30/12/2024
https://youtu.be/duJj-hcZGvg?si=_eqI9UsqHmOd7Glk
Jawar Mohammed for New Ethiopian Government #EthiopianFuture Mottummaa Itiiyoopia Harawaa News
we work on comedy and social networking sites
30/12/2024
https://youtu.be/duJj-hcZGvg?si=_eqI9UsqHmOd7Glk
Jawar Mohammed for New Ethiopian Government #EthiopianFuture Mottummaa Itiiyoopia Harawaa News
Ramadan Mubarak for All my Muslim brothers and sisters
🌐 and Peace of month
Jalalaa Dama mittii ree Godoche
14/01/2023
I love you All of my best friends and good to see you 🙏
13/07/2022
How can we Earn money 💰 for YouTube
Akkamitii YouTube keenyaa subscribe fi view hatataman argachuun dafnee Malaqaa irraa arganaa video dawachuun YouTube Subscribe godhaa fulduree bayyee isiin fayyada Afanot 2 En & AOro.
YouTube keenyaa yeroo Gabaabaa keessatti akkamii Maallaqaa irra arganaa hamaa dhumaa hordofaa.. How can we Earn money 💵 from YouTubeand how can we Earn with UCchannel Application connect with our YouTube and we get million of view & sebscribe. ...
12/05/2022
Add me 🙏
Oolmaa kee barreessuuf
Na hanqatus bakkuu
Sin faarsa harmeekoo
Harmee harma lakkuu
Oliif gadi jooraa
Akkuma baraatti
Ji'a sagal guutuuf
Na baattee garaatti!
Gidiraa hamaadhaan
Na deesse miixattee
Ofii keef beeloftee~anaaf immoo afaan..
Na keesse hiixattee
Ciiftee hin boqattu
Lafa barii kaata
Anaan nama gochuuf
Namummaadhaa baata
Si madaaluu didaam
Jechi ta'ee laayyoo
Himee nan fixaaree
Oolmaakee yaa Aayyoo
Gaafan taa'ee yaadu
Imimmaan koon qabu
Harme yoomi guyyaan
An qaawwa siif kabu?
Yooman akka namaa
Kunuunsee si 'koorsa'
Caba kee dhidhiibee
Madaa kee siif qoorsa
Kaffaluu dadhabus
Kan naaf oolte gatii
Yooman ijaan arga
Naaf boqattee ati?
Egaa!....
Har'a nutti duudee
Dhabamus tooftaani
Rabbirraa abdii qabna
Nun gatu gooftaani!
Anaan yaa aayyookoo
Abshiruu yaa deessee
Dhalli kee si soorti
Galma kaayyoo geessee
Rakkoon nutti duulanis
Qaawwa keenya bananii
Boru argachuuf jirra
kiisii har'aaf qananii
Gadadoon dhandhameera
Qananiin nan seeratuu
Umuriin kan kee qofti
Kuma naaf haa dheeratu!
✍️... NNimona HabtamuAdd godhaa
Debbiine jira yeroo dheraa bodaa i miss you all of my friend's
20/04/2019
WAATOO JALA WAATU JIRA
1.Gaaffii Abbummaa Finfinnee Kan oromoon kumaatamaan itti wareegame qaamni dura dhaabbataa jiru kami?
2.Gaaffii Afaan OROMOO afaan federaalaa G ochuu qaamnii dhakaa irra kaayaa jiru Kami?
3.Namni "seenaa minilikm xiqqeessuun seenaa Itoophiyaa xinneessuudh" jedhee lafee wareegamtoota calanqoo fi Anolee irratti qoose EENYU?
4.Qaamni oromoota Walloo alagoomsuuf duulaa irratti baname callisee ilaaluudhaan deeggarsa gumaache Kami?
5.Qaamni ilmaan oromoo / poololisoonni o romiyaa, miseensonni waboo xoollaayitti fi daa'imman mana barumsa waaqoo guutuu/ summeeffaman / maal nadhibeedhaan callisanii ilaaluu fi haaluudhaan deeggarsa gumaache Kami?
6.Qaamni qabsaa'ota akkaa G/Kamaal galchuu fi Mahammad Adamoo akka sabaaf hin hojjenne cimina isaanii ilaalee shiraan arihe eenyu?
7. Mana walinii kondominiyemii daangaa finfinnee dabree Oromiyaa keessatti ijaarame raabsuudhaan master pilaan haarawa hojiirra oolchuuf yaale eenyu?
8.Gaaffiin oromoo kamtu deebi'e?
9.Qaamnii sabboontota hayyoota oromoo ofirraa dhiibaa ilmaan hambaa sinra durii gorsitoota isaa godhachuuf wixxifataa jiru eenyu?
10.Qaamni dhaabbiilee Oromoo ija diinummaatiin ilaalee dhaabbiilee nafxanyootaa akka madda aangoo isaatti ilaalu kami? ni beektu
deebii isiniifin dhiisa .
Sorce .