18/09/2021
Fulbana 08/1/2014 Naannoo harariiti dargaggotaa fi dubartooni Aanaa soofii sagantaa duula nafiladhaa partii badhaadhinaa bifa hawataa ta.een gaggessanii jiran. Hirmaatooni duula nafiladhaa kana irrati argaman hundi Isanii duula postaa adii masara adiiiti bareefame kan jiruu fi ergalee gara garas darbarsaniiti jiran.
17/07/2021
Adooleessa 10/11/2013. Naaannoo Hararii Aanaa Soofiiti sagantaan duula ashaaraa magarisaa bakka hongantooni keenya kan naannoo argamaniti haala hawataa ta'een gaggefameeti jira. Akka naannoo teenyaa naanoo harariiti guyya arra biqiltuu kuma 350 dhabamee jira . Kanafuu hawaasa naannoo harariiyin galatooma jenan.
09/07/2021
Adolleesa 2/11/2013. naannoo hararii aanaa soofiiti seektari fayyaa fayyaa hawaasaa eguudhaf idoo balfaan itti baayatu hunda qulquullesanii jiran.
08/07/2021
Adolleesa 1/11/2013. naannoo hararii bulchinsa aanaa soofiiti mariin haala yeroo polisoota keenyaa wajiin bifa nama hawatuun gaggefameti jira.
07/07/2021
Waxabajii 30/10/2013. naannoo hararii bulchinsa aanaa soofiiti mariin nageenya haala yeroo biyya teenya mariin balaan hawaasa aanichaa waliin gaggefameti jira. Maricha irratis hogantooni naanooti fi kan aanaa keenyaa wajjiin tahudhaan hawasa keenya mariyachiisanii jiran. Ajandaan marii guyya arratis tarkanfiin motumman keenya murna juntaa irrati fudhate sirrii tahuusatii fi burjaaja'insa ama hawaasa keessati mulatu irrati hawasa keenya mariiyachisanii jiran.
06/07/2021
HARAR
BULCHINSA AANAA SOOFITTI.
* **** ***
Bulchiinsa Aanaa Soofiitti Waxabajjii guyyaa 29/10/2013ti Seektarri Fayyaa Aanaa Soofiitti maatii hojiirra oolma pakeejii Eksteenshiini fayyaa baadiyyaa18n hojirra oolchan kan adda dure ta'an Eeybisiiseeti jira.
Sagantaa baniinsa eeyba maatii adda dure tahan irratti sagantaa baniinsaa kan taasisan Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Soofii Kabajamoo Obbo JAMAL AHMED fi Biroo Fayyaa Naannoo Hararii irra bakka bu'uun kan arkaman Kabamoo Obbo YAMNAS ABDII iddoo arkamanitti sagantaan baniinsaa taasisameeti jira.
Maatii hojirra olmaa pakeejii Ekisteenshiinii fayyaa baadiyyaa 18n adda durummaan hojirra olchaniif eeyba taasisuuniif beekamtii waraqaa ragaa maatii adda duree tahaniif laataniiti jiran.
Sagantaa kana irratti Qindeeysaan Fayyaa Aanaa Soofii kabajamoo Obbo HASSAN MOHAMMED erga maatii pakeejii ekisteenshiinii fayyaa baadiyyaa 18n hojirra olchan kanaaf ergaa galateeyfanna dabarsaniiti jiran.
FAYYAA FAAYA.
FAGEENYA KEENYA EEGGACHUUN FAYYAA TEENYA DHIBEE KORONAA IRRAA HAGUGDUU AFAANII FUNYAANIIS TASISNEE FAYYAA TEENYA HAA EEGGANNUU.
04/07/2021
Waxabajjii 27/10/2013. Naannoo hararii aanaa soofii aradaa haraweeti dargaggooni keenya dargaggoon aanaa soofii hojjii tola oltumaa manen qileensi diige hawaasa keenya cinaa dhaabachuudhan ijaaraa jiran. Dargaggoota kenyaan fayaa tahaa jenaan.
21/06/2021
Waxabajjii 14/10/2013. Naanoo hararii Aanaa soofiiti duula ashaaraa magariisaa dhaadanoo "koottaa harar magarriisa uwisna" ja'uun baka kab. Adde Misraa Abdallaa I/A/Piresdantii Mootummaa Naannoo Hararii; Fi Kab.Abdujabar Mahammed I/G/W/ Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii Fi hoogantooni olaanon naannoo fi hawaasa Aanichaa argamaniiti jalqabameera.
20/06/2021
Waxabajjii 13/10/2013 Wancaan pirojecktii hidha laga Abaayaa Gudichaaf Gaalii waliti sassabaa ture Aanaa Keenya Aanaa Soofii irra gara Aanaa Diree Xayaraa Galee Jira.
14/06/2021
Naannoo Hararii Bulchiinsa Aanaa Soofiitti duulli na filadhaa Paartii
Badhaadhinaa haala hawwataa ta'een gaggeefame jira.
Duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa Kana irrati Itti aantuu
Pirezedaantii Mootummaa Naannoo Hararii Aadde Misraa Abdallaa , Itti
gaafatamaan Damee ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Naannoo Hararii
Kabajamoo Obbo Hamzaa Hassan fi hoggantoonni Olaanoon
mootummaa naannichaa argamaniiru.
13/06/2021
waxabajjii 6/10/2013. Naanoo Hararii Aanaa soofii ganda dakariti sektari fayyaa Aanaa Soofii idoo qushaashni ganda kessa hedoomate fayyaa hawasa kenyaa midhaa jiru hunda hawaasa keenya wajjin tahuudhan qulquleesanii jiran.
10/06/2021
Waxabajii 3/10/2013. Bulchinsa Aanaa soofiiti mariin nagenyaa haala filanoo maraaa 6ffaa waxabajii 14 gaggefamuf deemu karaa nagayaan akka xumuramuf eggumsi cassaa nagenyaan akka taasifamu misensoota humna milishaa aanaa soofitii wajjiin mariin ballaan gaggefamee jira.