26/02/2025
ምክር ቤቱ በተለያዩ አጀንዳዎች ላይ በመወያየት ውሳኔ አሳለፈ
የሐረሪ ክልል ምክር ቤት በተለያዩ አጀንዳዎች ላይ በመወያየት ውሳኔ አሳልፏል።
የሐረሪ ክልል ምክር ቤት በዛሬው ዕለት ባካሄደው 6ኛ ዙር 4ኛ ዓመት 7ኛ መደበኛ ጉባዔው ላይ መደበኛ እና ካፒታል ወጪዎችን ለመሸፈን በቀረበው 665 ነጥብ 5 ሚሊየን ብር ተጨማሪ ረቂቅ በጀት ላይ በመወያየት አፅድቋል።
ምክር ቤቱ ካፀደቀው በጀት 427 ነጥብ 4 ሚሊየን ብሩ ለመደበኛ እንዲሁም 238 ሚሊየን ብሩ ለካፒታል ፕሮጀክቶች እንደሚውልም ተመላክቷል።
በሌላ በኩል ምክር ቤቱ ከአዲስ ተሻሎ በቀረበው የገጠር መሬት መጠቀሚያ ክፍያና የግብርና ሥራ ገቢ ግብር ረቂቅ አዋጅ ላይ ተወያይቶ አፅድቋል።
ከዚህ በተጨማሪም ምክር ቤቱ የዳኝነት አገልግሎት ክፍያ እና የክልሉ ፍርድ ቤት ሰራተኞች ረቂቅ ደንብ ላይ በመወያየት የቀረቡ ደንቦችን በማፅደቅ የምክር ቤቱ 6ኛ ዙር 4ኛ ዓመት 7ኛ መደበኛ ጉባዔው አጠናቋል።
25/02/2025
Yaa’iin idilee Mana maree Naannoo Hararii boru eegala
Yaa’iin idilee 7ffaa waggaa 4ffaa marsaa 6ffaa Mana marii Naannoo Hararii boru eegalee nitaa’ama.
Af-yaa’iin mana maree naannichaa obbo Sulxaan Abdulsalaam ibsa kennaniin akka jedhanitti, manni marichaa ajandaawwan yaa’ichaa garagaraa irratti nimari’ata.
Gabaasni raawwii walakkaa waggaa bara bajataa 2017 mana mareef dhihaatee mariin akka taasifamu dubbataniiru.
Akkasumas ajandaawwan garagaraa fi bajata dabalataa irratti mari’achuun niraggaasisa jedhamee akka eegamu Ibsaniruu.
25/02/2025
የሀረሪ ክልል ምክር ቤት መደበኛ ጉባኤ ከነገ ጀምሮ ይካሄዳል
የሀረሪ ክልል ምክር ቤት 6ኛ ዙር 4ኛ ዓመት 7ኛ መደበኛ ጉባዔውን ከነገ ጀምሮ ማካሄድ እንደሚጀምር የምክር ቤት አፈ ጉባኤ አስታውቀዋል።
የክልሉ ምክር ቤት አፈ ጉባኤ አቶ ሱልጣን አብዱሰላም በሰጡት መግለጫ እንደገለጹት ምክር ቤቱ ከነገ ጀምሮ በሚያካሂደው ጉባኤ በተለያዩ አጀንዳዎች ላይ ይመክራል ብለዋል።
በዚህም የክልሉ መስተዳድር ምክር ቤት የ2017 ዓ.ም የግማሽ አመት አፈጻጸም ሪፖርት ቀርቦ ውይይት እንደሚካሄድ ተናግረዋል።
እንዲሁም የተለያዩ አዋጆችና ተጨማሪ በጀት ላይ በመምከርም ያፀድቃል ተብሎ እንደሚጠበቅ ጠቁመዋል።
20/02/2025
Koreen dhaabbii mana marii naannoo hararii wixinee labsii galmee fi bulchiinsa dhaabbilee siivikii akkasuma labsii bulchiinsa lafa baadiyyaa irratti mari'ate
****
Koreen dhaabbii mana marii naannichaa wixinee labsii galmee fi bulchiinsa dhaabbilee siivikii akkasuma labsii bulchiinsa lafa baadiyyaa ilaalchisuun marii bal'aa taasiseera
Adeemsa labsiileen itti qophaa'an barbaachisummaa fi qabiyyee isaanii irratti sanadiin dhiyaateera.
