22/04/2026
With Yoosan – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
Namoota waa'ee gara fuulduraa irratti yaaddaʼuu dandessaa. Ibsi inni lammaffaanimmoo, "Nama akka mata
22/04/2026
With Yoosan – I just got recognized as one of their top fans! 🎉
#
05/04/2026
Oduu hatatamaa,
Waraanni Amerika Jiddu gala bahaa kessa jiran Goda isaniiti galaanni Misa'iloota Iran Itti seenuutu himamaa jira,
Humnni ittisa Iran IRGC 🇮🇷 Hallellaa Cimaa iddolee Iccitii tan Waraanni Amerika dahoo godhatan iddoo tokko tan waraanni 400+ kessa turan barbadessuu himatan, iddoo biraa tan hidhatoonni 100+ dahoo godhachaa turan dacheeti dabalu himan, hallellaa Waraana isanii irrati raawatamte tana ilaalchise haga ammaati Gama Anga'oota Amerikatiin wanti jedhame hin jiru, itti dabaluun Magaloota isr irrati Misa'iloota Rog- Sadeetiin, Iran, Husbullah, Huuti, bakakaa itti buusaa jirachuutu gabafamaa jira,Akkanumanuu Amerikafi Isr Nuclear waan hin tahin Humnna qaban hunddaa Iran irrati fayyadamaa jiran, hatahu garuu Motummaan Iran 🇮🇷 haga ammaa Humnna Ishee Guututi fayyadamaa hin jirtu, Of qabaa Hallellaa Deebii kennaa jirti jedhamaa jira,
Gama kaaniin, Humnnoonni Hisbullah Lebanon 🇱🇧 fi Waraana IDF Jidduti lola hamaa Yeroo garii Rasaasa fixxachuun Zaanjjaan wal-waraanu gahaniti lola Finiinaa irra waliin jiraachutu himamaa jira, itti dabaluun guyyaraa Za'aa Muraasa kessati Reeffaafi madoon bay'een Waraana Isr gara Hospitaloota Geefama jiraachtu gabafamaa jira, hidhatoonni Hisbullah kaneen Wagootaaf Lola kallatii him seeniin Waraana Isr kaneen dhukubnni sammuutifi qalbii itti bu'ee jiru haalaan barbadessaa jiraachutu dubbatamaa jira,
Gama kaaniin, Motummaam Amerika tan Isr waliin Salphatee jirtu, lola kana Offiraa dhaabuuf Motummaa Pakistan 🇵🇰 Akka Iran waliin mari'achisan kadhataa jiracbuutu himamaa jira, kanara dhaabbachuun Prisdentiin Iran 🇮🇷 Mr Masoud Pezeshkian ibsa Midiyaaf kenne irrati Motummaan Pakistan 🇵🇰 Amerikafi Wa'ee isanii kessa Osoo,baate wayyaadha jechuun dubbate, itti dabaluun Amerikan Amantii hin qabu kan jedhe Mr Masoud Pezeshkian Yeroo Lama Marii jennee dagamnne Yeroo Saddaffaa Amerika waliin lolaan Adda baana jedhe, akkasuma Xiinxaltoonni Yaada irrati kennachaa jiran Pakistan 🇵🇰 Mataan ishee Gargaarsa Amerikatiin waan jiratuuf maqaa Jarsummatiin Dubbii tana kessa seenu hin qabdu jedhaa jiran,
Gama kaaniin, Ministeroota Haaja Alaa Motummoota Turkey 🇹🇷 Saudi Arabia 🇸🇦 Qatar 🇶🇦 Pakistan 🇵🇰 Maafiya Egypt 🇪🇬 UAE 🇦🇪 Magalaa Gudditii Pakistan 🇵🇰 Islamabad kessati waliti dhufuun akka Mari'achuuf adeemantu himamaa jira, ajjanddaan Marii Lola Jiddu gala bahaa kessati babal'achaa jiru akka Itti booda Aanuu Jiraatufi, Lola Iran 🇮🇷 kana Booda Motumoota waliti dhufan kaneen kessa Motummaa Iran-ti Aansuuf Amerikafi Isr Ablee itti Qarachaa jiran Eenyu akka tahuu dandessuu, Motummoota