Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii

Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii

Share

environmental protection Authority

Photos from Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii's post 28/01/2026

Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii carraalee adda addaa uumuun Hawasni godinichaa misoomaa fi kununsa Bosonaa irraa fayyadamaa Akka ta'uuf hojjechaa Jira.

Photos from Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii's post 28/01/2026

Biiroon mallaqa Oromiyaa fi Abbaan Taayitaa E/Naannoo Oromiyaa akkasumas Ogessota Sagantaa REDD+ investment project Waliin ta'uun hojii Sagantaa RIP Aanaa roobeetiin hojjetamaa jiru dirree irratti erga ilaalanii booda I/A Bulchaa fi itti Gaafatamaa Wajjira Qonnaa fi lafa Aanaa Roobee Walin duubdeebii hojii fi kallattii fuldura irratti mari'achuun waligalteen xumuramee Jira.

Photos from Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii's post 16/12/2025

Mukeen Biyya keessaa baayinaan Oomishuun Lafa miidhame bifa dur qabutti deebisuuf yaalii cimaan taasifamaa Jira.

Photos from Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii's post 12/08/2025

Mukeen Haadhoo ta'an Naannoon oromiyaa Ittin beekamtu eeggamanii dhalotaaf simboo Naannoo keenyaa Akka eegan Jiraataan Naannoo keenyaa hunduu Eegumsa Mukeen akkasiif taasisuu qaba.

Photos from Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii's post 12/08/2025

Godina Arsii keessatti bara kana Lafa Bosonaa hektara 8000 sababoota adda addaan manca'aa Ture deebi'ee. Akka bayyanatuuf hojettamaa Jira.

30/11/2022
30/11/2022

Sirna Beekkamtii kennuu waldaa PFM Aanaa sirkaa Ganda Birboo fi Colleti gaggeeffame irratti hoggantotni Naannoo irraa hanga Gandaa jiran argamuun barbaachisummaa fi akkaataa waldaaleen Hirmaannaa uummataan bosona bulchuu ittiin jajjabeffamanii fi bu'aa irraa argatan irratti kallattiwanii fi ibsi taasifamee jira. Waldaan kun haaraa ta'us fulduratti waldaa fakkenya ta'ee Qabeenya bosonaa kana irratti jijjirama agarsisu akka ta'uuf tumsi gamanumaa kan tasifamu ta'uu ATEN Godina Arsii ni ibsa.

Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii environmental protection Authority

Mobile uploads 27/10/2022
27/10/2022

World Vision Ethiopian, Qonnaan Bultoota, sektorata, sagantaalee Deggarsaa fi NGO adda addaa Godina Arsii keessa hojii Qabenya Uumamaa kununsanitiif dhimma FMNR( Farmers managing Natural Regeneration ) irratti hubannoo uumuuf magala Asallati leenjii ykn workishop gaggeessaa jira.
FMNR qabeenya bosonaa bade deebisanii kununsuun bosonomsuun uumamni deebi'ee akka of ijaaruuf tooftaa filannoo hin qabne ta'uu leenjicha irratti ibsamee jira.

Photos from Mubarek Kemal Kedir Sheka's post 27/10/2022
Want your business to be the top-listed Government Service in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address


Asella