Oromia Revenues Bureau /BGO

Oromia Revenues Bureau /BGO

Share

Modernization of tax adminstration is one the theme of ORB

06/06/2026
27/05/2026

Kan isin ilaallatu waliif dabarsaa!

21/05/2026

🤜Hordoftoota Keenya Maraaf🤛
Lakkoofsi Bilbila Tolaa Biiroo Keenyaa
📞 9795📞

20/05/2026

👉👉👉Of Eeggannoo!!!👈👈👈

Biiroon Galiiwwan Oromiyaa gitoota hojii banaa qaburratti ogeeyyii jalqabaa 1000 qaxaruudhaaf beeksisa baasuunsaa ni beekama.
Bakka galmeefi gosoota barnootaa gitiita banaaf barbaachisanis ifatti barreeffamaan ibseera.
Kanaafuu, namoonni galmaawuu barbaaddan giddu seentummaa eenyuuyyuu utuu hin barbaachisin kanneen ulaagaa guuttan ofii keessanii ragaawwan ibsaman qabattanii giddu gala galmee tarreeffaman keessaa kan isinitti dhiyaatutti galmaawuu dandeessu.
Kan kanarraa hafe Biiroon keenya qaxarrii kana karaa qulqullina qabuun geggeessuudhaaf caasaa isaa olii hanga gadiitti diriirsee hordoffii barbaachisaa ta'e hunda ni taasisa.

19/05/2026

💰Kaaffaltoota Taaksii Naannoo keenyaa fi
📲Hordoftoota keenya maraaf:
Yeroo dhiyootti barumsaafi hubannoo dhimma Gibiraafi Taaksii irratti kennuuf facebook, Youtube, Website fi Telegram keenyarratti sagantaa adda addaa ni eegalla.
Nu hordofuu(follow) hin dagatinaa.

19/05/2026

🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
Odeeffannoo ho'aa waa'ee Gitoota hojii banaa irratti humna namaa qaxaruudhaaf Biiroon Galiiwwan Oromiyaa baasee argachuudhaaf
akkaawuntii keenya kana hordofaa
✍️☝️✍️☝️✍️☝️✍️☝️✍️

Photos from Oromia Revenues Bureau /BGO's post 19/05/2026

✍️ Beeksisa Qaxarrii Ogeeyyii Jalqabaa 1000 qaxaruuf Biiroon Galiiwwan Oromiyaa Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira.
1.Ulaagaawwan isaa fi bakka galmee sirriitti dubbisaa.
2.Galmeen giddu gala ibsame(Biiroo Galiiwwan Oromiyaa,Waajira Galiiwwan Godinaalee,Magaalota,Aanaaleefi Kutaa Magaalaa)mararratti Guyyaa 13-09-2018 irraa eegalee guyyootaa hojii 7 walitti aanan keessatti yeroo ta'u, galmeen sa'atii hojiittidha.
3. Namni tokko yeroo tokko qofa giddu gala tokkotti galmaa'a.

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address


Addis Ababa
251