waliti dhufuun mari'achaa jiran kaneen kessa Motummoota lama Qofaatu Nyaadhamuuf karoora MM isr Benjamin Nathenyahutifi Amerika kessa jira jedhame; Isaniis Pakistan 🇵🇰 fi Turkey 🇹🇷 Biyyoota hafan Ablee itti kennuun mataa Offiraa guura Yoo jedhaman kaneen ajaja fudhachuun mataa Offiraa guuran waan tahaniif, kanafuu Isaan ballessuuf hin yaada'an, kaneen maqaan isanii Qeeyrraa Isrfi Amerikan itti Motummoota Qalan Geefamuun dabaree eegacha jiran Turkey 🇹🇷 Pakistan 🇵🇰 garuu eenyu akka dursuun Ableen itti bu’uu tessoo hin beekamu, Akka Karoora Amerikatifi Isr m-ti hatahu garuu sana Gochuuf akkataa Lolli Iran irrati baname itti Xumuramuu jiratuutu Murtessa,
Gama kaaniin, Humnni Tikaa Amerika
🇺🇸 CIA-EEN Motummaan China 🇨🇳 lola jiddu gala bahaa kessati babal'achuun Yeroo dheeraa fudhachaa jiru kanati fayyadamuun Weerara Taiwan 🇹🇼 irrati fudhachuutu mala jechuun Yaaddoo qaban Ibsaa jiran, Russian Ukrain Rukkutaa waan jirtuuf, China-aan Yoo weerara Taiwan Irati bante, itti Aansuun Korean kaabaa Yoo Korea kibbaa weerarate, Amerika Iraniin feedagamaa jira, Eenyuuf Dirmatee Eenyu dhiisa kan jedhu Yaaddoon Jiru jedhame,
Gama kaaniin, Gazexxaan france 🇫🇷 kessa bahu kan Le Parisien jedhamu akka Maxxanseti Polisooni Frence Weerara wantoota Dhoo'icha Uuman kan Bank Of America 🇺🇸 tan magalaa paris Gandda Saddetaffaa jedhamu kessati argamtu Irrati Xiyyeefachuun kessa kaa'amuuf Yaali godhame fashalsuun Yakkama isaa Yakka Raawachuuf Tattaaffii irra jiru toohatanii jiraachu himan, itti dabaluun Yakkamaan Gareen ergate Snapchat-iin qunnamuun Euro 600 siif kennina Achi kessa kaa'ii naan jedhan jechuun akka dubbate himan,
Gama kaaniin, MM UK 🇬🇧 Mr Keir Starmer Gazexesitoonni Prisdentiin Amerika Trump Yeroo Si- Xiqqessu Si-Arrabsu Argina Akkasuma kun kan Xiqqeessa Nam tokkee osoo hin taane.Umnata UK bikka buuta Waan taheef Biyyatii guutu Xiqqeessa Arrabsaa jira waan taheef akkamiti ilaalta waan jedhamu gaafatame ture? Akkana Jechuun Deebise Prisdentiin Amerika Trump kan kana godhuu Yaadeef Akkaan Ejjannoo kiyya jijjiruun Lola Iran irrati Gaggessa jiraniti dabalamuufi jedhe, kana ammoo Ani Yeroo hunddaa kaniin irrati hojjadhu Dhiibbaa Humnnoota Alaa osoo hin tahin Dantaan biyya tiyyaa ummata kiyyaa waan kessa jirtu irratiin hojjadha Jedlhe, itti dabaluun Amerikan Biyya irra Of Kaa'ani miti kan jedhe Mr Keir Starmer Amma booda Gama hunddaan Of danda'u irrati hojjachuu akka qaban dubbate,
Gama kaaniin, Biyyoota Rabbiin qabeenya itti kenne garuu Sanmuu ittiin dhimma bahaniin dhoowwate Biyyoonni Arabaa UAE 🇦🇪 Qatar 🇶🇦 Saudi Arabia 🇸🇦 Kuwait 🇰🇼 Ukrain offiifu feedaggamu jirtu tan gargaarsa Amerikatif Europe 🇪🇺 tiin dhidhiiitachaa jirtuutu Iran 🇮🇷 nurraa ittisa jechuun Waligaltee Ittisa waliin Seenuun Zelensky-iin iddoo itti bashananu argachuun kaneen Sabbata Irraa hiikatu argatee jira, jechuun Xiinxaltoonni Adunyaa tajjabaa jiran, kun Salphina nuguusonni Arabaa kessati kufanii jiraniidha jedhame,