Miseensotaa fi walitti qaboonni koree dhaabbii mana marii naannichaa labsiilee dhiyaatan irratti yaadota galtee ta'an kan kennan yoo ta'u
Dhimmoota fooyya'uu qaban irratti walitti qabduun koree dhaabbii dhimma bulchiinsa seeraa dubartootaa fi daa'immanii Aadde Imaan Mahammad kallattii xiyyeeffannoo kennaniiru.
20/02/2025
የሐረሪ ክልል ምክር ቤት ቋሚ ኮሚቴ የዳኞች ክፍያ እና የፍርድ ቤት የአስተዳደር ሰራተኞች ረቂቅ ደንቦች ላይ ተወያይቷል።
****
የክልል ምክር ቤቱ ቋሚ ኮሚቴ ከክልሉ ጠቅላይ ፍርድ ቤት በቀረቡለት በሁለቱ ደንቦች ላይ በዝርዝር ተወያይቷል።
ሁለቱም ደንቦች በቅደም ተከተል የቀረቡ ሲሆን ይዘቱ፣ ዓላማው፣ አስፈላጊነቱ እና ደንቦቹን የማዘጋጀቱ ሂደት የተመለከቱ ጉዳዮች በዝርዝር ለቋሚ ኮሚቴው ቀርቧል።
በክልል ምክር ቤቱ የቋሚ ኮሚቴ አባላጥም በቀረቡት ሁለቱ ደንቦች ላይ የተለያዩ ሃሳብ አስተያየትና ጥያቄዎችን ጨምሮ ግብዓት የሚሆኑ ሃሳቦችን ሰተዋል፡፡
በመጨረሻም በክልል ምክር ቤቱ የሴቶች፤ ህጻናትና ህግ አስተዳደር ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ ሰብሳቢ ወይዘሮ ኢማን መሀመድ በቀረቡት ደንቦች ላይ መሻሻል ባለባቸው ጉዳዮች ላይ አቅጣጫ ሰጥተዋል።
12/02/2025
koreen dhaabbii mana marii naannoo hararii gabaasa raawwii ji'a 6 bara 2017 biiroo geejjibaa fi misooma daandii naannoo hararii gamaaggamee jira.
*****
koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa raawwii walakkaa waggaa bara 2017 biiroo geejjibaa fi misooma daandii naannoo hararii qorachuun kallattii kaa'eera.
Raawwii karoora walakkaa waggaa bara 2017 biirichaa bal'inaan dhiyaateera.
Koreen dhaabbii mana marii naannichaa yaadoota biiricha ijaaran bal'inaan kaasaniiru.
Yaadaa fi gaaffilee mana keessaa ka'aniif hoggana itti aanaa biiroo geejjibaa fi misooma daandii naannoo hararii obbo Fatii tofiq fi miseensonni maneejmantii biirichaa ibsa itti laataniiru.
Dhimmoota xiyyeeffannaa barbaadan irratti walitti qabaan koree dhaabbii dhimma diinagdee Obbo Jibriil Mahammad kallattii xiyyeeffannoo kennaniin:-
Geejjibaa wajjiin walqabatee taarifni bahe hojiirra oolmaa isaa irratti hordoffii fi to'annaa itti fufiinsaan taasifamuu akka qabu;
Pirojektiilee jalqabaman saffisa amma itti deemamaa jiruun xumursiisuu irratti xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu ;
Gabaasa qulqullina isaa eeggate kan ulaagaa hunda guuttate dhiyaachuu akka qabu ;
Gara fuulduraatti daandiilee baadiyyaa irratti xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu akeekaniiru.
