የሉዓላዊነት ልብ - ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ከኢቢሲ ጋር ያደረጉት ቆይታ - ክፍል 1
Paartii Badhaadhinaa Damee Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 4
Badhaadhina hundagaleessa haa mirkaneessinu!!!
02/04/2026
24/03/2026
የተከበራችሁ የአዲስ ከተማ ክፍለ ከተማ ነዋሪዎች የ7ኛው ሀገራዊ ምርጫ የብልፅግና ፓርቲ እጩዎችን እንድታውቋቸው:-
20/03/2026
19/03/2026
18/03/2026
Mallattoon Filannoo Keenyaa Nadoo Qamadii ti
Badhaadhina Filadhaa!
25/02/2026
Sirni dimokiraasii cimaan mallattoo Itiyoophiyaa ta'uu qaba yoo jettan, Badhaadhina filadhaa!
Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyaatti!
21/02/2026
Itoophiyaan_Gara_Biyya_Fakkeenyaatti!
Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 4tti, sagantaan beeksisuu Manifeestoo Filannoo biyyaalessaa fi naannoo 7ffaa fi mallattoo filannoo Waajjira Damee Paartii Badhaadhinaa gaggeeffameera.
Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti Bulchaa Aanaa 4, Obbo Taammanaa Indaalammaawu, ergaa dabarsaniin" Itoophiyaan dukkana keessaa gara ifatti, kufaatii keessaa gara olka’iinsaatti, harka namaa ilaaluu keessaa gara oomishtummaatti, akkasumas koo qofaa irraa gara keenyaatti ce’umsa dinqisiisaa gochuu jalqabdeetti kanaanis biyyaa fi uummata dhugoomsuun danda’ameera," jedhan.
Hoogganaan kun dabalataan akka ibsanitti, filannoon kun nagaa, haqaa, amanamummaa fi bilisa akka ta’uuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jira.
Itti gaafatamaan Waajjira Damee Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 4, Obbo Tigiluu Gabree, gama isaaniitiin: "Paartiin Badhaadhinaa filannoo biyyaalessaa fi naannoo 7ffaa sagalee caalmaan injifachuun Mootummaa hundeessuuf hojjechaa jira," jedhan. Akkasumas, jijjiirama damee diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaa keessatti waggoottan darbaniitti dhufe caalaatti jabeessuuf hojjetamaa jiraachuu eeran.
Ilaalcha Ida’amuun Filannoon Keenya Badhaadhina!
Mallattoo Keenya Addaa: Nadoo Qamadii dha!
Waajjira Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Aanaa 4
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ketema Woreda 14 Administration
Addis Ababa
