14/11/2024
!
Qonni Utubaa Guddina Biyyaati!
Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti,Hojii facaasaa Qamadii Jallisii bonee haala gaariin itti fufee jira.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jemal Ahmedhadi Abrahim, Public & Government Service, Addis Ababa.
14/11/2024
!
Qonni Utubaa Guddina Biyyaati!
Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti,Hojii facaasaa Qamadii Jallisii bonee haala gaariin itti fufee jira.
08/11/2024
08/11/2024
Aanaa Gola Odaa
==============
Konfaransiin Paartii Badhaadhinaa hundeeffama waggaa 5ffaa sababeeffachuun gaggeeffamee jira.
29/2017
Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti Miseensotni Paartii Badhaadhinaa sadarkaa garaa garaatti argaman Konfaransii kurmaana 1ffaa bara 2017 hundeeffamni Paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaan yaadachuun gaggeefamee jira.
13/07/2024
"Waadaa Gochaan Dhugoome,Galma Badhaadhiina Dhugoomse!βΌοΈ
Riizortii Iikkoo gorgoraa suuraanβοΈ
"Dargaggoonni Imala har'aatif Wabii,Kan Egereetiif ammoo Abdiidhaπ
"Milkii Imala badhaadhina ni dhugoomsuπ€
18/06/2024
Aanaa Qumbii
*******************ββββ****************
Waxabajji 11/2016
Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbiitti mariin hojjettoota mootummaa hirmaachise mata duree "Gargaaramummaa irraa gara Oomishtummaatti Birmadummaa fi Kabaja Biyyaalessaatiif" jedhuum gaggeeffameeti jira.
02/06/2024
Aanaa Qumbii
βββββββββββββββββββββ
Caamsaa 25/2016
Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbii Araddoota Aanichaa hunda keessatti konforaansiin Dargaggootaa 14ffaan mata duree "Dargaggoonni Anniisaa Jijjiiramaa,Utubaa Biyyaa fi Abdii Egereeti!" jedhuun gaggeeffamaa Oleeti jira.Konfiransii kana cinaatti hojiin gurmaa'insa dargaggootaa sadarkaa hundatti jiru cimsuu hojjetamaa oolee jira.
"Dargaggeessi biyya utubee har'aan gahe badhaadhinatti ceesisuuf xiiqiin hojjachuu qaba"