12/02/2025
የሀረሪ ክልል ትራንስፖርትና መንገድ ልማት ቢሮ የ6 ወር የ2017 የስራ አፈፃፀም ሪፖርት በሀረሪ ክልል ምክር ቤት ቋሚ ኮሚቴ ገምግሟል።
******
የሐረር ክልል ትራንስፖርትና መንገድ ልማት ቢሮ የ2017 አጋማሽ አፈጻጸም ሪፖርት በፓርላማ ቋሚ ኮሚቴ ታይቷል።
የትራንስፖርትና መንገድ ልማት ቢሮ ምክትል ቢሮ ኃላፊ አቶ ፈቲህ ቶፊቅ ባለፉት ስድስት ወራት የተሰሩ ስራዎችን በዝርዝር ለክልል ምክር ቤቱ ቋሚ ኮሚቴዎች አቅርበዋል።
በክልል ምክር ቤቱ የቋሚ ኮሚቴ አበላትም ተጨማሪ ለቢሮው ግብዓት የሚሆኑ ሃሳብና አስተያየቶችን የሰጡ ሲሆን ከአባላቱ ለተነሱ ጥያቄዎችም የቢሮው የማኔጅመንት አባላት እና የቢሮ ምክትል ኃላፊ አቶ ፈቲ ደደፎ ከምክር ቤቱ በተነሱት አስተያየቶችና ጥያቄዎች ላይ ገለጻ ያደረጉ ሲሆን የክልሉ ምክር ቤት ቋሚ ኮሚቴ የሰጧቸውን ሃሳብና አስተያየት እንዲሁም ማስተካከያዎችን ከግምት ውስጥ በማስገባትና ትኩረት በመስጠት የሚሰሩ መሆናቸውን ገልፀዋል።
በመጨረሻም በክልል ምክር ቤቱ የኢኮኖሚ ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ ሰብሳቢ አቶ ጅብሪል መሀመድ ትኩረት በሚሹ ጉዳዮች ላይ አቅጣጫ ሰጥተዋል፡-
ከትራንስፖርት ጋር ተያይዞ የሚወጡ ታሪፍ አፈፃፀም ላይ ቀጣይነት ያለው ክትትልና ቁጥጥር ሊደረግ እንደሚገባ፤
እየተከናወኑ የሚገኙ እሮጀክቶች ላይ አሁን ባለው ፍጥነት ፕሮጀክቶቹን ለማጠናቀቅ ትኩረት መስጠት እንዳለበት፤
ለክልሉ ምክር ቤት የሚቀርቡት ሪፖርቶች ትክክለኛና ሁሉንም መስፈርቶች የሚያሟላ ጥራት ያለው ሪፖርት መቅረብ እንዳለበት እና ወደፊት ታቅደው በሚሰሩት ስራዎች ላይ ለገጠር መንገዶች ትኩረት ሊሰጠው እንደሚገባ ጠቁመዋል።
12/02/2025
koreen dhaabbii mana marii naannoo hararii gabaasa raawwii ji'a 6 bara 2017 biiroo misooma qonnaa naannoo hararii gamaaggamee jira.
*****
koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa raawwii walakkaa waggaa bara 2017 biiroo biiroo misooma qonnaa naannoo hararii qorachuun kallattii kaa'eera.
Raawwii karoora walakkaa waggaa bara 2017 biirichaa hogganaa itti aanaa biiroo misooma qonnaa naannoo hararii naannoo hararii Obbo Nasradiin Ahimad bal'inaan dhiyeessaniiru.
Koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa dhiyaate dhaggeeffachuun gabaasicha irratti bal'inaan mari'ateera.
Yaadaa fi gaaffilee mana keessaa ka'aniif miseensonni manejmantii biirichaa fi hogganaa itti aanaa biiroo misooma qonnaa naannoo hararii naannoo hararii Obbo Nasradiin Ahimad ibsa itti laataniiru. Yaadoota koree dhaabbii mana marii naannichaa galtee godhachuun kan fudhatan ta'uu himaniiru.
