Oromia Occupational Competence Assurance Agency- Finfine Branch
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Occupational Competence Assurance Agency- Finfine Branch, Government Organization, Akaki Kality Around Tirunesh Beijing General Hospital, Addis Ababa.
19/09/2024
Guyyaa 09/01/2017
Dubbisuun waliif haa qoodnu kanneen ulaagaa guutanif.
20/05/2024
Marii Supparvaayizarootaa
‐-----------------------------------------------
caamsaa 12, 2016
Mariin Supparvaayizarootaa qajeelfamootaa fi Rakkoowwan gama Supparvaayizarootaan hojiirratti mul'atan akkasumas dhimma sassabbii galii keesso irratti mari'atamaa oole jira. Marii kana kan geggeessan Daarektara GQKTM obbo Yoonas fi Daarektara GBRS obbo Nasiradinin kan geggefame yoo ta'u marii kana keessatii rakkoowwan turan irratti mari'achuun gara fuulduraatti qajeelfamaa fi istaandaardii hojii irratti hundaa'uun hojii madaallii gahumsa ogummaa gaggeessuuf akkasumas sirna itti gaafatamummaas hojiirra oolchuuf mariin kun haala bareedadhan xumuramee Jira. Horaa Bulaa!
15/05/2024
Wiirtuulee Madaallii Ejensii Mirkaneessa Gahumsa ogummaa Damee Finfinnee jala jirtan hundaaf
Odeeffannoo Dabalataaf
Telegram https://t.me/emgoofinfinnebranch
Lakk.Bil 0114715560/0114715556
Hub:wiirtuulee Madaallii 'Domestic Work' kan hin dabalannee ta'uu isaa isin beeksifna.
07/12/2023
EMGOO-Damee Finfinnetti
Guyyaa 27/03/2016 kabaja Ayyaana farra malaamaltummaa fi Namusaa akka EMGOO damee finfinneetti kabajamee jira.
Innis mata duree:-
Malaammaltummaan Diina Waloo Keenyaa Waan Ta’eef Gamtaadhaan Irratti Haa Qabsoofnu kabajee jira.
Ayyaanicha sababeeffachuun ogeessota damichaa keessaa naamusa gaarii qabu fi Rawwii gaarii argamsiisaniif beekamtii kenne jira.
Carraa kanatti fayyadamuun Raawwii ji'oota shanan darban irratti hunda'uun karoora ji'a torbaa(7) kan qophaa'e kan waliinii godhacuun mirkaneesse jiraa.
Horaa Bulaa!!!
02/09/2021
EMGOO Damee Finfinnetti qophii yeroo boqonnaa hojii bara 2014 guyyaa lamaaf geeggefamu guyyaa har'aa (27/12/2013) jalqabee akka damee keenyatti sa'a lamaaf walakkaa irraa eegalee mata dureewwan garaa garaa irratti leenjiin kennamaa jira .
31/08/2021
Maammiltoota Damee keenyaa hundaaf
Guyyaa 26-28/12/2013 yeroo boqonnaa qophii hojii bara 2014 mata dureewwan garaa garaa irratti leenjiin hojjettoota Damee isaaf waan kennamuuf guyyaa jedhame kana keessatti kan isin hin keessumeessine ta'uu kabajaan isin beeksifna .
16/07/2021
Dhaabbii biqiltuu (Ashaaraa Magarisaa)guyyaa kaleessaa 08/11/2013 hojjettoota damee isaa fi akkasuma maammilli dhimma dhuunfaaf dhufellee hirmaachuun magariisummaa biyya keenyaaf qooda isaanii bahaniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Akaki Kality Around Tirunesh Beijing General Hospital
Addis Ababa
