04/04/2026
beekuu qabdan!
☝🔹*43 #
Tajaajila Call Waiting hojiirra oolchuuf fayyada.
👉 Yeroo nama tokko waliin bilbilaa jirru, yoo bilbilli biraa dhufe akka nutti himu nu gargaara.
☝🔹 # #002 #
Tajaajila Call Divert hunda dhaabuuf fayyada.
👉 Yoo bilbilli kee osoo hin beekin gara lakkoofsa biraatti darbuu jalqabe, koodiin kun tajaajila sana hunda dhaabee bilbila kee gara haala idileetti deebisa.
☝🔹*900 #
Tajaajiloota qarshii si irraa hir’isan to’achuuf fayyada.
👉 Akka CRBT, ergaa oduu, looteerii fi kkf ilaaluun, wantoota hin barbaachifne haquu dandeessa.
☝🔹 erguun
Tajaajila Missed Call Alert argachuuf fayyada.
👉 Yeroo bilbilli kee cufaa ture, namni si bilbile eenyu akka ta’e SMS’n siif beeksisa.
🔔 :
Koodiiwwan kana beekuun bilbila kee sirnaan to’achuu fi qarshii kee qusachuu si gargaara.
🔖 Barumsa Tech salphaa fi bu’a qabeessaaf nuu hordofaa. Oromo Tech Hub

05/07/2022
29/01/2020
28/01/2020
28/01/2020
14/05/2019
14/05/2019
08/05/2019