Tarekegn Bululta Godana

Tarekegn Bululta Godana

Share

Official page Of State Minister At Ministry Of Industry.

Photos from Trade and Industry For Prosperity 
ንግድና ኢንዱስትሪ ለብልፅግና's post 14/01/2026
Photos from OBN Afaan Oromoo Plus's post 03/01/2026
31/12/2025

2026: A year of prosperity, unity, and peace. Let’s lift each other up and make every moment count!

29/12/2025



Nagaan ifa barii fakkaata
Dukkana mara ibsaa
Nagaa haa barbaannu
Guyyaa fi halkan mara
Nagaan jireenya nama kenaa
Furmaata rakkoo hunda.

23/12/2025

Hogganaa Ittaanaa EBC Gaazexeessaa addunyaa kanarraa du'aan boqachuu isanii yeroo dhaguu gadaa guddatuu natti dhagahame. Yeroo Miseensaa Boordii EBC ta'ee argeetii nama namusaafi ciminnaan hojii isaa hojjetuu ture. Maatiif firoottan isaa hundaaf jajjabinaa ha kennuf

Photos from Tarekegn Bululta Godana 's post 21/12/2025

የአምራች ኢንዱስትሪ ምክር ቤት በአማራ ክልላዊ መስተዳድር በባህር ዳር እና በደብረ ብርሃን ከተማ መስተዳድሮች በሚገኙ አምራች እንዱስትሪ ላይ ጉብኝት አድርጓል። እነዚህ ጉብኝቶች የኢንዱስትሪ ሽግግርን ለማፋጠን እና አምራች እንዱስትሪ በብሔራዊ ልማት ማዕከል ለማድረግ መንግስት ያለውን የማያወላውል ቁርጠኝነት የሚያሳይ ጠንካራ ምልክት ነው።

Manni Maree Indaastirii Omishaa Bulchiinsaa Naannoo Amaaraa Magaalaa Baahirdaarii fi Debree Berhanitti industirii omishaa daawwateera. Daawwannaan kun mootummaan guddina Indaastirii saffisiisuu fi indaastirii omishaa wiirtuu guddina misooma biyyaalessaa gochuuf kutannoo cimaa qababaachuu agarsiisa.

Photos from Ethiopian Ministry of  Industry's post 19/12/2025
Photos from Tarekegn Bululta Godana 's post 10/12/2025

ዛሬ ከእስራኤል ከመጡ የእንድስትሪ 4.0 ባለሙያዎች ጋር እንዴት የኢትዮጵያ አምራች የእንድስትሪ ወደ ኢንዱስትሪ 4.0 የምናደርገውን ጉዞ ስኬታማ ለማድረግ በጋራ መስራት እንዳለብን ተወያይተናል። የኢንዱስትሪ 4.0 ቅልጥፍናን እና ምርታማነትን ለማሳደግ ፣ወጪን እና ብክነትን ለመቀነስ ፣ የምርት ጥራትንና እና ፍጥነትን በማሳደግ እንድስትሪዎችን ተወዳዳሪ ለማድረግ እጅግ አስፈላጊ ነዉ።

Today, I had a productive meeting with Mr. Eli Sarel and Mr. Ilan Alter from Israel how we can work together to make the Ethiopian manufacturing industry a success on its journey to Industry 4.0. Industry 4.0 is essential to increase efficiency and productivity, reduce costs and waste, and increase product quality and speed, making industries competitive.

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Addis Ababa
1165