14/12/2021
Kolleejjiin BLTO Darraa waldaalee IMX tiif leenjii KAIZEN fi INTREPRENURSHIP guyyoota lamaaf kennee jira....IMX leen bu'uuda Industirii ti....deeggarsa barbaadu, kolleejjiin keenyas xiyeeffannoon hojjachuun milkina isaaniif yeroo hunda caalaa ni hojjata.
12/04/2021
Ijaarsi daree dabalataa kolleejjii BLTO Darraa bara 2013 deeggarsa waldaa misooma Oromiyaa irraa argameen eegalame ture ijaarsi isaa bifa karoorfameen deemaa jira. Hoggansaa fi ummata Aanaa yeroo mara misooma deeggaru guddaa galateeffanna.
08/02/2021
Walharkaa fudhiinsi ijaarsa shooppii kolleejjii BLTO Darraa hirmaannaa ummataa fi deeggarsa Aanaatiin ijaarame bakka bulchaa fi walitti qabaa boordii kolleejjii Obboo Malaakuu Taaddasaa akkasumas ogeessonni godinaa jiranitti Guraandhala 1/2013 raawwatamee jira. Hoggansaa fi hawaasa Aanaa Darraa guddaa galateeffanna.
10/01/2021
Workshoppii hirmaannaa ummataa fi deeggarsa aanaan ijaarame