Waajjira Abbaa Alangaa Magaala Baatuu

Waajjira Abbaa Alangaa Magaala Baatuu

Share

2014 e.c
Batu Town

01/08/2022

Seera Gibiraa Fi Taaksii

Maalummaa Taaksii
taaksii (gibira) jechuun baasii mootummaan faayidaa waligalaa hawaasa akka haguguu danda’uuf kafalan gibira kamiyyuu gaafii faayidaa addaa dhuunfaadhaan osoo hin kaasiin kafaluu qabuu. kafaltii dirqama seeraan murtaa’ee jechuudha.
taaksii ykn gibira kafaluun dirqama seeraan murtaa’eedha.
gibira kan murtaa’u motuumaadhaani gibirri kan murtaa’u fi sassaabamuu fi faayidaa waligalaa hawaasaatiif jedhameetti kafalaan gibiraa gibira kan kafaluu faayidaa dhuunfaa dhunfaatti argachuuf osoo hin taanee hojiwwan mootummaan hojettu gargaaruuf dirqama waan qabuu fi
Gosota Gibiraa Fi Taaksii
gosonni gibiraa mootummaan labsii murtesse sassaabaa jira.
1ffaa Gibira galii (income tax)
2ffaa Taaksii dabalataa (vat)
3ffaa Tarnoovar(tot)
4ffaa Eksaayizii
Qaraxa Teembiraa Fi Ashuraa Gurgurtaatti

1.Gibira galii:-galii namoonni dhunfaa ykn dhaabbanni tokko argatuu irratti gibira murtaa’uu fi sassaabamu jechuudha.
fkn gibira galii qaxaramuu irra argamuu gibira kiraa manaa
gibiraa bu’aa hojii daldalaa fi madawwaan biro irraa argamuu

2. Taaksii Galii: Dabalataa (Vat)
taaksii gurgurtaa mi’aa fi tajaajila irratti murtaa’udha.
baasii fayyadamtoonni mi’a ykn tajaajila isaan fayyadau bitachuuf baasan irratti murtaa’a.
kafaltoota taaksii dabalataa namoota hojii daldalaa irratti boba’an taaksii sassaabuun mootummaaf galii godhan yoo tahan
manni hojii taksiin dabalataa itti kafalamuu hojjetuu galiin gurgurtaa waggaa qar.500,000 ol yoo ta’e labsii vat lakk. 285/85 keewwata 16 jalatti ibsameera.

A.Dirqamoota Kafaltoota Taaksii Dabalataa
taaksii gatii dabalataa beeksisuu taaksii sirritti heerreegu yeroodhaan kafaluu danda’aa seeraan taa’ee keessatti Ab/Taayitichaatiif beeksisaa dhiyeessu keewwata 28 nagahee keennuu namnii kafalaa taaksii dabalataa ta’ee nama meeshaa bitaa tuquu dirqama nagahee keennu qaba
sanadoota heerreegaa qabachuu sanadoota hojii daldalaa isaa waliin walitti dhufeenya qaban kuununsee kaa’u qaba. bu’aan isaa:- taaksiin tilmaamaan akka irratti hin murtoofnee ni gurguraa sochii daldalaa kafalaa taaksii agarsisuuf
sochii kafalaan taaksii qaamoota biro waliin taasisuu agarsisuuf daldala biyaatti ilaalchisee odeefannoo keennuuf gargaaraa.
Jijjiraa taasifamee beeksisuu kanneen akka maqaa, teesoo, iddoo hojii gurmaa’ina hojii irratti taasifamuu Ab/Taayitichaatif guyyota 21 keessatti beeksisuu qaba keewwata 38

3. Taaksii Tarnoovarii (TOT)
galii gurgurtaa walii gala irratti kan murtaa’udha.

Photos from Waajjira Abbaa Alangaa Godina Harargee Lixaa - West Hararghe Attorney's post 20/07/2022

Ogeeyyiin seeraa Carraa kanatti fayyadamaa.

19/07/2022

Akkam jirtu page/fuulli kun fuula face book haaraa Waajjira Abbaa Alangaa Bulchiinsa Magaala Baatuuti, Fuula kana irratti hojiilee waajjira keenyaan hojjatamaniifi dhimmoota seeraa adda addaa kan irratti kan dhoobnu ta'a, fuula keenya like yoo gootan waan heddu argachuu dandeessu.
fi qeeqa qabdanis irratti nuuf kennaa.
!!

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Addis Ababa