01/01/2023
Adunyaa Guutu keessa jirra Mallatton keenya jaalala
Dhabbata jaalala
01/01/2023
21/11/2022
As wr wb
Hiryootan ko
Bakka jirtanutti
Rabbi isini wojin Haajiratu
Hiryoota Haali jireenyaa fi Musiibaan Rabbin ilma namatif kae
Namudachuudhan wolqabee
Baaye wolittii Fagaane jirru
Kan Baaye woljaallanu fi wol Amananu ture Bakka itti wolbenu
Woldhabnee wolitti Rifane Jiruu
Fi hiryaa ko ijolummaa kaase
Wolin jiraata ture Dhiifama Gudda si gaafadhaa
In shaa Allah
Rabbin Akkuma Booda Rakko Bal'ootu jira jedhe
Fatanaa Baaye nati jabaate turte
Booda Alhamdulillah
Akkuma Musiibaa cimtuu Nati buuse akkan obsu Na taasise
Amma Guyya xiqoo booda insha allah
Guyyaan hiryaa ko fi Namoota na amananii amanaan jara bakka jijiirame
Isa Liqii akka liqiitti galchee
Isa amaana akka amaanati debise
Isa woliin Hojachuuf dhufee Utuu hin milkain hafe Furmata isaa
Irratti woliin Fala kaahu
Taha inshaa allah
Duayii keessaniin nan dagatinaa
Wollahi Erga mokoron sun na mudate guyyaa tokko utuu iyaadatin oole buleen beeku
Namoota Ani Baaye jaalluufi
Namoota Baaye Najallatan
Na dhabsiise
Hiryaa Guyya Rakko fi Gammachuu
Kotiin Adda nabaase
Kanin Galatoonfadhu
Rabbi Obsa naa kennee utuu mataan ko hin xuqamin kessa bahuf Abdii horadheefi
Hiryoota ko Na sataranii Utuu miidhan Hiryaa isanitin irra gaee
Madeese Jiruu
Namatti utuu hin himatin
Jecha badaa tokko utuu nan hinjedhin guyyaa arra gahani
Rabbi hiryaa gaari Naa obsu naa kenne
Alhamdulillah Rabbil Aalamiin
Rakko akkanaa kana Rabbi oboleesa Islaamaa irran hin gain
Anarra moo akka Rabbin kaasu Duayii Kessan Amaanadha
اللَّهُمَّ اكْفِنِي بِحَلاَلِكَ عَنْ حَرَامِكَ، وَأَغْنِنِي بِفَضْلِكِ عَمَّنْ سِوَاكَ
Yaa Rabbi halaala keetiin haraama kee irraa na tiksi. Tola keetiin waan si malee jiru irraa of na geessisi.
اللَّهُمَّ إِنِّي أَعُوذُ بِكَ مِنَ الْهَمِّ وَالْحَزَنِ، وَالْعَجْزِ وَالْكَسَلِ، وَالْبُخْلِ وَالْجُبْنِ، وَضَلَعِ الدَّيْنِ وَغَلَبَةِ الرِّجَالِ
Yaa Rabbi ani yaaddoofi gadda, dadhabbiifi taatiyoo, doynummaafi lunnummaa, ulfina hidaafi namootaan mo’atamoo irraa sittin maganfadha
06/10/2022
As wr wb
Akkam jirtu Fayumaa
Namooni Wolii galtee
Koree falabarbaduu woldaa sabona line isin maryachise irrati woliigaltanii jirtan
Fi kan wolgayicharati
Inargamin yaada ummani irratti woligalerrati nuuftaha jettan
Namooni biyya alaa jirtan
Nama biyya kessa bakka bufatan qabdan
Maati keessas tae hiryaa amantan
Yoo qabatan maqaa isaaa amma akakayufi Lakkofsa bilbilasaa
Worri biyya kessaa yaanni kun nuftaha jettan maqaa kessan amma akaakayu fi lakkofsa bilbilaa
Daftanii karaa Misenjer. Watsapp.Telegram. SMS.fi IMO
Kaalid Abduljabbarin akka ergitan Kabajan isin gaafanna
Worri yaanni sun maali jedhu
Yookin isaaf haara tae Gaafi Gaafatu
Karaa Telegram utuu gafatani nati tolaa
https://t.me/+GukSjZN215Y3M2U0
Guruppi Telegramii
https://t.me/Hudlove
Toora Telegram kaalid Abduljabbar
0917203050 Lakkofsa bilbilaa
Kaalid Abduljabbar
Yaroo Gaarin isinif hawwa
AS WR WB
14/08/2021
As wr wb
Nama Galanni maluuf Galatomfatamuun Dirqama
1.Abba Alangaa Godina jimma
2. Polisii Magaala jimmaa
3. Polisii Godina jimmaa
4.Bulchinsa Godina jimmaa
5. Bulchinsa magaala jimma
6. Hojatoota Mootumaa Sektara hunda irratti argamtan
Gargaarsa guddaa Nuufgootanif
Gudda Galatooma. Kabajatu isiniif mala
Qabeenya umataa barbaaduf gaee gurgudda dhimma ofii godhatanii
Nubira dhaabbachu keessanif
Galatooma.
