East Hararge Zone Roads and Logistic Office.

Call Directions

East Hararge Zone Roads and Logistic Office. We aspire to see Standard, Sufficient, Sustainable Roads Development & Network at Oromia National Regional State East Hararge Zone.

22/06/2026
Aanaa Goorooguutuutti Pirojektiin Riqa Laga Koraa birrii Mil.64.9 oliin hojjatame Eebbifame.******Godina Harargee bahaa ...
20/05/2026

Aanaa Goorooguutuutti Pirojektiin Riqa Laga Koraa birrii Mil.64.9 oliin hojjatame Eebbifame.
******
Godina Harargee bahaa Aanaa Goorooguutuutti Pirojektiin Riqa Laga Koraa Ganda Ifaa Dhaabaa fi Burqaa Tokuummaa giddutti hojjatame eebbifamuun Tajaajilaaf banaa ta'eera.

Sirna Eebba Pirojektii kana irratti Hoggantuun Biiroo Lafa Oromiyaa Aadde Masarat Asaffaa ,Bulchaa Godina Harargee bahaa Aadde Miskii Mahammadii fi Hoggantuun Gurmuu Dubartoota Paartii Badhaadhina Damee Oromiyaa Aadde Saamiyaa Abdallaa, akkasumaas Itti Gaafatamaan WDLGHB ( East Hararge Zone Roads and Logistic Office. ) Obbo Yusuf Sufi fi Hoggansi biroo godinaa ,Aanaa fi Qaamni hawaasa garaagaraa argamaniiru .

pirojektiin Riqa koora kun Ganda Ifaa Dhaabaa fi Burqaa Tukkummaa giddutti baajata mootummaa birri Mil.64.9 Oliin kan hojjatame yoo ta'u ,Aanaalee 2 fi ummata gandoota 11kuma 100 oliif tajaajila kan kennu ta'uu isaati.

Waadaan Ummataa Gochaan dhugoome.

12/03/2026
28/02/2026

Big shout out to my newest top fans! Ekram Mohammed

Gurraandhala 19, 2018 Aanaa   Tolaatti Hojii Lafaa Sarara Daandii Nagaya Miidhagaa irraa hanga Daalattii Afataa dheerina...
26/02/2026

Gurraandhala 19, 2018
Aanaa Tolaatti Hojii Lafaa Sarara Daandii Nagaya Miidhagaa irraa hanga Daalattii Afataa dheerina 22km arra Doozarri seenuun hojii jalqabee jira.
"Daandiin Bu'ura bu'uraalee Misoomaati!!"

Address

Harar

Telephone

+251910130034

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East Hararge Zone Roads and Logistic Office. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share