Dhimmoota xiyyeeffannaa barbaadan irratti walitti qabaan koree dhaabbii dhimma diinagdee Obbo Jibriil Mahammad kallattii xiyyeeffannoo kennaniin:-
Qophii sanyii filatamaa fi xaa'oo wajjiin walqabatee dhiyeessii sanyii filatamaa fi xaa'oo aanaalee baadiyyaa hunda waliin gahuu xiyyeeffannoon hojjatamuu akka qabu;
Oomisha bishingaa bara kana oomishaman gabaa sanbataaf dhiyeessuuf hojjatamuu akka qabu;
Ashaaraa magariisa wagga waggaan dhaabaman lafa qabsiisuu irratti to'annoo fi hordoffiin cimee itti fufuu akka qabu;
Inisheetivii horsiisa lukkuu ilaalchisee aanaalee hundatti babal'achuu akka qabu eeraniiru.
12/02/2025
የሀረሪ ክልል ግብርና ልማት ቢሮ የ2017 ዓ/ም የ6 ወር የስራ አፈፃፀም ሪፖርት በሀረሪ ክልል ምክር ቤት ቋሚ ኮሚቴ ታይቷል።
******
የሐረር ክልል ግብርና ልማት ቢሮ የ2017 አጋማሽ የ6 ወር አፈጻጸም ሪፖርት በክልል ም/ቤቱ ቋሚ ኮሚቴ ታይቷል።
የግብርና ልማት ቢሮ ምክትል ቢሮ ኃላፊ በአቶ ነስረዲን አህመድ ባለፉት ስድስት ወራት የተሰሩ ስራዎችን በዝርዝር ለክልል ምክር ቤቱ ቋሚ ኮሚቴዎች አቅርበዋል።
በክልል ምክር ቤቱ የቋሚ ኮሚቴ አበላትም ተጨማሪ ለቢሮው ግብዓት የሚሆኑ ሃሳብና አስተያየቶችን የሰጡ ሲሆን ከአባላቱ ለተነሱ ጥያቄዎችም የቢሮው የማኔጅመንት አባላት እና የቢሮ ምክትል ኃላፊ አቶ ነስረዲን አሂማድ ከምክር ቤቱ በተነሱት አስተያየቶችና ጥያቄዎች ላይ ገለጻ አድርገዋል። የክልሉ ምክር ቤት ቋሚ ኮሚቴ የሚያቀርባቸውን የውሳኔ ሃሳቦች ከግምት ውስጥ በማስገባትና ትኩረት በመስጠት የሚሰሩ መሆናቸውን ገልፀዋል።
በመጨረሻም በክል ምክር ቤቱ የኢኮኖሚ ጉዳዮች ቋሚ ኮሚቴ ሰብሳቢ አቶ ጅብሪል መሀመድ ትኩረት በሚሹ ጉዳዮች ላይ አቅጣጫ ሰጥተዋል፡-
ከተመረጡት ዘሮች እና ማዳበሪያዎች ዝግጅት ጋር ተያይዞ በሁሉም የገጠር ወረዳዎች ለተመረጡት ዘሮች እና ማዳበሪያዎች አቅርቦት ትኩረት መስጠት ያለበት ስለመሆኑ፡፡
በዚህ አመት የሚመረተውን የስንዴ ምርት ለቅዳሜ ገበያ የማቅረብ ስራ መሰራት እንዳለበት፤
በየዓመቱ በሚተከሉ የአረንጓዴ አሻራ ችግኞች ላይ ቁጥጥር እና ክትትል ተጠናክሮ መቀጠል እንዳለበት፤
የዶሮ እርባታ ኢኔሼቲቭ ጅምር ስራዎች በሁሉም ወረዳዎች ሊስፋፋ ይገባል ብለዋል።
10/02/2025
koreen dhaabbii mana marii naannoo hararii gabaasa raawwii ji'a 6 bara 2017 ejensii sab-qunnamtii naannoo hararii qoratee jira.
*****
koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa raawwii walakkaa waggaa bara 2017 wirtuu mirkaneessa madaallii gahumsaa ogummaa naannoo hararii gamaaggamuun kallattii kaa'eera.
