Oromia Seed Enterprise
-Branch
Oromia Seed Enterprise
ISFO
Oromia Seed Enterprise
Bale Branch
https://www.facebook.com/share/v/1Cq7YbvyxC/
29/05/2026
Oromia Seed Enterprise
በኦሮሚያ ክልል ለመኸር እርሻ የምርጥ ዘር አቅርቦት…
On May 29, 2026 21
አዲስ አበባ፣ ግንቦት 21 ፣ 2018 (ኤፍ ኤም ሲ) ለ2018/19 የመኸር እርሻ በቂ ምርጥ ዘር አቅርቤያለሁ አለ የኦሮሚያ ምርጥ ዘር ኢንተርፕራይዝ።
የኢንተርፕራይዙ ባሌ ቅርንጫፍ ስራ አስኪያጅ ሙሉቀን አስቻለው ለፋና ሚዲያ ኮርፖሬሽን እንደገለጹት÷ ለመኸር እርሻ የተለያዩ የሰብል ዝርያዎችን በጥራት በማምረት ለአርሶ አደሮች እየቀረበ ይገኛል።
አሁን ላይ ከ450 ሺህ ኩንታል በላይ ዘር መዘጋጀቱን ገልጸው÷ ከዚህ ወስጥ 150 ሺህ ኩንታል ምርጥ ዘር በመጋዘን ማስገባታቸውን ተናግረዋል።
ኢንተርፕራይዙ እንደ ሀገር በ32 ሺህ ሄክታር ላይ ከሚያከናውነው የዘር ብዜት ውስጥ 17 ሺህ 700 ሄክታሩ በባሌ ዞን የሚለማ መሆኑን ጠቁመዋል።
እንደ ሀገር በምግብ እራስን ለመቻል የተያዘውን ውጥን ለማሳካት በቂ የምርጥ ዘር አቅርቦት እንዲኖር ኢንተርፕራይዙ በትኩረት እየሰራ ይገኛልም ነው ያሉት።
https://www.fanamc.com/archives/315748
Baga Iida Arafaa Geessan!!!
20/05/2026
Intarpiraayziin Sanyii Filatamaa Oromiyaa Damee Baalee hanqina sanyii filatamaa xiqqeessuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.
Intarpiraayzichi bara kana sanyiilee akaakuu gara garaa 45 baay'iseerra oomisha kuntaala kuma 450 ol sassaabuus ibseera.
Hojigeggeessaan Intarpiraayzii Sanyii Filatamaa Oromiyaa damee Baalee Obbo Muluqan Aschaaloo akka jedhanitti, intarpiraayizichi hanqina sanyii filatamaa mul'atu xiqqeessuuf hojiilee tumsan hojjachaa jira jedhan.
Oomishini sanyiilee akaakuu gara garaa kuntaala kuma 450 ol gara mana kuusaatti gales qaamuma carraaqqii kanaa ta'uu eeran.
Oomisha Sanyii argame yeroon qulqulleessuun facaasaa yeroo arfaasaatiif dhaqqabamaa taasisuus yaadachiisan.
Akkasumas yeroo ammaa sanyii filatamaa kuntaala kuma 150 ol qulqulleessuun qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf mijeessuus himan.
Dhaabbatichi sanyii filatamaa qopheessu karaa bakka bu'oota isaa godinaalee Oromiyaa garagaraa keessa jiraniin dhaqqabamaa taasisaa jiraachuus akeekan.
Intarpiraayizichi sagantaa jallisii bonee hanqinni sanyii akka hin mudanneef xiyyeeffannoo addaa kennee hojjachaa jiraachuus himan.
Intarpiraayziin Sanyii Filatamaa Oromiyaa damee Baalee ooyruulee qonnaa godinaalee Oromiyaa gara garaa keessa jiran heektaara kuma 17 ol irratti sanyii kan baay'isu ta'uus dubbataniiru.
https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZS-96VwdITOLg2
ose on TikTok 9 Followers, 7 Following, 2 Likes - Watch awesome short videos created by ose
Karaa Fuula TikTok ose jedhuun dhufnee jirra, Follow tolchaa.
20/05/2026
ose on TikTok 2 Followers, 0 Following, 0 Likes - Watch awesome short videos created by ose
Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaatti ISFO'n Damee Arsii Sanyii Filatamaa akaakuu adda addaa sadarkaa isaa eeggate baay'inaa fi qulqullinnaan qopheessee raabsuu irratti argama.
====
Oromia Seed Enterprise
Intarpiraayizii Sanyii Filatamaa Oromiyaatti Agarsiisaa fi Egzibishiinii ISFO Damee Baaleetiin Magaalaa Roobee Yunivarsitii Madda Walaabuutti Qophaa'e.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Address
Addis Abeba
Addis Ababa
