Murtii Jemal

Murtii Jemal

Share

Jeju Wereda Prosperity Party Media info

Photos from Oromia Communication Bureau's post 18/12/2024
Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 18/12/2024
Photos from Murtii Jemal's post 16/12/2023



የጥቁር አንበሳ የአየር ላይ ትርዒት

Photos from Murtii Jemal's post 16/12/2023

ዛሬ የኢትዮጵያ አየር ኃይል የተመሠረተበትን 88ኛ በዓል በቢሾፍቱ ሐረር ሜዳ ግቢ አክብረናል። መሠረተ ልማትና ዘመናዊ ትጥቆችን ለማሟላት፤ ራስን በቴክኖሎጂ ለመቻል፣ ብቁና በቂ የሰው ኃይል ለማፍራት፤ የተደረገው ጥረት ሪፎርማችን ውጤታማ መሆኑን አሳይቷል። በበዓሉ ላይ በኢትዮጵያና በተባበሩት ዓረብ ኤምሬቶች አየር ኃይሎች በጋራ የቀረበው ወታደራዊ የአየር ላይ ትርዒት በትብብር ከሠራን የምንደርስበትን ደረጃ ያሳየ ነው። በሁሉም ዘርፍ ኢትዮጵያን ወደ ብልጽግና መምራታችንን እንቀጥላለን።

Har'a ayyaana hundeeffama Humna Qilleensaa Itoophiyaa waggaa 88fa Bishooftuu, Dirree Hararitti kabajneerra. Rifoormiin keenya misooma bu'uraafi hidhannoo ammayyaa guuttachuuf taasifame, akkasumas teknooloojiidhaan of danda'uufi humna namaa gahaa ta'eefi gahumsa qabu horachuuf taasifame milkaa'aa ta'uusaa agarsiiseera. Ayyaanicharratti agarsiifni loltummaa waloo qilleensarratti humnoota qilleensaa Itoophiyaafi Unaayitid Arab Emireetisiin taasifame yoo walta'insaan hojjenne eessa akka geenyu kan agarsiisedha. Gama hundumaan Itoophiyaa gara badhaadhinaatti geggeessuu keenya itti fufna.

Today, we celebrate the 88th anniversary of the founding of the Ethiopian Air Force. The efforts we have made to build infrastructure and equip the Air Force with modern equipment; to be self-sufficient in technology and to produce qualified and professional human capital is testament to the effectiveness of our reforms. A military air show jointly presented by the air forces of Ethiopia and the United Arab Emirates on the occasion showed the level we can reach if we work together. We will continue to lead Ethiopia to prosperity in all sectors.

Photos from Murtii Jemal's post 16/12/2023

🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤️❤️❤️
#ልዩ🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤️❤️❤️

22/10/2023

Abbichuun mallattoo gootumma jaarra kanaati ‼️
================== // ================
Biyyi keenya Itoophiyaan jaarraan isheen itti carroomte yoo jiraate jaarra kana. Biyyi seenaan ishee beela, gadadoo, duubatti hafummaa fi walwaraansaan beekama turte Aangootti dhufuu ilma Abbaa Gadaa Abbichuu Abbaa malaan maqaa gaarii, surraa fi simboo ija hawwaasa Addunyaa duratti dhabdee turte deebisee gonfachiisuu danda’ee jira. Abbichuun Ajandoota dhimma biyyaan hidhata qaban tuquuf haa turuu dubbachuunu gatii nama kanfalchiisan mara gootummaan, malaaf malteen itti deemuun dantaaf fayidaa biyyaaf gumaacha akka kennaan taasisuu gameessa danda’eedha. Dhimmoonni argaa dhageettiif sodaatamaa turan hojjechuun akka danda’amu Hidha Haaromsaan tokko jechuun, biyya wabii midhaan nyaataa hin mirkaneeffatiin Oomisha qamadiin fi biyya karra galaanaa shiraan dhabde tapha siyyaasaan deemisuuf goota hojjechaa jiru gameessa jaarraa kanaati!.

22/10/2023

Abbichuuun jabaa ejjannoo hin raafamne qabuudha ‼️
=================== // ================
Itoophiyaan seenaan isheen keessa dabarte harkaaf harkatti mijataa kan hin taanee ture. Itoophiyaa keessaa fi alaan waraana irratti baname qormaata rakkisaa keessummeessitee jirti. Qormaatoonni garuu Uummata Itoophiyaa bilisummaa hin dhorkanne. Ejjennoon Abbichuu garuu qormaanni hangam baay’atullee dantaa fi faayidaa biyyoolessaa gama maraan eegsisuun Itoophiyaa badhaate dhugoomsuudha. tattaaffiin Abbichuu biyyi keenya Itoophiyaan misooma saffisaa mirkaneessaa fi biyya jabduu dhiibbaa siyaas-diinagdee fi hawwaasummaa sadarkaa Idil_ Addunyaa irratti uumuu dandeessuu arguudha.

