Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia

Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia

Share

Caffee Oromia - The Legislative Body of Oromia Regional State
https://web.facebook.com/CaffeeO/

31/05/2026

๐†๐š๐ฆ๐š๐š๐ ๐ ๐š๐ฆ๐š ๐Š๐ฎ๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง๐š ๐Ÿ‘๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐Š๐จ๐ซ๐ž๐ž๐ง ๐ƒ๐ก๐š๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐ƒ๐ก๐ข๐ฆ๐ฆ๐š ๐Œ๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐š ๐Œ๐š๐ ๐š๐š๐ฅ๐š๐š ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š ๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐š๐š๐ง๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ญ๐š๐š๐ฌ๐ข๐ฌ๐ž ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐Ÿ๐ฎ๐๐ก๐š๐ญ๐š๐ฆ๐ž;

29/05/2026

๐†๐š๐ฆ๐š๐š๐ ๐ ๐š๐ฆ๐š ๐Š๐ฎ๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง๐š ๐Ÿ‘๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐Š๐จ๐ซ๐ž๐ž๐ง ๐ƒ๐ก๐š๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐ƒ๐ก๐ข๐ฆ๐ฆ๐š ๐ƒ๐ฎ๐›๐š๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐‡๐š๐ฐ๐š๐š๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š ๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐š๐š๐ง๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ญ๐š๐š๐ฌ๐ข๐ฌ๐ž ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐Ÿ๐ฎ๐๐ก๐š๐ญ๐š๐ฆ๐ž;

Photos from Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia's post 25/05/2026

๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐š๐ ๐ ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐”๐ญ๐ฎ๐›๐š๐š ๐๐š๐๐ก๐š๐š๐๐ก๐ข๐ง๐š ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ญ๐ข!
๐Š๐š๐›. ๐€๐š๐๐๐ž ๐’๐š'๐š๐š๐๐š๐š ๐€๐›๐๐ฎ๐ซ๐š๐š๐ก๐ฆ๐š๐š๐ง
****
Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan; Giddugalli Badhaadhina Namoomaa Guddina qaamaafi sammuu dargaggootaa guutuu taasisuun badhaadhina biyyaa keessatti gahee isaan irraa eegamu akka bahataniif bakka gahumsa, dandeettiifi beekumsa itti horataniifi shaakalan jiraachuun murteessaadha jedhan.

Bu'uura kanaan, Mootummaanis xiyyeeffannoo olaanaa Dargaggootaaf kennee hojjataa jiruun giddu galoota kalaqaa, Saayinsii, Ispoortiifi iddoowwan bashannanaa hedduu ijaaruun dargaggoonni gama maraan irraa fayyadamoo akka ta'aniif hojjetaa jira.

Guyyaa har'aa kanas giddu galli Badhaadhina Namooma Dargaggoo tajaajila hundaa iddoo tokkotti kennuu danda'u, Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujee Aanaa Koloobootti qarshii Mil. 230 ijaarame eebbifameera.

Giddu galli kun waggaatti dargaggoota kuma 200 oliif tajaajila kan kennu yoo ta'u, leenjii ispoortii garaa garaa dabalatee gosoota tajaajila 16 ol kan kennudha.

Kana malees, Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoottis dirree xiqqicha (mini stadium) ijaarame bakka Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan argamanitti eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'eera.

Photos from Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia's post 25/05/2026

Afyaaโ€™iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Saโ€™aadaa Abdurahmaan, Sad. Itti Aanaa Pireezidaantii MNOtti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kab. Dr. Tashoomaa Addunyaa dabalatee hooggantoonni garaa garaa bakka argamanitti piroojeektota adda addaa eebbisanii jiru.

Magaalaa Shaggaritti dhaqqabamummaa, si'aayinaafi ammayyummaa kenna tajaajilaa mirkaneessuuf wiirtuu tajaajila tokkoffaa sadarkaa hundatti diriirsuun hojjetamaa jira.

