KIYYA Baabbilee

Call Directions Website

KIYYA Baabbilee I promote proggrames, values policies,strategies and vision of prosperity party. Fira fakkaatee dhadhaan wayyaa balleessa!
(5)

Gootichi farra taankii  ammayyaa wayyaaneen dhoksitee turte to'annoo isaa jala oolchee jira ‼Humni badii wayyaanee akka ...
23/10/2026

Gootichi farra taankii ammayyaa wayyaaneen dhoksitee turte to'annoo isaa jala oolchee jira ‼

Humni badii wayyaanee akka fokkorte ta'aafii hin jiru. Meeshaalee waraanaa gurguddoo gooftolii isheerraa kadhachuun fiddee fi baajata misoomaa Tigiraay irraa hanqisuun bitte mara iddoo hundatti harcaaftee baqachaa jirti. Gootichi raayyaa ittisaa keenya tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu fi wayyaanee Tigiraay irraa qulqulleessuu jabeessee itti fufuun guyyaa har'aa magaalaa Wuquroo irraa fageenya kiiloomeetira 30 irratti kan argamtuu fi Tsigereda jedhamuun beekamtutti meeshaalee jabanaa farra taankii fi furgaaftota isaa 51 to'annoo isaa jala oolfatee jira!.

 ‼️Giddu Galeessa Tigraay Aanaa Aasi'aatti meeshaalee Waraana garee TPLF n kuufame tarkaanfii laaleessa Gootichi Raayyaa...
22/10/2026

‼️
Giddu Galeessa Tigraay Aanaa Aasi'aatti meeshaalee Waraana garee TPLF n kuufame tarkaanfii laaleessa Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti fudhateen to'annoo jala ooleera.Kunis:
Kilaashikoov 681
Boombii 44
Rasaasa Dishqaa heddu too'atameera.

Gama biraatiin konkolaattotaafi meeshaalee rasaasaa gareen ABUT ummata irraa saamuun itti fayyadamaa ture, yeroo humni waraanaa itti dhiyaatu immoo dhoksee baqate to’annoo jala ooleera.

Injifannoon Itti Fufa!

 !Gootonni duulaa waraarii (Sha'abiyaa) dura dhaabbachuuf gara fuulduraatti bobba'aniiru.Ajajaan Raayyaa Ittisa Biyyaa I...
22/10/2026

!

Gootonni duulaa waraarii (Sha'abiyaa) dura dhaabbachuuf gara fuulduraatti bobba'aniiru.
Ajajaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Jeneraal Yigzaawu fi ajajaan Humna Nagaa Tigraay Kolonel Salamun Tasfaay 💪🇪🇹
Magaalaan Zaanaa har'a guutummaatti humna Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humna Nagaa Tigraay gootota keenyaan bilisa baateetti.
💪🇪🇹✊

22/10/2026







   Kanaan dura Itti Aanaa Kantiibaa  Bulchiinsa Magaalaa Dodolaa ta'anii tajaajilaa kan turan Obbo Abdussalaam Hassan gu...
21/10/2026



Kanaan dura Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dodolaa ta'anii tajaajilaa kan turan Obbo Abdussalaam Hassan gurmaa'iinsa haaraan irra deebiidhaan Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dodolaa ta'anii muudaman!
Bara Hojii Milkii isiniif haata'u.
‎

 🚨*************Eertiraan Itoophiyaa waliin wal dura dhaabbachuuf dandeettii hin qabdu jedhu MM Xaaliyaan. Ministirri Muu...
21/10/2026

🚨
*************

Eertiraan Itoophiyaa waliin wal dura dhaabbachuuf dandeettii hin qabdu jedhu MM Xaaliyaan.

Ministirri Muummee Xaaliyaanii Giyoorgiya Melooniin filannoo Eertiraan qabdu gaaffii Itiyoophiyaa raawwachuu qofa jedhan. Ta'uu baannaan Itoophiyaa waliin wal-dura dhaabbachuuf humna hin qabdu.

Taatu Baranuma! 💪
Galmee Seenaa

 ‼️.Dabratsiyoon dabalatee hooggantoonni gurguddoon TPLF marfamuu isaanii hordofee sa’aatii 48 keessatti karaa Gamtaa Af...
20/10/2026

‼️.

Dabratsiyoon dabalatee hooggantoonni gurguddoon TPLF marfamuu isaanii hordofee sa’aatii 48 keessatti karaa Gamtaa Afrikaatiin harka kennatan kan itti himame yoo ta’u, yeroo kenname keessatti Raayyaa Ittisaaf harka kennachuu baannaan tarkaanfiin kan irratti fudhatamu tahuun ibsameera. Itti muddi!

Injifannoon Raayyaa Ittisa Biyyaatiif🇪🇹✊️

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KIYYA Baabbilee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share