π
±eeksisa Fooyya'insa Gatii Talaala.
Maqaa. Gatii
1Black leg 1.85
2,Ovine Pasturelosis 0.7
3,Bovine Pasturelosis 0.9
4,Anthrax 0.52
5,LSD. 0.62
6, NCD. 0.5
Kanaafu Talaala gosa hundaan waan dhufeef Aanaan hundi Jiddu gala Hirnaa irraa akka fudhattan isin beeksifna.
Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaa Godina Harargee Bahaa.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaa Godina Harargee Bahaa., Public & Government Service, Harari, Harar.
Beekumsaa fi Muuxannoo qabnu qindeessuun Oomishaa fi Oomishtummaa Beeyladaa Dabaluun Jiruuf Jireenya Qonnaan Bulaa/Horsiisee Bulaa fi Hawaasa Harargee Bahaa Fooyyeessuun Badhaadhina Maatii Milkeeysuudha.
12/09/2021
Baga Booqa Birraatiin Isin Gahe.
Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaa Godina Harargee Bahaa.Bara 2014 kan Gammachuu.
Bara karoora qabanne galmaan itti geenyu.
Qaamoolee ogummaan Sektara kana keeysa jirtan,
Qaamoolee Tajaajila Sektarri kun kannu irraa fayyadamaa jirtan baadiyyaa fi magaala ,
Sektaroota Mootummaa qooda fudhattoota taatan,
Hoggansa Olaanaa fi Ogeeyyii sadarkaan jirtan hundi keessan baga booqa Birraatiin Isin gahe.
Fuula Facebook keenya hordofuu keessaniif guddaa galatooma.
Kabajamtoota Jiraattoota Godina Harargee Bahaa fi guutuu Addunyaa keessa jiraattan hojiilee karaa Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaatiin hojjataman,tajaajila Ummataaf laannu hubannoo uumuun qooda fudhattoota fi Qonnaan Bulaa ,Horsiisee Bulaa,fi hawaasa godina Harargee qindeessuun Oomishaa fi Oomistummaa Beeyladaa dabaluun jiruuf Jireenya hawaasa keenyaa akka fooyya'uu kutannoo fi kaka'umsa guddaan Muratee hojitti seenee jira.Peejiin tun hunda bira akka geessu share godha.Galatooma π«πππππ
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Harari
Harar
