Mana Murtii Aanaa Ammayyaa

Directions

Mana Murtii Aanaa Ammayyaa Government organization

03/11/2026
Godina Giddu-galeessa Oromiyaa Mana Murtii Aanaa Ammayyaatti karoora addaa baatii sadii (Onkoloolessa-Muddee 2019) tajaa...
03/11/2026

Godina Giddu-galeessa Oromiyaa Mana Murtii Aanaa Ammayyaatti karoora addaa baatii sadii (Onkoloolessa-Muddee 2019) tajaajila abbaa seerummaa si'ataa, dhaqqabamaa fi qulqulluu ta'e kennuu irratti xiyyeeffate irratti marii gaggeesseera. Waltajjii kana irratti karoorri addaa baatii sadii mana murtichaa karaa Bakka bu'aa Adeemsaa karooraa Obbo Amanu'eel Gaadisaa hirmattootaf dhiyateera. Dhuma irratti Pireezidaantiin mana murtichaa Obbo Taaddasaa Rafeeraa, riifoormiiwwan eegalaman lafa qabsiisuun galma gahumsa karoorichaaf namni hundi gahee isaanii akka bahan kallattii kaa'aniiru.

Marii akkan murteessaa ture!
30/10/2026

Marii akkan murteessaa ture!

  Aadde Hawwii Alamaayyoo, duraan Ittigaafatamtuu Garee Naamusaa fi Inspeekshinii MMO Godina Shawaa Kibba Lixaa duraanii...
29/10/2026



Aadde Hawwii Alamaayyoo, duraan Ittigaafatamtuu Garee Naamusaa fi Inspeekshinii MMO Godina Shawaa Kibba Lixaa duraanii turan, amma Pirezidaantii Itti Aantuu Mana Murtii Ol'aanaa Godina Kibba Lixa Oromiyaa ta'uun muudamaniiru.
Baga gammaddan! Hojii haaraa kanaan milkaa'ina isiniif hawwina. 🎉

25/10/2026
Guyyaa  05/02/2019_____________//______________Marii fi walharkaa fuudhiinsa Karoora Raawwii Hojii Bara 2019 irratti mar...
17/10/2026

Guyyaa 05/02/2019
_____________//______________
Marii fi walharkaa fuudhiinsa Karoora Raawwii Hojii Bara 2019 irratti mariin hawaasa Mana Murtii Aanaa Ammayyaa waliin gaggeeffamee walharkaa fuudhinsi karooraa raawwatamee jira.

13/10/2026

Address

Gindoo
Gindo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Ammayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share


Other Gindo government services

Show All