05/01/2022
Dhimmii ; Goota barbadeessaa Nayaaphaa Galatoonfachuu ilaallata:
Bareeffamni kun Kabajamoo Muumicha Ministeraa Ethiopia fi ajajaa waraana
Ethiopia Dr. Abiyyii Ahmed Galatoomfachuu yemmuu tau, nagayaa fayyaa
ummata keenyaa hundaaf hawwina, Akkasumaas lola Juntaa ti Guuzni Juntaa
Ethiopirrattii banan ilaalchisee muumichi minstera biyyaa biyyarraa dheessuut
deemaa xayyaarri qopheeweefi jira jedhanii olola tamsaasaa turan.
Muummichi ministeera otuu gurratti hin qicatin biroo isaanii bakka buutatanii
finfinnee irraa kallattiin dirree waraanaa dhaqee duulee duulchisuun, waan
motummoonni addunyaa tokkolleen hin hojjatin, hujii kabajaa isatti gootu dalaguun
ammallee ummata ethiopia birattii zalaalam kabajamee jiraata.
Waan Muummichi Ministeraa dirree lolaa dhaqee lolchiisee, torbaan lama
keessatti Juntaa mirqaana cabsuun, akka waan qabatuu fi waan dhiistu wallaaltee
baaragdee bittinooftu taasisuu isaanitiif, maqaa paartii keenyaatiin galatoomi jennan.
waan kana qofa osoo hin tahin, magaalota gurguddoo akka Dassee, Kombolchaa, Laalli
balaa, Kamisee, Baatee fi kkf, magaalota biraa, ammallee bakkoota "Strategic
tahan Juntaa irraa eega deebisee booda, Finfinneti deebi'uuf, baga gammaddee,
baga gayaan galte, bagaa waan facaafatte murattee jennaan.
*Gaazexonnii addunyaa kan akka:"Aljaziraa" Masri, CNN fi kennen kana fakkaatan,
isaan duraan muummicha ministeraa, nama laafaa seehan. Nama hafte hin qabne
mullachuu isaanii eega beekan booda, kabajaa gurguddoo kannanifi akka
rsaa jiran addunyaan hubattee Jirti. Isaa haqa godhatee, ammallee kabajaa
gonfadhu jennaan.!!
Jaarraa_Abbaa_Gadaa, Paartii Walabummaa Dimokraasummaa Oromiyaa
PWDOn) murtii fi moohannaa Dr Abiyyii Dirree lolaatti argamsise tanaaf baga
gammmaddee jechuudhaan xalayaa tana isini barreessuuf gammachuu guddoo nutti
dhagayamte ibsuu barbaanna.!!!
Nagayaa wajjiin!!!
Koree Hoji Rawwachiiftuu PWDO
Finfinnee Oromiyaa
05/01/2022
Dhimmii ; Goota barbadeessaa Nayaaphaa Galatoonfachuu ilaallata:
Bareeffamni kun Kabajamoo Muumicha Ministeraa Ethiopia fi ajajaa waraana
Ethiopia Dr. Abiyyii Ahmed Galatoomfachuu yemmuu tau, nagayaa fayyaa
ummata keenyaa hundaaf hawwina, Akkasumaas lola Juntaa ti Guuzni Juntaa
Ethiopirrattii banan ilaalchisee muumichi minstera biyyaa biyyarraa dheessuut
deemaa xayyaarri qopheeweefi jira jedhanii olola tamsaasaa turan.
Muummichi ministeera otuu gurratti hin qicatin biroo isaanii bakka buutatanii
finfinnee irraa kallattiin dirree waraanaa dhaqee duulee duulchisuun, waan
motummoonni addunyaa tokkolleen hin hojjatin, hujii kabajaa isatti gootu dalaguun
ammallee ummata ethiopia birattii zalaalam kabajamee jiraata.
PWDOn Waan Muummichi Ministeraa dirree lolaa dhaqee lolchiisee, torbaan lama
keessatti Juntaa mirqaana cabsuun, akka waan qabatuu fi waan dhiistu wallaaltee
baaragdee bittinooftu taasisuu isaanitiif, maqaa paartii keenyaatiin galatoomi jennan.
waan kana qofa osoo hin tahin, magaalota gurguddoo akka Dassee, Kombolchaa, Laalli
balaa, Kamisee, Baatee fi kkf, magaalota biraa, ammallee bakkoota "Strategic
tahan Juntaa irraa eega deebisee booda, Finfinneti deebi'uuf, baga gammaddee,
baga gayaan galte, bagaa waan facaafatte murattee jennaan.
Gaazexonnii addunyaa kan akka:"Aljaziraa" Masri, CNN fi kennen kana fakkaatan,
isaan duraan muummicha ministeraa, nama laafaa seehan. Nama hafte hin qabne
mullachuu isaanii eega beekan booda, kabajaa gurguddoo kannanifi akka
rsaa jiran addunyaan hubattee Jirti. Isaa haqa godhatee, ammallee kabajaa
gonfadhu jennaan.
Jarmayni Jaarraa Abbaa Gadaa,Paartii Walabummaa Dimokraasummaa Oromiyaa
PWDOn) murtii fi moohannaa Dr Abiyyii Dirree lolaatti argamsise tanaaf baga
gammmaddee jechuudhaan xalayaa tana isini barreessuuf gammachuu guddoo nutti
dhagayamte ibsuu barbaanna.!!!
Koree Hoji Rawwachiiftuu PWDO
Finfinnee Oromiyaa
20/05/2021
Independent Democratic Oromia Party IDOP
Kayyoo jaallan qerroo ganamaa jalqaban galmaan gahuu dhaafi.
