Paartii Badhaadhinaa

Paartii Badhaadhinaa

Share

Fayyadamummaa Caalmaa Uummata Keenyaatiif ni hojjenna!

Photos from Paartii Badhaadhinaa's post 22/02/2026

Agarsiisa Duultota Addaa Itoophiyaa 🇪🇹

11/01/2026

የ21ኛ ክፍለ ዘመን ጀግና መሪ 💪🥰

18/11/2025

ካዛንቺስ 🥰

10/11/2025

RIP😭

06/11/2025

የምድር ድሮኖች የወያኔ ወንበዴን ከየጥሻው እየጎተቱ እያወጡት ነው…🇪🇹❤️🔥

04/11/2025

Magaalaa finfinnee Daandii Boolee hanga Magganaanyaa !

26/10/2025

Daandiin nagaa yoomuu milkiidha🥰

Baga Milkooftee 🌼
➡️ Cidhaa Milkii Qabaadha !

22/10/2025

Barri Bara Olka'insa Itoophiyaati!🇪🇹🫰❤️🫰
= = = = = =
Itoophiyaaf biiftuun ulfinaa ba'aa jirti. Barri 2018 akkuma seeneen wantootni imala olka’iinsaa dhugoomsan hedduun mul’achuu fi eebbifamuu eegalaniiru. Kanneen keessa hidhi haaromsa Itoophiyaa isa tokko yoo ta'u, yeroo ammaa kana ammoo piroojektoonni hidhaa haromsaa caalaan eebbifamuun eegalchiifamaniiru.

Waarshan xaa’oofi gaazii uumamaa fakkeenya tokko yoo ta'an, kanneen biroof wal duraa duubaan dhufaa jiru. Boba’aan marsaan duraa eebbifamee gabaaf yoo dhiyaatu, battaluma sanatti immoo marsaa lammaffaan akka bahuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.

Kana malees Albuudonni hedduun kana dura hin baane kan gatiin isaanii akka addunyaatti qaalii ta’an bahanii gabaaf dhiyaachuuf jiru. Kun walitti ida’amee olka’iinsa Itoophiyaa akka dhugoomsu shakkii takka hin qabnu!🇪🇹🫰❤️🫰

14/10/2025

Damma maaloo*2...

゚viralシ

Photos from Paartii Badhaadhinaa's post 04/10/2025

Cabbiituu finfinnee roobee sitti hin fakkaatin
Oromoon Galaana !!! ⚫️🔴⚪️

Photos from Paartii Badhaadhinaa's post 04/10/2025



Irreecha- Ibsituu Miidhagina Oromummaa

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address


Addis Ababa