Page Kana Kan Banan Obbo Takkaa Goshu Caandoo Kan Jedhamanu Yemmuu Geggeessummaadhaan Gara Waajjirichaatti Kanan Dhufe Fulbana 1/1/2012-muddee 28/4/2013tti Dha.Hojiilee Ijoo Sektirichaan Hojjetan Mul'isuuf Miidiyaa Hawaasaan Fuula Kanarratti Maxxansuun Gaarii Ta'a Jedhamee Waan Yaadamuufiidha.Amma Immoo Qaamni Sekteericha Geggeessus Ta'e Ogeessi Kamiyyuu Hojiiwwan Jiranu Toora Kana Fayyadamee Maxxansuu Danda'a. Nagaatti!!!Bara Hojii Gaariin Isiniif Hawwa! "KAN HAFE,SEENAA DHAAF DHIISNA!"
Nono Sele Woreda Office of Enviroment,Forest And Climate Change Authority.
To introducing the purpose of our office or organization.as wel as mitigating climate change CRGE our country strategic plan.
26/10/2020
Onk.16/2/2013 Walta'insa Dhaabbata Ethio wetlands and Natural Resuorce Associatin jedhamuuf wajjira AT/ENBJ waliin Leenjii Hubannoo akkasumas Muuxannoo Wal jijjirraa Waldaa BBH (PFM)Gandoota 20 waliin mareen bal'aan geggeeffamee Gaaffiin hubannoo Labsii Oomisha bu'aa bosanaa 04/2011 bahe irratttis bal'inaan dhimma mancaatii bosonaa irratti deebiin itti kennamee jira.gama biraatiinis waldaaleen dhimma bosonaa bulchuu irratti waliigaltee mootummaan itti itti kenne giddugaleessa godhachuun abbummaan akka of danda'anii bulchan jala muranii hubatanii jiru.karaa rakkoo daangaan gandootni tokko osoo waldaa BBH kanatti hin haammatamin jiranu jiranu Qaamni olaanaan Naannoolee gambeeellaa fi uummata kibbaa wajjin ta'ee rakkoo daangaa akka hiikamu gaaffii dhiyeessanii jiru.Gandooleen kunis Arbee,Xuppii,Asandaaboo,Boontuu Kormaa fa'i.
Aadaa Hawaasa Aanaa Noonnoo Sal'ee Kunuunsa Bosonaan Beekaman Sana Jajjabessanii Itti Fufuu QaAadaa Hawaasa Aanaa Noonnoo Sal'ee Kunuunsa Bosonaan Beekaman Sana Jajjabessanii Itti Fufuu Qabu!
17/03/2020
Bitooteessa 08/07/2012
Birbirsaa.
✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔✔
AT/ENBJQ Aanaa Noonnoo Sal'eetti.
Leenjiin Misoomaa Dammaa fi horsiisa kanniisaatiin kan walqabatu mata dureewwan garaagaraa irratti guyyoota lamaaf kennamaa oole xumuramee jira.
Leenjiin kunis Sagantaa RIP oromiyaan Qindeessummaa wajjira Beeyiladaa fi Misooma Qurxummii waliin ta'uun kan kenname yemmuu ta'u leenjiin ogummaa kun Bakka Saayitii Sagantichaan qabamee jiru Qonnaan Bultoota Adda duree Filatamanii hojii Misooma kanniisaa kana ni hojjetu jedhaman Namoota 37 fi Ogeessota wajjiraalee MBQ fi Akkasumas AT/ENBJQ dabalatee kennamee jira.Kunis ogeessotn kun Saayitii irratti hojii kana Qonnan bulaaf deeggarsa ogummaa ni kennu jedhamee yaadameeti.
Leenjichis har'a waaree booda Maree Bal'aan guduunfamee jira.BaraHojii Gaarii Hawwinaaf!
Wajjira A/ENBJQilleensaa Aanaa N/Sal'ee leenjii hubannoo uumuu dhimma mancaatii bosinaatiin walqabatu Qaamoolee hawaasaa hundaaf yeroo adda addatti kennamaa tureera.bu'uruma kanaan sochiin eegumsa bosonaa aanaa keenyaa BBH akka ganda kudha sagaliitti(19)tti waldaa 20'n hundeeffame bu'a qabeessa ta'ee jira.haaluma kanaan mancaatiin bosonaa %90 gadi bu'ee jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Addis Ababa