19/05/2021
HAYYOOTAAF GOOTOTA QEERROO GANAMAA
qeerroo ganamaa* Falmattoota mirga nama
qawwee ganamaa*Abukaatoo heera dhugumaa
qabsoo oromoo lakkoofsaan eessat dhumaa
lakkaaween fixuu siniin tuttuqa xiqqumaa
Ka akka
1. Jaarraa Abbaa gadaa ( Abdulkariim Ibraahiim Haamid)
2. Sh.Abdurrahmaan Yuusuf (Bobbaasaa)itti'aanaa Sooressaa
3. Ibsaa Guutuu
4. Elemoo qilxuu
5. Taddasaa birruu
6. Sh.Muhammad Umar qaadii
7. Mahammad Zaakir Sh.Umar Aliyyee
8. Ahmad Taqii (Hundee)
9. Sh.Muhammad Rashaad Abdullee
10. Sh.Bakri Saphaloo
11. Siraaj Kamaal Haaji Imaam
12. Ahmad Mahammad Bishdiimo(Buqqisaa Bulee)
13. Ahmadal Haadii Huuseen
14. Sh.Mahammad Rashiid
15. Af 'dal Haadii Sh. Mahammad shattoo(Dhugoomsaa dhugaasaa)
16. Abdulaahi Luungoo
17. Abdul Shakuur sh.Ibraahim
18. Aaminaa Abdii(Warra Abdullahi Lungoo)
19. Musxafaa Harawwee
20. Usmaayyoo Muusaa
21. Abubaka Muusaa
22. Prf.Mahammad Hasan
23. Aanessoo Waaree
24. Baaroo Tumsaa
25. Badhoo Dachaas(Dammaqsaa)
26. Falmataa Gadaa
27. Mullis gadaa
28. Abdul kariim Aadam Laakuu ( Sowraa)
29. Muhammuud sheek Mahammad umer Bookhee
30. Umar Abuubakakar Ibraahim
31. Muhammad Abdulkariim ( Areedoo)
32. Muhammad Abdullahi ( Koosum)
33. Bakrii Ibraahim ( Abbaa Fatoo)
34. Bakrii Ahmed Baabbilee
35. Muhammad Ahmed Umar ( Kormmoosoo)
36. Muhammad Abdulqaadir ( Shalttaataa)
37. Ahmed Mahammad Umar ( Caalaa)
38. Muhammad Abdullahi Ali ( Muudee)
39. Ahmed Muhammad Muusaa ( Mullata)
40. Muhammad Kabiir Iissaa ( jarjjarso)
41. Ahmed Muhammad Usmaan ( Daammacaa)
42. Muhammad Saanii Umar ( Horoo)
43. Husseen Abbaa Waaqaa ( Baale)
44. Jamaal Abdulqaadir
45. Ahmed Iissee
46. Aadam Muhammad Alii ( Laafaa)
47. Ahmed Nuur Alii ( Arroo)
48. Ahmed Nuur Hasan
49. Abdulkariim Muhammed Anas ( Jifaaraa)
50 . Muhammad sheek Hasan ( Nibarbaannaa)
51. Adam Abubakar ( Moluu)
52.. Ahmed Mahammad Abdurahman
53. Muhammad Ibraahim Wadaay ( Shantam shubbisaa)
54. Ahmed Nuur Muussaa Na'ee
55. Abdallaa Bakhrii
56. Muhammad Alii
57. Ahmed Umar Abdallaa
58. Ahmad Haashii
59. Haaji Maamoo
60. Ramadaan Husseen Khaliil
61. Abdurahaman Muhammed Yonis ( Tuujii)
62. Ahmed Yuusuf Ibraahim ( Turee Leencoo)
Jaarraa Abbaa gadaa* Seenaasattu dubbatamaa
qancareen hafnee*Kunoo qeerroon asii falmaa
Akka Elemoo qilxuutti maxxane*Diina lafat raree Lubbuusaan sodaanne
kee sidhaalle rasaasan sodaanne*Diktaatoraf hattuu wacaafaan ariinee
Waaqoo guuttuus Kunoo asii bookkisaa*Saamtuuf maalaammaltuut ijattibabaasaa
akka taaddasas asumkeessa jiraa* Guduunfaa nafxenyaa ciree lafat haraa
qubeedhaa Barsiisaa ganamaa*shek Bakri saphaloo qaroo oromummaa
Qabsoo Hundaa Shek Muhammad Rashaadi* Qur'aanafi qubeen situ saaqe daandii
kaayamaa Seenaan kankee hundi*aakiraas dalagdee sintuqu ibiddi
Ahmadttaqii Haanbaa Habalee qittee*Qeerroon Diina yaaftee tokkummaan waltaatee
roorroon baayyatee daandiin dukkanoofte*gaaf ganamuu duuti bakkayyuut muul'ate
gaafas kaatee*tokkummaan diigganne iccitiin gad dhaabdee
gurguddoon kan qeerroo dhalchitan*Haadholeen gurguddoon kan dugdaan guddiftan* seenaa qabsoo keessat bakka guddaa qabdan
kan beeknu abbaatu ilma dhalchaa*Kunoo qeerroot dhalchee maandeellaa gurraachaa
qeerroon lolte killee diinaa cabsee* Abiyi fii Lamma biyya kufteef baase.
hujii kankee har'as hindagatin dabaa diriirsuudhaaf Hujiikeen tuffatin::-::