29/03/2023
Buusaa Gonofaa Oromiyaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Buusaa Gonofaa Oromiyaa, Government Organization, Addis Ababa.
29/03/2023
22/03/2023
14/03/2023
13/03/2023
Mootumaan Naannoo Oromiyaa deeggarsa namoomaa ilaalchisuun marsaa 2ffaaf waamicha dhiheesse.
OBN Bitootessa 03, 2015-Naannoo Oromiyaa Godinaalee tokko tokko keessatti sababa hanqina roobaan hongee uumameen lammiilee rakkoof saaxilaman gargaaruuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa waamicha deeggarsaa taasise hordofee dhuunfaadhaan, dhaabbileen daldalaa, dhaabbileen mootummaa, mit-mootummaafi hawaasni bal’aan haala gaariin deebii hatattamaa kennaniiru.
Mootummaan Naannoo Oromiyaas kanuma bu'uura godhachuun marsaa 1ffaan beekkamtii kennuun isaa ni yaadatama.
Ammas, namoonni dhuunfaadhaan, dhaabbileen daldalaa, dhaabbileen mootummaa, waldaalee fi biroon uummata sababa hongeen rakkoof saaxilameef maallaqa walitti qabdaniifi walitti qabaa jirtan lakkoofsa herreegaa baankiiwwan Buusaa Gonofaa Oromiyaan banamanitti galii taasisuun nagahee/bank slip/ akkasumas qaamonni gargaarsa akaakuu taasiftan ammoo sanada ittiin gargaarsicha galii gootan qabattanii Bitootessa 4 hanga 5 bara 2015tti Waajjira Muummee Buusaa Gonofaa Oromiyaa magaalaa Finfinnee Naannoo Saaris Warshaa Addis Gommaa fuulduratti argamutti akka galmooftan isin beeksifna.
Haaluma kanaan, sirni beekamtii, walharkaa fuudhinsii fi uummataaf ifoomsuu marsaa 2ffaa Roobii Bitootessa 6 bara 2015 waaree dura sa’aa 4:00 irraa eegalee Waajjira Pirezidaantiitti waan gaggeeffamuuf sagantaa kanarratti akka argamtan waamicha isiniif taasifna.
Odeeffannoo dabalataa argachuuf lakkoofsa Bilbilaa 09 11 48 86 10 dhaan qunnamuun ni danda’ama. Mootumaa Naannoo Oromiyaa
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa yoo argachuu feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiitarii: https://twitter.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa
13/03/2023
በቦረና በድርቅ ለተጎዱ ወገኖች ድጋፍ አሰባስበው ያስረከቡ አካላት አስፈላጊውን ሰነድ በመያዝ እንዲመዘገቡ ጥሪ ቀረበ
አዲስ አበባ መጋቢት 3/2015(ኢዜአ)፦የኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት በቦረና በድርቅ ለተጎዱ ወገኖች ድጋፍ አሰባስበው ያስረከቡና በማሰባሰብ ላይ ያሉ አካላት አስፈላጊውን ሰነድ በመያዝ እንዲመዘገቡ ጥሪ አቅርቧል፡፡
ክልሉ ጉዳዩን አስመልክቶ ባስተላለፈው መልዕክት በአንዳንድ ዞኖች በድርቅ ምክንያት በሰውና በእንስሳት ላይ ያጋጠመውን የምግብና የውሃ እጥረት በጋራ ለመፍታት እንዲቻል የድጋፍ ጥሪ መደረጉን ጠቅሷል።
ይህን ተከትሎም ግለሰቦች የግል ድርጅቶች፣ መንግስታዊና መንግስታዊ ያልሆኑ ተቋማት እንዲሁም መላው ህብረተሰብ አስደናቂ በሆነ መልኩ ምላሽ በመስጠቱ ክልሉ የመጀመሪያ ዙር እውቅና ሰጥቷል፡፡
አሁንም በክልሉ በድርቁ ምክንያት ለችግር ለተጋለጡ ወገኖች በቡድንም ሆነ በተናጠል ድጋፍ የሰበሰቡም ሆነ እየሰበሰቡ የሚገኙ አካላት ገንዘቡን ለዚሁ ዓላማ ተብለው በቡሳ ጎኖፋ ኦሮሚያ ተከፍተው ይፋ በተደረጉ የሒሳብ ቁጥሮች ያስገቡበትን የባንክ ስሊፕ እንዲሁም በዓይነት ድጋፍ ያደረጉበትን ሰነድ በመያዝ እንዲመዘገቡ ጥሪ አቅርቧል፡፡
ምዝገባው ሳሪስ አዲስ ጎማ ፋብሪካ ፊት ለፊት በሚገኘው የቡሳ ጎኖፋ ኦሮሚያ ዋና መስሪያ ቤት መጋቢት 4 እና 5 ቀን 2015 ዓ.ም እንደሚካሄድ ተገልጿል፡፡
በዚሁ መሠረት የተመዘገቡ አካላት መጋቢት 6 ቀን 2015 ዓ.ም ከጠዋቱ 4 ሰዓት ጀምሮ በኦሮሚያ ርዕሰ መስተዳድር ጽህፈት ቤት በሚደረገው 2ኛ ዙር የርክክብና የእውቅና ሥነ ሥርዓት ላይ እንዲገኙ ጥሪ ቀርቧል፡፡
09/03/2023
Obbo Habtaamu Sisaay Hoggana Buusaa Gonofaa Oromiyaa tahun Pirazidaantii MNO Kab. Obbo Shimalliis Abdiisaatiin muudamaniiru.
አቶ ሀብታሙ ሲሳይ የኦሮሚያ ቡሳ ጎኖፋ ስራ አስኪያጅ ሆነዉ ተመደቡ። መልካም የስራ ዘመን❗️
Yeroo Hojii Milkii Obbo Habtaamuf Hawwineerra‼️
28/02/2023
28/02/2023
(BGO.Gur.21/2015)Naannoo Oromiyaatti lammileen sababa hongeetiin miidhamaniif deeggarsi lammii irraa eegamu taasiifamaa jira. Bulchiinsi magaalaa finfinnee deeggarsa maallaqaa fi akaakuun qarshii miliiyoona 250 ol lammiilee Godina Booranatti hongeen miidhamaniif gumaachee jira.Gargaarsi kun warra gargaaramu bira hatattamaan akka gahuuf guyyaa har'aa kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, itti aanaa pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiitti laataniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Addis Ababa
