jira kuno

jira kuno

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from jira kuno, Public Service, Harar.

11/09/2023

seensa bara haaraa kana qalbiitti naa qabadhaa Bara haaraa (2016) kanatti

1, Yoo wal fayyaduu dadhabne, wal miidhuu haa dhiifnu.
2, Yoo waliif yaaduu dadhabne walitti yaaduu haa dhiifnu.
3, Yoo Wajjin duuluu dadhabne walitti duuluu haadhiifnu.
4, Yoo wal faarsuu dadhabne wal arrabsuu haadhiifnu.
5, Yoo wal eebbisuu dadhabne wal abaaruu haa dhiifnu.
6, Yoo wal jaalachuu dadhabne wal jibbuu haa dhiifnu.
7, Yoo wal gammachiisuu dadhabne wal mufachiisuu haa dhiifnu.
8, Yoo walitti siquu dadhabne walirraa siquu haadhiifnu.
9, Yoo wal jala deemuu dadhabne wal jalaa deemuu haa dhiifnu.
10, Yoo dhugaa walitti himuu dadhabne wal sobuu haa dhiifnu.
11, Yoo wal sirreessuu dadhabne wal jallisuu haa dhiifnu.
12, Yoo wal amanuu dadhabne wal shakkuu haa dhiifnu.
13, Yoo wajjin qabsaawuu dadhabne gareen walitti qabsaawuu haa dhiifnu.
14, Yoo wal jabeessuu dadhabne wal laaffisuu haa dhiifnu.
15, Yoo wal gorsuu dadhabne wal dogoggorsuu haa dhiifnu.
16, Yoo wal guddisuu dadhabne wal xiqqeessuu haa dhiifnu.

share, like,

21/08/2023
Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Harar