Wajjira Misooma Albuudaa Godina Harargee Baha

Wajjira Misooma Albuudaa Godina Harargee Baha

Share

East Hararghe Mining Authority Office by this page it try to describes the resources available, the

Photos from Wajjira Misooma Albuudaa Godina Harargee Baha's post 09/12/2023

Godina Hararge Bahaa, Bulchiinsa Magaalaa Baabbileetti Abbootii Qabeenya Hojii Misooma Albuuda irratti hirmaatan hojii Eebbifama qabeenya qaban irraa Mana barnootaa bu'uura Boruu daree lama lama qabu haala kanaan hawaasaaf ijaaraa jiru

Photos from Wajjira Misooma Albuudaa Godina Harargee Baha's post 09/12/2023

Marii imx fi waldaalee hojii misooma albuudaa irraa bobba’an waliin bakka hoggansa goddina wajjira albuudaa fi hoggansa wajjira imx goddina akkasumas itti aantuu bulcha aanaa baabbilee jiranitti yeroo gaggeeffame irratti karoora sosochii Albuuda guyyaa 60 irratti mariiyane walii galle jira

Photos from Wajjira Misooma Albuudaa Godina Harargee Baha's post 09/12/2023

04/03/2016
Guyyaa Har'aa Waajjirri Misooma Albuuda Godina Harargee Bahaa Orrenteeshina Karoora Xiiqii Guyyaa 60 mii Saffisa,Kalaqaa Fi qulqullinaan Milkeeysuu Irrattii,Hojiiwwan Albuudaa Hunda Dabalatee Fi akkasumaas Gamaaggama Raawwii Hojiilee Kurmaana 1ffaa Bakka Itti Gaafatamaan Waajjira Misooma albuuda Godina Harargee Bahaa Obbo Nasraddiin Abduramaan Argamanitti Gaggeeysee kan jiruu fi gamaaggama kanaaniis ciminootaa fi hanqinoota jiran irratti mari'achuun Kallattiin Kan Kaayameedha.

Photos from Wajjira Misooma Albuudaa Godina Harargee Baha's post 09/12/2023

Marii abbootii hayyamaa sadarkaa xiqqaan fudhatanii hojii keessa hin galiin wajjiin hojittii galchuuf marii gooneen torban lama gidduutti hojiitti akka galan walii gallee jirra.

11/09/2023

Baga bara haara nagayaan geessan. Barrii 2016 kan fayyaa, nagaa, wal hubannoo, jaalalaa fi badhaadhinaa akka isiniif ta'uun hawwa.

እንኳን ለአዲሱ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ, አደረሰን!

Happy Ethiopian New Year 2016 EC! I am wishing you mutual understanding among, peace and harmony for all. All the best to all.

Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Ethiopia
Harar