Ammas Hanga xumuraatti akka Nubira jiraatan kabajaan isin gaafanna.
Yaa miidhamtota ummata ballaa
Saamicha qaamni badii woliin
Qindaaye waan mootumma wojin jiru fakeese isin saame
Qabeenyi keesan Amma bakka godhatutti fi Fuulduratti Mootummaan itti gaafatamummaa
Ummata nama 670 Fudhatee
Gara Hojiitti akka galuufi
Aanolee hunda kessatti wolitti buinsi utuu hin uumamin
Akka sirresu Gaafi fi Iyyannoo keenya
Sagalee ummata Godina 10 irraa saamameeti
Sher Like
Pejii kessan Like akka gootan ergaa koti
Aduniyaa guutu keessa jirra
Haqa ummataa Rabbi hin Baleessu
19/07/2021
As wr wb Jirra jirtuu?
Wolgayiin Miseensota wolda sabbona Line konistrakshinifi Rilisteeti.
Guyya 15/11/2013
Bakki isaa Galma odaa ykn Gamoo
Wolda Liqiifi qusanna oromirraa
Darbii 3ffaa
Hotela Laalo fuldura
Kara Dololotti senu irra Harka bitaati kan argamu
Odaa kafe irra
Beekan kafe fuldura
Nannoo manariyaa duraani
Amma foqin ijaramaa jiru
Jechudha Namooni
Aanoleerra dhuftanii
Jimman gessani Bakkasa wolaltan
Doloolo Hotel jedhaa gaafadha
Karaa gaari fi Yaroo gaari isinif Hawwina
Koree Falabarbaadu
Irraa
18/07/2021
As wr wb
Jirtu
Guyyan arra akka Ithiopia tti
11/11/15
16/07/2021
Asalamu alaykum worahmatullahi wobarakaatuhu
Jirra jirtuu
Miseensota dhaabata sabboonaa
Laayin konistrakshinii fi rilisteeti taatan kan
Biyya keessatti argamtan
Ergaan Kun isin haaqaqabu
Guyya 15/11/2013
Magaala jimmaattiwolgayii Guddaa fi miseensota Sabboonummaafi dhugaa barbaadan hunda kan Hammatu geegefama waantaef
Guyyan sun guyyaa kamisaa
Ayaana iedal adaha booda
Ergaa kana wolii dabarsuudhan
Akka irratti argamtan kabajaafi jaalalaan isin afferra
Kanumaan wolqabatee Guyya 11/11/2013 tti gaafa guddaa jiraattonni Magaala jimma Hundi miseensa dhaabbata kanaa tahan
Hundi Haalduree wolgayii keenya mijeesinee Haqa keenya Deebifachuuf maal yoo gone karaa gabaabaafi yaroo dhihooti
Murtee nuuf godhata kan jedhu irrati maryachuuf wan taeef
Miseensonni dhufuun isinif mijatu
Kan jimman injiraannellee hirmachuu akka dandahu
Ibsuun barbaada
Akeekachiisa Miseensota biyya alaa jiraatanu irran kan hafe
Namni Miseensa tae kamiyyu firmaa ofiisaf faramuu qaba formii qophae irratti akka Aana ofiitin
Koreen Aanolee bakka buutan
Namni mallaqa hanga kafale fulduratti Firmaa ofitiin mirkaneesu
Akka qaban Hubachiisa
Isiniin jechuun barbaada
Wolgayii irraa Hafamuu hinqabne
Guyya 15/11/2013
Guyyaa murteesituu Irran hafinaa
Amaana isiniin jechuu barbaana
Koree Fala barbaaduu dhaabbata sabboona Laayin konistrakshinii fi Rilisteeti
Irraa Darbe
14/07/2021
As wr wb jirtu
Asalamu alaykum worahmatullahi wobarakaatuhu
25/03/2021
Jirra jirra
Nama Fakkaanne utuun taane
Of taane
Adunyaa irra jiraanna
Nutu Aduniyaa jijiira malee
Aduniyaan nunjijiirtu
Hiree keenya
Nutu murteefata
Nama gaafane Mana Kenya
Hinbulfannu
Nuti Nama
Bishaan miti
Kan Jallifamnu
Adunyaarra Deemuf Enyunu hin Gaafannu
Line
Consist reaction
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Addis Ababa
