16/05/2026
Badhaadhina Damee Aanaa Qarsaa - Harargee Bahaa
Odeeffannoowwan ,Ilaalcha fi yaadama Biyya ceesisu yero yeroon argachuuf fuula kana hordofaa.
16/05/2026
16/05/2026
16/05/2026
16/05/2026
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenya !
Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunah, hojii kunuunsa biyyoofi bishaanii Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaa, Gaara Jabeen irratti hojjatame daawwaatamera
Daawwannaa kanarratti Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xuruanah, Ministira Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa dabalatee qondaaltoonni Olaanoon Federaalaafi Naannoo Oromiyaa argamanii jiru.
Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunah, hawaasni Harargee hojii kunuunsa qabeeenya uumamaa hojjateen, uumamni iddootti deebi'ee argutti akka gammadan dubbatan.
Obbo Tamasgeen, muuxannoon kunuunsa qabeenya uumamaa ummanni Harargee Bahaa qabu, Magaalaa Finfinnee dabalatee guutuu biyyaatti babal'achaa jiraachuu himuun, hojiin eegalame cimee itti fufuu qabaa dhaaman.
16/05/2026
Harargee Bahaa
Gurawa
I.A.Muummee Ministeeraa kab.obbo Tamesgen Xuruneh fi Jaalala Ummatichaa
Sagantaa Duula na filadhaa fi ummata Aanaa Qarsaa
06/05/2026
GALATA ONNEERRAA MADDE(Bulchaa Aanaa Qarsaa)kab obbo Miki Moh (Mikaa'il Mahammadiirraa)
Yadeta Juneydi Bekri (Brighton Tradingiif)
Brighton Dhaabbata Biyyaa fi Sabaaf dhaabbateedha!
Harargee Bahaa
Qarsaa
Meeshaaleen wallaansaa Qindoomina Dhaabbata Brighton abbaa Leeccalloo fi cuer(Quire) organization abbaa meeshaa,dhaabbattoota Deeggarsaa Lammii Relief organization,Islamic relief organization fi Yuuniversiitii Haramaayaa waliin tahuun Hojii Tolaa(Deeggarsaa) ummata Aanaa Qarsaatiif keessattuu Buufata Fayyaatiif,kennamee ummatichi akka itti tajaajjilamuuf,Bakka koreen olaanoon Aanichaa fi Keesummoonni meeshaa fidanii dhufan argamanitti qeebalchiisaniiru.
Bulchaan Aanichaa kab.obbo Mikaa'il mahaammad maqaa Aanaa Qarsaatiin galata guddaa galchaniiru.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Harar
