Buulo visit

Buulo visit

Share

https://www.youtube.com/@Buulovisit1 Qaroo nu jaamsan! Bakka kee ani yeroo kumaa kitila haa du'u!

20/05/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML 🌈🌄🌴
Édit : Lr🖌️🎨

09/05/2025

ኢትዮጵያ_ለዘለዓለም_ትኑር🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Ethiopian Federal Police
FDRE Defense Force - የኢፌዴሪ መከላከያ ሠራዊት


08/05/2025
08/05/2025

Ammaf Ani manuma koottin Jawwee Koo qofa yaala Jira.😎
Garuu gaaffiin Doktorootaa deebi'uu qaba

07/05/2025

Dr Jawar Mohammed 😃Abbaa qeeroo
Haala biyyaa keessa irraati Qabsoo Owwaa godha jira biyyaa keessa hoo maltuu jira ?🙄🙆‍♂️

03/05/2025

University aviation ethiopia nama 974 leenjisee hojiif qopheessuu hima. isaan keessaa dubartiin godhatte takkalleen hin jirtu!
አካታችነት ja'anii wanni isaan haasawan takkaa haasawa malee hojitti hin jijjiirre. bakki kun bakka xiyyeeffannoo guddoon itti kennamuu qabduudha. Ethiopian Airlines የእትዮፕያ አየር መንገድ 'n waan kana itti yaadee hojjataa jira.

Ijoolleen muslimaa kan hijaaba qaban, Dhiironni areeda isaanii dheeressan dhaabbata guddaa hangana jedhamu keessatti yoo bakki hin kennamnee እትዮፕያዊነት 'n hiikkaan ishii maali ree?
muslimoonni itiyoophiyaa dhimma kana qajeellotti hojii manaa godhachuutu nurra jira.

30/04/2025

Dandeettiin Jawar Mohammed baay’ee dabalee jira. Waan kitaaba irra jiru almost all dhugee jira. Waan lafa irra jirus hunda argee jira. Haasofni isaas akka dur mi’aa haasawa ijooluummaa of keessaa fixatus haasawa nama guddaa kan gurraaf tolu ta’ee jira. Garuu rakkoo guddaatu jira.

Adaduma Jawar beekumsa, bilchina, muuxannoof qaroomina argachaa deemuun dandeettiifi fedhiin hizbiin keenya waa hubachuuf qabu baay’ee dadhabaa jira. Ummanni beekaa dhiisee wallaalaafi baalagee dhageeffataa jira. Gorsa dhiisee arrabaafi salphina “ameen” jedhee fudhataa jira. Gama kanaan bilxiginnaan milkooftee jirti.

Jawar qalbii ummataa deebisee argachuu isa barbaachisa. Kanaaf baalagee ta’uu hinqabu. Waan baalagees haasawuu hin qabu. But he needs some new artistic approach!

Akkaataa baalageen biyya itti galaafataa jirtu guyyaa biraa barreessa.

27/04/2025

king my jawee 😎😎

26/04/2025

Hiriyoota dhugaa Koo fi Obboleewwan Koo Kan ittiin jettu dabalatee Namni kamuu akka ati Hojii, Beekumsa, Dinagdee, Beekamtii fi kkf... kee Siif guddatu ni hawwu.

Garuu akka isa caaltu Tasuma hin barbaadan!

Waaqa Uumaa, Harmee kee fi Haadha Manaa kee qofa kan akka ati galma yaadde geessuuf Itti Amananii fi yoo itti Amanuu Baatan illee kan si Kaayyoo keef jedhanii Halkanii fi Guyyaa si waliin dadhabu... Kana Sadan Qofa.

Haadha Manaa Kabajamtuu fi Kabajjuu Koo Baay'een Si Jaaladha.

Dr. Lemma Megersa Wako

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address


Buulo Visit
Addis Ababa