Akkuma taatetuu dubbiin Jajjabduudha, Amerikan dhiiga Fixachaa jira, waraanni Amerika Seena isaa kessati akkannati waxalamanii hin beekan jedhame, Yoo hatatamaan Lolli kun hin dhaabbane isr badiinsa qarqara jirti jedhame, Amerikan harkka kennuu diddaa dhidhiitata jira malee kisaraan irra geesse jirtu Xiqoomi jedhame, Iran mataan ishee Halellaan Xiqqoon irrati ademaa hin jirtu garuu Mudhii jabbefatee miidha iran gahan tan madaaltu ykn Caaltu deebisaa jirti, Hatahuu garuu Harri kun naatoo hin qaban Yoo akka hamaati laalessan Nuclear fayyadamuuf kaneen irraa deebi'ani miti jechuun Motummaan Iran 🇮🇷 waa hedduu duubati hambbifataa jirti, Gaafa dubbiin daanggaa dabarte garuu Iran duuba hafee kan jiraatu hin jiru jechuun dhaadachaa Jirti, Misa'iloota hin fayyadamin kaneen miidhaan isanii Nuclear gad hin taane Harkka qabdi, akka itti booda Aanu jiraatu kan walinuu Hordofnu taha,
Injjifannoon tan Motummaa Oromooti!
Warra Injjifannoon Tan motummaa Oromooti jechuun isaan gubdu ammoo they have to double Check-up their DNA
Hundafuu Yoo Rabbii biraa hayyamame waliin jira waliin imala qalama dhugaa by
Sochiin diinaa jabaachuun darana akka riphee lolaan of hin daganne tolcha. Duulli gama lameenuu darana nu jabeessaa jira jechumaaf!💪😁
Dhugan jirtu tana
Abiy gaafa muddame cufa jaarsummaa ergata. Koree furmaataa ijaara. Gaafa haara galfte ammoo yaalii eegalchiise dhaabsisa. Kan ijaarame diiga. Waggoota jahan dabre qoosaa akkanaa meeqaantam agarre. Amma ifanne. Hanjamaan Abiy dhuma hin qabu. Garuu ummanni dhume. Biyti diigamte. Osoo Abiy angorra jiruu qoosaa malee nagaafi araarri waaraa hin yaadamu. Qoosaa dhiisaa waan fakkaatuun gadi bayaa!!
Dirreen Dhawaa dhuguma gurguramtee? kanarratti deebi’i K. Kantibaan magaalattii obbo Kadir Juhar maaliidha kunooti itti dhihaadhaa 🙏🏻🤞🏻 godha waliif
hanga dhumaa dhaggeeffadhaa Waliifis qoodaa
05/02/2025
"Dirree Dhaawaan magaalota Oromiyaa keessaa tokko yoo taatu bara bulchiinsa Mallas Zeenawwi Akkuma Finfinneetti Magaalaa federaalaan bultu godhamte ammallee akkasuma Har'ammoo abbaa bitee beekuu baannus gurguramtee dhageenyee Dirreen, Kana keessattis moormiin uummataa akka jiru dhaga'ame ajandaa bilstiginnaan darbatteen Gaaffiin qeenxee ta'e kan Dirree Dhaawaa gaafachuu qofa akka ta'uuf bixxilame, Xiqqoo turamee TV mootummaan hojii maafiyummaa qabu dursee qindeeffate gaaffii uummataa dhageenyee jedhee ibsa baasa gowwaan keenyas harka rukutee sirbaa gala!
Dhugaa Oromoon beekuu qabu garuu gaaffii gandaan chirichaaroo gaafannu otuu hin taane, Hundeen Gaaffiin ABO-WBO Oromoof Oromiyaa cufa waan taheef deebiin achiin waan barbaadu argachuuf Waraana isaa tumsee bira dhaabbachuu qaba WBO kee jabeessii yaa sabaa Falli jiru Kanumaa.💯👌