The future of me and the fate of my country will be bright !
Oromia Pastoralist Area Development Commission
[email protected] is my face book user address.
Namni tokko mana hojii isaa keessatti adda-duree jedhamee moggaafamuun hiikni isaa maali dha? keessumattuu mana hojii mootummaa keessatti hojjataan ykn ogeessi tokko tokko kan ga'ee hojii ifa ta'e hinqabaatin ykn immoo gaheen hojii isaa kan sirriitti beekamu illee yoo ta'e itti gafatama hojii isaa keessatti raawwii kana jedhamu utuu hin raawwatin adda duree jedhamee moggaafamun qoosaa ta'uu irra waan darbu miti. Abbaan fedhe akka fedhe qoosuu ni danda'a, garuu kisaaraa eenyuutiin akka qoosamaa jiraatama?
31/07/2023
Namichi Dinqaa Abbaa Olii jedhamu waggootan soddomaa oliif aanaa Geeraa keessatti ifaan ifatti ummata dararaa kan ture dha. Yakka adda addaatiin si'a hedduu han himatamaa ture ta'us si'a tokko qofa mana murteettii dhiyaatee yakka malaan maltummaa itti mirkanaa'e baatii 6 hidhamee kan turee ta'us xurii al-naamuusummaa daanaa hinqabne waliin hojii mootummaa isaaf hinmalletti deebi'e ummata dararaa jira. Gochi isaa takkaayyuu gaaromee hin beeku. Nama kana Mootummaan seerstti dhiheessee aantummaa ummatummaa isaa mirkaneessuu qaba!
24/11/2022
Ethiopia rights body says video shows extrajudicial killings Ethiopia's state-appointed human rights commission said in a statement late on Saturday that a video circulating on social media showed government security forces carrying out at least 30 extrajudicial killings in December 2021.
21/10/2022
Nama Rabbiin jaalate maaltu jibba? Awwaalcha Sheekha guddaa Aadam Tuulaa, ilmi namaa manatti hin hafne. | Bilisummaa Online SEENAA SHEEKH AADAM TUULAA fii yaada ummata (Yaadannoo Sheekh Aadam Tuulaa (1905-2022) By: Urjii Ahmad Kitaaba bara 2014 katabe kan Aqiidaa Ulamaa'ii teenyaa jedhurraa fuudhame.Sheekh Aadam Ahmad Hammarroo Al- Oromii. Goodina Harargee Bahaa, Aanaa Kombolchaa, Tuulaa ganda je’amtutti Abbaan ...
20/10/2022
21/02/2022
I HOPE OUR OLD EMPIRE LOVERS MIGHT HAVE CONSIDER THEM SELF AS EQUAL AS ANY US THE OROMO, SOMALY, WALAYTA SIDAMA AND OTGERS. OTHERWISE THE HATE SPIRIT AND INSULT OF THEM LEAD THE EMPIRE IN TO FRAGMENTATION.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Contact the business
Website
Address
Addis A
Addis Ababa
