W/ra Qonnaa Aanaa Gommaa

Directions Contact the organization

W/ra Qonnaa Aanaa Gommaa Governmental office

  Konfaransiin Misooma,Qulqullinaafi Gabaa Bunaa Gaggeeffamaa Jira.Konfaransii kanarrattis argamuun haasawaa baniinsaa k...
15/09/2026

Konfaransiin Misooma,Qulqullinaafi Gabaa Bunaa Gaggeeffamaa Jira.

Konfaransii kanarrattis argamuun haasawaa baniinsaa kan taasisan Ittaanaa Bulchaafi Ittigaafatamaan Waajjira Qonnaafi Lafaa Aanaa Gommaa obbo Mahammadsaanii Biyyaa akka dubbatanitti Aanaan Gommaa bakka argama buna arabikaa ta'uusaatiin jiruufi jireenyi hawaasa Gommaa tajaajila hawaas-diinagdee dabalatee karaalee hedduun irra jireessi isaa buna irratti kan bu'uureffate ta'uu himuun kanaafis hawaasni bal'aan Aanaa keenyaafi dhimmamtoonni bunaa hundi qulqullina bunaa eeguun galiin mataa isaaniifi biyyi keenya buna irraa argattu daran akka dabaluu taasisuuf hojjachuu akka qaban dhaamaniiru.

Konfaransii kanarrattis barreeffamni sosochii misooma bunaa irratti xiyyeeffachuun ka'umsa mariif akka tolutti qophaa'e karaa Waajjira Qonnaafi Lafaa Aanaa Gommaa qindeessaa hojii qonnaa kan ta'an obbo Mahammadsafaa Kadiriin dhiyaachaa kam jiru yoo ta'u,mariin bal'aa irratti erga taasifameen booda kallattiin hojii bunaa yeroo ittaanuu kan kaa'amu ta'uun ibsameera.

Konfaransii kanarrattis hoggansi Aanaafi Gandoolee akkasumas Abbootiin qabeenyaa,qonnaan bultoonni adda dureen,daldaltoonni akkasumas qooda fudhattoonni dhimmamtoota bunaa Aanichaa hirmaachaa jiru.

Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti duulli Inisheetiivii Loon Mala Namaan rimaa qabsiisuu bara kanaa eegalamee jira.Guyyaa har...
13/09/2026

Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti duulli Inisheetiivii Loon Mala Namaan rimaa qabsiisuu bara kanaa eegalamee jira.

Guyyaa har'aa sosochiin duula mala namaan loon rimaa qabsiisuu bakka Itti Aanaa Bulchaafi Ittigaafatamaan Waajjira Qonnaafi Lafaa Aanaa Gommaa Obbo Mahammadsaanii Biyyaa argamanitti eegalame jira.

06/09/2026
  Kilaastara Misooma Baala Shaayee
23/08/2026

Kilaastara Misooma Baala Shaayee

Hojii Kenna Tajaajila Lammummaa    Ganda Qottaa_Cuwaatti hojii kenna tajaajila lammummaatiin bakka bulchaan bulchiinsa A...
14/08/2026

Hojii Kenna Tajaajila Lammummaa

Ganda Qottaa_Cuwaatti hojii kenna tajaajila lammummaatiin bakka bulchaan bulchiinsa Aanaa Gommaa Obbo Fu'aad Raayyaa argamanitti ijaarsa mana harmee eegalchiise jira.

Address

Agaro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when W/ra Qonnaa Aanaa Gommaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to W/ra Qonnaa Aanaa Gommaa:

Shortcuts

Share