Photos from Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia's post 23/05/2026

๐๐ข๐ซ๐จ๐จ๐ฃ๐ž๐ž๐ค๐ญ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐Œ๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐š๐š ๐”๐ญ๐ฎ๐›๐š๐š ๐ ๐ฎ๐๐๐ข๐ง๐š ๐ก๐š๐ฐ๐š๐š๐ฌ-๐๐ข๐ง๐š๐ ๐๐ž๐ž ๐›๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ญ๐šโ€™๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ญ๐š๐ฃ๐š๐š๐ฃ๐ข๐ฅ๐ฎ - ๐‘ฒ๐’‚๐’ƒ. ๐‘จ๐’‚๐’…๐’…๐’† ๐‘บ๐’‚โ€™๐’‚๐’‚๐’…๐’‚๐’‚ ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’–๐’“๐’‚๐’‰๐’Ž๐’‚๐’‚๐’
****
Rakkoo Hawaas-diinagdee ummata keenyaa furuuf xiyyeeffannoo kennuun hojii hojjetamaa jiruun jijjiiramni abdachiisaan roga maraan galmaaโ€™aa jira kan jedhan, Afyaaโ€™iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Saโ€™aadaa Abdurahmaan Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti argamuun Piroojeektota misoomaa adda addaa eebbisuun tajaajila hawaasaaf akka oolu taโ€™ee jira.

Shaggar Lafa Oomishaa, Utubaa Diinagdee Gooroo Naannoofi Biyya keenyaa akka taatuuf xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa kan jiru taโ€™uu, hojiiwwan misoomaa harโ€™a eebbifaman agarsiiftuu akka taโ€™es Kab. Aadde Saโ€™aadaan ibsaniiru.

Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantii MNOtti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kab. Dr. Tashoomaa Addunyaa, Shaggar Magaalaa yaadama haaraan hundoofte yammuu taatu, xiyyeeffannoon keenya qabeenya bulchuu, olaantummaa seeraa mirkaneessuu, tajaajila qulqulluufi siโ€™ataa taโ€™e ummata keenyaaf kennuu, piroojeektota rakkoo hawaas-diinagdee lammiilee furuu dandaโ€™an qulqullinaan hojjechuun tajaajila ummataaf oolchuudha jedhan.

Bulchituun Kutaa Magaalaa Galaan Guddaa Kab. Aadde Boggee Kennee piroojeektonni misoomaa adeemsa raawwii hojiiwwan guddina hawaas-dinagdee biyya tokkoo murteessuu keessatti qooda olaanaa qabu jedhan. Tarsimoo Magaalomsuu Mootummaan keenya qabatee hojjechaa jiru milkeessuufis, Kutaan Magaalaa Galaan Guddaa Aanaalee Baadiyyaa qabu keessatti piroojeektota misoomaa adda addaa amala magaalummaa qaban hojjechuun harโ€™a eebbaaf dhaqqabsiisee kan jiru taโ€™uu eeraniiru.

Kutaa Magaalichaatti, Manni Murtii Oldabarfataa tajaajila haqaa siโ€™ataa taโ€™e kennuuf ijaarame, dhiyeessii bishaan dhugaatii hawaasaaf kennuu giddu gala kan godhate, humna oomishtummaa maddisiisuuf kilaastarri beelladaafi Gamoon Abbaa Darbii sadii Aanaa Lakkoolee Geejjaatti ijaarame eebbifamanii jiru.

Photos from Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia's post 23/05/2026

Afyaaโ€™iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Saโ€™aadaa Abdurahmaan Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti Gamoo Wiirtuu Tajaajila tokkoffaa ijaarame eebbisan.

Kutaa Magaalichaatti Piroojeektiiwwan gaaffii ummataa deebisaniifi tajaajila hawaasaa saffisiisan baajata Mootummaafi hirmaannaa Ummataan ijaaramaa turan tajaajilaaf banaa ta'aniiru.tajaajila lammiilee saffisiisuun itti quufiinsa hawaasaa mirkaneessuun gamoon wiirtuu kenna tajaajilaa eebbifame isa tokkodha.

Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan sirna eebba piroojeektiiwwan kanneen irratti argamuun Shaggar Magaalaa ammayyooftuu qonnaan bultoota hammachuun hundoofteefi fayyadamummaan hawaasaa keessatti mirkanaa'aa jiru ta'uu kan himan, kunis bu'aa tarkaanfii Mootummaan Badhaadhinaa barii jijjiiramaa irraa eegalee fudhateen kan dhugoomedha jedhan.