22/10/2023

‘‘Oomisha Midhaan Dheedhiifi Zayitaa Bara Omishaa 2014/15 fi 2015/16 Toora Xiyyeeffannoo Shanan Mootummaan Jijjiiramaa keenya kutannoodhaan irratti hojjechaa jiru keessaa adda dureen hojii qonnaati!’’ PMNO Obboo Shimallis Abdiisaa
Qonni bu’ura guddina diinagdee biyyaa yeroo dheeraa yoo ta’u, madda wabii nyaataa, carraa hojii (% 80-85), sharafa alaa (% 61), akkasumas omisha waliigalaa biyyaa – (GDP) keessatti gahee guddaa (% 38.5) qaba.
Waggoottaan mootummoota jijjiiramaa dura turan keessattis qonni seektara murteessaa ta’uun himamaa turus, xiyyeeffannoo qabatamaa gahee qonni dinagdeefi omisha waliigalaa biyyaa keessatti qabu madaaluu hin kennamneef turre. Xiyyeeffannaan madaalu kennamnaan bu’aan akkamii akka dhufu hojiin waggoottan muraasa darban keessatti raawwatame agarsiisaa jira.
Carraaqqii “agro-ecology” bal’dhaa naannoon keenya qabutti haalan fayyadamuuf taasisneen sirna qonnaa garagaraatiif Tarkaanfiilee Addaa (28) hojiirra oolchuun oomisha midhaan gosa hedduu oomishuu qofa osoo hin taane waggaadhaa waggaatti jijiirama guddaa fiduu dandeenyee jirra. Xiyyeeffannoo olanaan tarsiimoo guddina industirii misooma qonnaatiin duurfamufi baadiyyaa giddugaleessa taasise hojiirra oolchaa jirruun gama hundaan bu’aa jajjabeessaan galma’aa jira.
Waggoottan lamaan (bara omishaa 2014/15 fi 2015/16) darban inisheetivoota gosoota midhaan Dheedhiifi Zayitaa irratti hojiirra oolchineen uwwisa lafaafi oomisha argamee %100 ol guddisuu dandeenyerra. Keessumattuu akaakuu midhaan dheedhiifi zayitaa kana dura naannnoo keenyatti xiyyeeffannaa argachaa hin turre akka; Boloqqee, Atoo Boonsituu, Maashoo, Loozii, Saliixafi, Suufii irratti hojii boonsaan hojjetamaa jira. Karooraafi raawwii qonna idileefi Sirna omishaa adda addaa (walkeessa -intercropping, kaasanii facaasuu-double cropping, walirraa fusisuun - relay cropping) jiru ittaansuun haa ilaallu.
Karoorafi Raawwii Bara Omishaa 2014/15 fi 2015/16
1. Boloqqee
Bara omishaa 2014/15 lafa hek. 235,354 irratti Boloqqee oomishuudhaan kunt.

22/10/2023

Imalli badhaadhinaa Imala kaayyooti ‼️
============== // =============
Imalli badhaadhina imala waliin galma waloof imalamuudha. Imalli Abbichuun eegalame immoo imala roga maraa fi damee mara haammattedha. Imallli kun ka’umsaa fi galma mataa isaa kan qabu imala kaayyooti. Kaayyoon mul’ataan eemaramu kun dameelee xiyyeeffannaan kennamaniif kanneen akka Diploomaasii, ijaarsa sirna dimookiraasii, nageenya waaraa mirkaneessuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu fa’i kan haammate hojii milkiin gaarii irraa argama jiruudha. Imalichi hirmaannaa hawwaasa bal’aa waan qabuuf danqaalee ni fi dhiibbaalee keessaaf alaan kan dhaabbatu miti.wacaan imala gufachuu danda’uu miti. Imala badhaadhina Abbichuun hoogganamu humni dachee irraa dhaabuu danda’u tokkollee hin jiru kan jennuuf sabaabaani.

22/10/2023

Galaanni diima Itoophiyaa wantoota sadiif ishee barbaachisa ‼️

1, Nageenya (iccitti) Itoophiyaan yeroo meesha( mi'aa) gara alaatti ergituus ta'ee gara keessatti galchituu buufata (odoola) ormatti waan fayyadatuuuf wanti gara alatti ergamuu fi gara keessatti seenuu hundi iccitti dhabuudhaan nageenyi biyya leenya baalaaf sixilaama jira!!

2, Dinagdee:- akka ogeessonni dinagdee jedhanitti biyyi buufata doonni qabduu fi hin qabnee hirmanna sochii daldala keessatti taasisanin yommuu madalaman biyyi buufata doonni qabdu harka walkaa oliin biyya buufata doonni hin qabnee caaltti jedhama!
Osoo oomisha biyya keessatti oomishuu dandeenyeyyuu karaa itti gabaa addunyaa argannu waan hin qabneef oomishnni keenya gatti gibiraa bira darbee biyya utubuu hin danda'uu!!

3, Walabummaa:-galaanni diimaan kan keenya, biyya galaanaa diimaa dangeessan keessa fageenya dhiyeenyarratti kan argamtu Itoophiyaadha!
Wantii haman kamiyyu osoo galaanaa diimaa irratti uumame nutis akka biyya galaannicha dageessuu tokkootti miidhaa gamasiin dhufuu simachuun dirqama, kanafuu galaanni diimaan dhimma walabummaan keenya ittin mirkana'uudha jechuudha!!

Want your business to be the top-listed Government Service in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Jajuu
Asella