Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa

Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa, Public & Government Service, Galaanaa, Hagere Mariam.

29/06/2023

Kaloo aadaa Galaanaatti

Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 17/06/2023

GGLixaa Aanaa Galaanaatti qonnaa Arfaasa bara kanaatiin midhaan gosa adda addaa heektara Kuma 35 olii irratti misooma ture oomishaf dhaqabee jira.galmoota qonnaa 1.wabii nyaata mirkaneessuu 2.oomisha ala galan biyyaa kessaatti oomishun bakka busuu 3.al ergee guddisuu Fi carraa hojii uumuu galmoota kana milkeessuuf hojjatama jira

Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 05/06/2023

Hojii dhaabii biqiltuu itti fufe
Qindoomina Aanaa Galaanaatiif Aanaa kochoreetiin dhaabata ECFF/ GGGI waliin ta'un biqiltuu dhaabiin gaggeefameera. Biqiltuu dhaabuun tokkummaa saba lamaan giddu ture aadaa biqiltuu kunuunsu Akka itti fufu kan ittin Wal galameedha

04/06/2023

Gelana

Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 23/05/2023

Hojii dhaabii biqiltuu
GGLixaa Aanaa Galaanaatti dhaabii biqiltuu itti fufiinsaan gaggeefama jira.bara kana biqiltuu mil.9.78 dhaabuuf karoorfame milkeessuf Ganda calbeessa kessaatti haala gaariin hirmanna ummataatiin dhabama jira

Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 19/05/2023

Hojii kilaastera boqqoloo Ganda calbeessatti
Qonnaa Arfaasa bara kanaatiin midhaan agadaa Ganda calbeessatti misooma jiru

Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 08/05/2023

Gamaggama hojii kurmaanna 3ffaa
Gamaggamni hojii Haga Amma hojjatame hojjata misooma hundaa hirmaachise eegalame jira. Gamaggama kanaan hanqina Fi cimina ture adda baasuun kallattin hojii itti ni kennama

Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 29/04/2023
Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 29/04/2023

GGLixaa Aanaa Galaanaatti sagantaa waadaa soqooxaatiin Lukkuu 431 dubartoota 89 waajjiri Qonnaa bituun raabse jira. Rakkoo hanqina nyaatatiin dhufu hambisuuf hojii hojjatama jirudha

21/04/2023

Milkiin hojii cimaan hojjachuun argama!!
Gamaggama hojii kurmaanna 3ffaa sadarkaa waajjira qonnaa godinatti gaggeefamen waajjiri Qonnaa Aanaa keenyaa rawwii gaarii galmeessuun xumure!! Kurmaanna itti aanuu kana caala Akka hojjanuu kan nu jajjaabeessuudha

Photos from Waajjira Qonnaa Aanaa Galaanaa's post 21/04/2023

Qonnaa Arfaasa 2015
GGLixaa Aanaa Galaanaatti qonnaa Arfaasa bara kanaatiin midhaan gosa adda addaa lafa heek.kuma 35 olii facaa'e jira. Midhaan facaa'e sadarkaa guddina gaarii irrĂ  waan jiruuf kunuunsi isaas cimee fufe jira

Want your business to be the top-listed Government Service in Hagere Mariam?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Galaanaa
Hagere Mariam