Raawwii karoora walakkaa waggaa bara 2017 ejensichaa hogganaan ejensii sab-qunnamtii naannoo hararii naannoo hararii Obbo Eliyaas bal'inaan dhiyeessaniiru.
Koreen dhaabbii mana marii naannichaa yaadoota ejensicha ijaaran bal'inaan kaasaniiru.
Dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti walitti qabduun koree dhaabbii dhimma hawaasummaa Aadde Daliilaa Yuusuf kallattii xiyyeeffannaa kennaniiru
3/6/2017
10/02/2025
koreen dhaabbii mana marii naannoo hararii gabaasa raawwii ji'a 6 bara 2017 giddugala mirkaneessa madaallii gahumsaa ogummaa naannoo hararii qoratee jira.
*****
koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa raawwii walakkaa waggaa bara 2017 wirtuu mirkaneessa madaallii gahumsaa ogummaa naannoo hararii gamaaggamuun kallattii kaa'eera.
Raawwii karoora walakkaa waggaa bara 2017 giddugalichaa hogganaan giddugala mirkaneessa madaallii gahumsaa ogummaa naannoo hararii Obbo badhaasaa bal'inaan dhiyeessaniiru.
Koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa dhiyaate dhaggeeffachuun gabaasicha irratti marii bal'aa taasiseera.
Dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti walitti qabduun koree dhaabbii dhimma hawaasummaa Aadde Daliilaa Yuusuf kallattii xiyyeeffannaa kennaniin:-
Humna namaa gahoome industiriif barbaachisaa waan ta'eef dhimma kana irratti qaama dhimmi ilaallatuu waliin ta'uun qindoominaan irratti hojjatamuu akka qabu;
dhimma liiftii waajjirichaa furuun hojjattootaaf haala mijeessuu irratti xiyyeeffannoon kennamuu akka qabu;
namoota dhuunfaa dandeettii addaa qaban irratti gara hojiitti akka galan sochiin taasifamaa jiru cimee itti fufuu akka qaba eeraniiru.
3/6/2017
10/02/2025
koreen dhaabbii mana marii naannoo hararii gabaasa raawwii ji'a 6 bara 2017 Abbaa taayitaa bishaanii fi dhangala'oo naannoo hararii gamaaggamee jira.
***************
koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa raawwii walakkaa waggaa bara 2017 Abbaa taayitaa bishaanii fi dhangala'oo naannoo hararii qorachuun kallattii kaa'eera.
Raawwii karoora walakkaa waggaa bara 2017 abbaa taayitichaa hogganaan Abbaa taayitaa bishaanii fi dhangala'oo naannoo hararii obbo Diinii Ramadaan bal'inaan dhiyeessaniiru.
Koreen dhaabbii mana marii naannichaa gabaasa dhiyaate dhaggeeffachuun gabaasicha irratti marii bal'aa taasiseera.
Yaadaa fi gaaffilee mana keessaa ka'aniif hogganaan Abbaa taayitaa bishaanii fi dhangala'oo naannoo hararii obbo Diinii Ramadaan fi miseensonni maneejmantii abbaa taayitichaa ibsa itti laataniiru.
Dhimmoota xiyyeeffannaa barbaadan irratti walitti qabduun koree dhaabbii dhimma baajataa fi faayinaansii Aadde Fatiyaa Saanii kallattii xiyyeeffannoo kennaniin:-
Hojii dijitaalayzeshinii jalqabame cimsanii itti fufuu akka qaban;
bittaa elektiroo-mekaanikaalii fi telemetirik sistamii irratti xiyyeeffanoo itti kennuun raawwatamuu akka qabu;
Raabsii bishaanii irratti fooyyeen jiraatullee fedhiin hawaasaa dabalaa deema waan ta'een qixuma saniin dhiyeessiin bishaanii cimee itti fufuu akka qabu;
Namoota sarara bishaanii cabsanii fedhii dhuunfaa isaaniif oolfatan irratti tarkaanfiin laaleessaan fudhatamuu akka qabu dhaamaniiru.
3/6/2017