12/10/2026
, , , kabajaafi jaalala lammiileen Biyya isaaniif qaban ittiin agarsiisanidha.
Bu'uuruma kanaan Guyyaan Alaabaa 19ffaan akka Biyyaatti mata duree “Alaabaan Keenya Waliigaltee Biyyaalessaafi Tokkummaa Keenyaaf” jedhuun Godina Baha Oromiyaa Aanaa Doobbaatti, bakka hooggantoonnii, hojjettoonni seektaraalee Aanaa Doobbaa fi Qaamooleen Nageenyaa argamanitti sirnoota gara garaan kabajamee jira.