Sadarkaa Itti Aanaa Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kantiibaan Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (PhD); Shaggar Magaalaa gaaffii Uummataa deebisuuf waggoottan sadan darbanitti seena qabeessa taโ€™an hojjechaa turtedha jedhan. Piroojeektiiwwan gurguddoo xumuruunis tajaajila hawaasaaf dhaqqabsiisuu kan dandeesse taโ€™uus ibsan.

Bulchaa Kutaa Magaalichaa Obbo Ashannaafii Camadaa gama isaaniitiin kutaa Magaalichaatti rakkoo hawaas-diinagdeefi misoomaa ummata keenyaa furuuf hojiiwwan hojjechaa turre keessaa tokko gamoo tajaajila uumataaf itti kenninu harโ€™a eebbifne isa tokkodha jedhan.

19/05/2026

๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ข๐Ÿ๐ข ๐“๐จ'๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐Š๐จ๐ซ๐ž๐ž๐ฐ๐ฐ๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐š๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž๐ง ๐ ๐š๐ ๐ ๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐ฎ๐›๐๐ž๐ž๐›๐ข๐ข๐ง ๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐Ÿ ๐ค๐ž๐ง๐ง๐š๐ฆ๐ฎ ๐ซ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐Ÿ๐จ๐จ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐š๐ค๐ค๐š ๐๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ ๐š๐ฅ๐ญ๐ž๐ž ๐ ๐ฎ๐๐๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ญ๐š'๐ž๐ž ๐ฃ๐ข๐ซ๐š.

15/05/2026

๐Ž๐จ๐ฆ๐ข๐ฌ๐ก๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ฌ๐ก๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š ๐๐š๐›๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐ž๐ญ๐š๐ฆ๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐œ๐ข๐ฆ๐ž๐ž ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐Ÿ๐ฎ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ ๐ช๐š๐›๐š!

12/05/2026

Guyyaa harโ€™aa nama seenaa guddaa dalaganiifi ashaaraa isaanii kaaโ€™anii darban Miseensi Komiishinii Marii Biyyaalessaa Komiishinar Zagayyee Asfaawu lubbuun addunyaa kanarraa darbuu isaanii yammuun dhagahu, gadda guddaatu natti dhagaahame.

Komiishinar Zagayyeen hayyuu jabaa ummanni keenyaafi biyyi keenya dhabde keessaa tokko; hanga lubbuun addunyaa kana irraa boqotanittis biyyaafi ummata isaanii humnaafi beekumsa qabaniin tajaajilaa turaniru.

Keessaahuu, โ€˜Lafti Qonnaan Bulaafโ€™ jechuun qabsaaโ€™aa kan turan Komiishinar Zagayyeen, ijaarsi aadaa diimokiraasii, mirgi abbaa biyyummaa ummattootaafi haqni lammiilee akka mirkanaaโ€™uufis jaallan qabsoo isaanii waliin qabsoo kaleessaf buโ€™uura taโ€™uun, ashaaraa isaanii ammoo dhaloota harโ€™aaf kaaโ€™anii darbaniiru.

Maatii, hiriyootaafi firoottan isaaniif jajjabina, lubbuun isaanii jannataan akka qananiitu hawwa.

06/05/2026

๐๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ข๐ง ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž ๐Š๐จ๐ซ๐ž๐ž๐ฐ๐ฐ๐š๐ง ๐ƒ๐ก๐š๐š๐›๐›๐ข๐ข ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž ๐ช๐จ๐ซ๐š๐ง๐ง๐š๐š ๐ซ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐Š๐ฎ๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง๐š ๐Ÿ‘๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐ฆ๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐š๐š๐ง๐ง๐ข๐œ๐ก๐š๐š ๐ฐ๐š๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ญ๐š๐š๐ฌ๐ข๐ฌ๐š๐ง ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฑ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐ž๐ญ๐š๐ฆ๐ž ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฑ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ญ๐š. ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Addis Ababa
21383-1000