18/05/2024
ATEN Anaa miidhagaa tolaa
Government berou
18/05/2024
18/05/2024
Caamsaa 10/9/2016
DUULA QULQULLINAA
Aanaa miidhagaa tolaa Magaalaa guddattuu Ibroo mussaatti Duulli qulqullinaa Faalama pilaastikaa haa ittisnuu mootoo jedhuun gaggeefamee jira.
18/05/2024
Caamsaa ,10/9 2016
DUULA QULQULLINAA
/H/Bahaa__ .
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Duula Qulqulinaa faalama laastikaa Haa ittisnuu jedhuun magaalaa miidhagaa fi ibroo muussaa irratti gaggeefame.
Biyya Qulqulluu hawattuu taate dhaloota haa dhaalchifnu
Godina Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaa Duulli Qulqullina gaggeeffameera
Qulqullinni ibsituu qaroominaati!
17/05/2024
Dhaga'aa waldhageesisaa
**************************
Duula Qulqullina Magaalaa
Godina Harargee bahaa Aanaa miidhagaa Tolaa magaalaa miidhagaatti Guyyaa boruu Caamsaa 10/9/2016 sa'aa 12:00- 1:00 tti Duula qulqullinaa Mata duree Faalama pilaastikaa Haa Ittisnuu ja'uun Akka innisheetiivii Eeggumsa Naannootti fudhatamee Muumicha ministeeraa keenyaan labsamee waan jiruuf Akka Aanaa keenyaattiis boru waan gaggeefamuuf Gaggeessaa Aanaa, Hojjataa mootummaa hunda, Dargaggoo, Dubartoota fi jiraatoonni Magaalaa miidhagaa 01 hundi Ganamaa kaanee hirmaannee uwwisa midiyaaniis Deeggaruun Karaaa qindoomina qabuu Gaggeessuu qabna.
Hubachiisa:- Hojjataan mootummaa hundi bulchiinsatti dhufuu qaba.
Jiraatoonni kaan bulchiinsa magaalaatti walitti dhufuun Baniisa koree qindeessaan Banamee kan gaggeefamu taha.
10/01/2024
Godina Harargee bahaa Aanaa miidhagaa tolaatti Hojiin Dandamannaa jijjiirama Qilleensaa(CRGE) Seektaroota Waliin hojjannuu baayyee hojatamaa jirti.
12/10/2023
Godina harargee bahaa Aanaa miidhagaa tolaa Araddaa mudhii tolaa irratti koree daangeessa bosonaa hojii bosona adda baasuu, daangeessuu fi galmeessuu hojjachaa jiran guyyaa lammaffaaf itti fufanii jiru.
08/10/2023
Fuulbana 27/2016
ATEN Aanaa miidhagaa tolaatti Orreenteeshiina gabaabaa koree teeknikaa Daangeeysa bosonaa fi waldaya irratti ijaaruu waliin gaggeesinee jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Harargee
Harar
