa kaayee jira innis namoonni dv guutuu barbaadan doolaara tokko (1$) akka kaffaluu qabaniidha. Kaffaltiin kunis karaa mastercardtin Raawwatama waan taheef kaffalticha raawwachuu waan dandeenyuuf haalduree barbaachisu hundumaa xummurree dv 2027 siniif guutuuf kompiitara 50 ol qopheessinee waan jirruuf nu biratti guuttachuu filannoonkeessan jalqabaa akka taasistan isiniin jenna.
โ
โToora social media keenya kan biroon nu hordofuuf
https://t.me/dvethiopia
tiktok.com/
15/10/2024
Kitaaba barreessuun akka malee salphaa ta'eetumoo hundumatuu beekaa ta'ee jarana?
Riivaniin jedhan sunoo maloodhaa?
Followers and Viewers Galaana Gaaromsaa Yoosan Geetahun Bulloo..Yosan Getahun Nani Obsa Abdisa OBN Afaan Oromoo Rache Tesfaye
26/07/2024
Invite your friends and get rewards for each invited active friend! ๐ค
Your referral link:
Telegram: Contact @avagoldcoin_bot
06/10/2023
Baga Ayana Irechaatiin isiin gahe nu gahee!
ayyana milkii nuuf haa taasisu
01/09/2023
Kana beektu laata!
Namni daandiirra ta'ee kadhatuu tokkoo ji'aan qarshii hojjetaan motummaa argatuu dachaa 5 hanga 100 akka argatuu!
Qorannoon nuuti nannoo manneen amantatii hanga nannoo dhabbataa konkoolaatatti gonee akkana jetti.
Namni kadhatuu tokkoo.
Nannoo mana amantaatti sa'aati tokkoo kessatti qarshii 50-500 hojjechu danda'aa guyyaa irraatti hundaa'ee! Yeroo guyyaa ayyana namootni hedduun waan nannoo kanatti argamaniif nama tokkoo irraa qarshii 1 irra hanga 10tti argachuu danda'uu.
Nannoo dhaabbata konkolaataattimmoo nammonni hedduun waan jiraanif sa'aatti tokkootti birrii 70-500 argachuu danda'uu.
Kanammoo video gababduun fudhanne dhufuuf qophiiirra waan jirruuf nuu eegaa
12/08/2023
Top 10 Largest Ethnic groups in Africa
1. Hausa (78 Million people)
67 million of them live in Nigeria ๐ณ๐ฌ. However, they are also found in sizable numbers in Niger๐ณ๐ช, Benin๐ง๐ฏ, Ivory Coast๐จ๐ฎ, Sudan ๐ธ๐ฉ, Ghana ๐ฌ๐ญ, Chad๐น๐ฉ, Togo๐น๐ฌ and Burkina Faso ๐ง๐ซ.
2. Yoruba (47 Million people)
Found in West Africa, especially in Nigeria ๐ณ๐ฌ (43.4 million) and Benin ๐ง๐ฏ (1.4 million).
3. Igbo (45 Million people)
Found in Nigeria ๐ณ๐ฌ and Guinea ๐ฌ๐ผ
4. Oromo (40 Million people)
Found in Ethiopia ๐ช๐น and Kenya ๐ฐ๐ช
5. Amazigh (+40 million people)
Found primary in Morocco ๐ฒ๐ฆ and Algeria ๐ฉ๐ฟ, but are also found in Tunisia ๐น๐ณ, Libya ๐ฑ๐พ, Egypt ๐ช๐ฌ, Mali๐ฒ๐ฑ, Mauritania๐ฒ๐ท and Niger. ๐ณ๐ช
6. Fulani (40 million people)
7. Found in Nigeria ๐ณ๐ฌ, Mali๐ฒ๐ฑ, Guinea ๐ฌ๐ผ, Cameroon ๐จ๐ฒ, Senegal ๐ธ๐ณ and Chad ๐น๐ฉ.
7. Amhara (+30 Million people)
Found in Ethiopia ๐ช๐น
8. Akan (20 million people)
Found in Ghana ๐ฌ๐ญ and the Ivory Coast๐จ๐ฎ
9. The Somali (20 million people)
Found in Somalia ๐ธ๐ด, Djibouti ๐ฉ๐ฏ, Ethiopia ๐ช๐น and Kenya ๐ฐ๐ช.
10. The Hutu (18.5 Million people)
Found in Rwanda ๐ท๐ผ and Burundi ๐ง๐ฎ
Guys kindly click this link below to subscribe to our youtube channel (YT: Africa is home podcast ) to keep up with our weekly conversations about the progress and future of Africa ๐๐ฟ.
AFRICA IS HOME PODCAST - YouTube
This channel is to educate and motivate, not to promote any kind of negativity.
27/07/2023
๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ๐ญ
Jechis Miira namaa hin Ibsu.
Yoom mul'attee maaf Immoo deemte ?
Just painful๐ญ
20/05/2023
Hayyootni dhaloota qaruuf osoo Boqonnaa malee figanii balaan darban ๐ช
Maatii fi Uummata Oromoo Hundaaf jajjabina nuf haa kennu. Hedduu nama dhukkubsa ๐ช
12/05/2023
NAGAAN FILANNOO HIN QABU!
Haraarri: - Dhugaa fida
Dhugaan:-Nagaa fida
Nagaan:- Milkii fida
Milkiin:- Guddina fida