02/04/2026
Oromia Agricultural Inputs and Product Regulatory Authority Asella Branch
Agricultural
02/04/2026
21/02/2026
Korporeeshiniin Bizinasii Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa Damee Asallaa qophii sanyii gosa adda addaa bara 2017/2018 tiif sanyii soruun,haala istaandardiin kuusuun saamuda qophii taasisee sanyiin laabraatoriin akka mirkanaa'u taasisaa kan jiruu fi haali qabiinsa mana kuusaa sanyii,lootiin ol-ka'insi isaa(dheerini) istaandardii kan eggatee dha.
21/02/2026
Dhaabatni Ethio Veg.Fru PLC
qophii sanyii boqqoolloo MH 140 bara 2017/2018 tiif sanyii soruun,haala istaandardiin kuusuun saamudaaf qophii taasisee sanyiin laaboraatoriin akka mirkanaa'u taasisaa jira.
23/12/2025
Guyyaa 14/4/2018
08/11/2025
Guyyaa 29/2/2018 Dhaabillee Sanyii Baay'istaniif
04/10/2025
Baga Ayyaana Irreecha Nagayaan Geessan!
Irreechi Irree Teenya! Mallattoo Obbolummaa fi Tokkummaatti.
እንኳን ለኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሰን!
ኢሬቻ ሀይላችን ጉልበታችን ነው። የወንድማማችነት እና አንድነት ምልክት ነው።
04/10/2025
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Asella
