Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa

Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa

Share

yeroodhaaf weebsaaytii hin qophofne

Photos from Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa's post 04/12/2021
Photos from Waajjira Dhi.Hojjataa Fi Hawaasummaa A/Qarcaa's post 28/10/2021

Waajjira Dhimma Hojjetaa fi hawaasummaa Aanaa Qarcaatiin hojii gaafa guyyaa 17/02/2014 ttii Dhaabbata EECMY-DASSC wajjiin Hojjatameen Deeggarsii meeshaa Wiilcheeri (Wheelchair) Ykn Teessoo Socho'a qaama miidhamtoota gandoota akka Heebboo/Moolicha Dhi=3 Dub=3 Id=6
Biliida/Sabba Dhi=1 Dub=2 Id=3
Sukkee/Ciggaa Dhi=1Dub=2 Id=3
Banqoo/Gudubaa Dub=1
Ba/Funyaan Qaawwa Dhi=2
Qarcaa Adaamma Dhi=1
Walumaa gala Dhi=8 Dub=8 Id=16 keessa jiraataniif deeggarsi meeshaa taasifamee jira.

13/10/2021

Waajjira Dhimma Hojjataa fi Hawaasumaa
Adeemsa meeqa akka qabu beektu?
Adeemsa sadii qaba (3)
1.Ad/Misooma nageenya hawaasummaa
2.Ad/Qunnamtii fi nageenya indaastirii
3.Ad/Qorannoo qabeenya humna namaa fi bobba'insa hojii.
Yeroo itti aanuu hojiiwwan adeemsaalee kanneenin hojjataman wal-hubachiisna.

1.ad

Want your business to be the top-listed Government Service in Hagere Mariam?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Kercha
Hagere Mariam