Doctor Gemechis

Call Directions Website

Doctor Gemechis Dr. Gamachis
Dhukkuboota garagaraa wajjiin walqabatee qooricha fayyadamuufis ta'ee gorsaafi gargaarsa garagaraa argachuuf nuuf bilbilaa

Dr.Abdisaa irraa oduun gaari isiniif dhiyaate jira!Baga gamaddanโ˜Ž๏ธ..0948024013=Yeroo walqunnamtii gootan qaamni walhorma...
09/03/2025

Dr.Abdisaa irraa oduun gaari isiniif dhiyaate jira!
Baga gamaddan
โ˜Ž๏ธ..0948024013
=Yeroo walqunnamtii gootan qaamni walhormaataa keessan laafee ykn ariitiin fixachuu fi qaamni walhormaataa keessan isiniif ka'uu didaa? Yookiin xiqqaadhaa??

Dabalataanisแฆ
1) qaamni keessan sirratee akka dhaabbatuuf
2) tishuun qaama keessanii cimee guddinni isaa akka dabaluuf
3) gogaan qaama keessan wal keessaa yaa'ee furdinni isaa akka dabaluuf furmaata nu biraa argattu
DAMEEWWAN KEENYA NAANNOLEE IRRATTIS NI ARGAMU:
โœ…SHAASHAMANNEE
โœ…JIMMAA
โœ…GONDER
โœ…DASSEE
โœ…DEBRA MAARQOOS
โœ…ADAAMAA
โœ…HAWAASAA
โœ…KOMBOLCHAA
โœ… ARBAA MIINCI
โœ…WOLAYITTAA SOODDOO
โœ… BISHOOTUU
โœ… HOSSAANAA
โœ…BOONGAA
โœ…BAHIR DAAR ZUURIYAA
โœ…DIRRE DHAWAA/HARAR
โœ… FINFINNEE
โœ…WOLDIYAA

Nuuf bilbilaa:โ˜Ž๏ธ..+251948024013
Oomisha sobaatiin akka hin gowwomfamne!!!!
๐Ÿ“ฌNaannoleetti poostaa ariifataadhaan ni ergina ๐Ÿ“ช๐Ÿ“ช

Oduu Gammachisaa๐ŸŒŸQorichii Rakkoo Qaama Saala Dhiirota Kan Sababa Dhibee Garagaraa kan Namoonnii keenya of irratti hin be...
09/03/2025

Oduu Gammachisaa๐ŸŒŸ
Qorichii Rakkoo Qaama Saala Dhiirota Kan Sababa Dhibee Garagaraa kan Namoonnii keenya of irratti hin beeyinen dhufaan furuu,akkasumas rakkolee qaamni wal hormaata dhiiraa wal qunamtii saala irratti qabu kammiyyuu furuu nubira jira waan ta'eef Lakkoofsa asin gaditti barrefame kana irratti bilbiluun nu argachuu dandessu isinin Jenna.
๐Ÿ“ฒ+251948024013
Big_discount_Price =2500_4000
Dhiirotaaf kennaa addaa
=Yeroo walqunnamtii gootan qaamni wal hormaataa keessan laafee ykn ariitiin fixachuu fi qaamni wal hormaataa keessan isiniif ka'uu didaa? Yookiin qaamni wal hormaataa keessan xiqqaadhaa
Birrii2500_4000 qofa
Fakkeeffamee kan hojjatameen akka hin gowwomfamne!!!!!!
Bilbilaa:0948024013
Hamma qaama wal hormaataa keessanii dabaluudhaaf akkasumas rakkoo dafanii fixachuu itti fufiinsaan hambisuudhaaf furmaanni nu biraa ni jira
Fayyaa keessan irratti dhiibbaa tokkollee kan hin qabne
Guutummaan guutuutti wantoota uumamaa irraa kan hojjatame
Yeroo walqunnamtii saalaa qaamni wal hormaataa keessan dafee ka'uu didee ykn daftanii fixattanii ykn daftanii dadhabduu ykn qaamni walhormaataa keessan lallaafee isin rakkisaa jiraa?
Dabalataanisแฆ
1) qaamni walhormaataa keessan sirratee akka dhaabbatuuf
2) tishuun qaama hormaataa keessanii cimee guddinni isaa akka dabaluuf
3) gogaan qaama hormaataa keessan wal keessaa yaa'ee furdinni isaa akka dabaluuf furmaata nubiraa argattu
DAMEEWWAN KEENYA NAANNOLEE IRRATTI:
โœ…BAHIRDAR
โœ…SHAASHAMANNEE
โœ…JIMMAA
โœ…GONDER
โœ…DASSEE
โœ…DEBRA MAARQOOS
โœ…ADAAMAA
โœ…HAWAASAA
โœ…KOMBOLCHAA
โœ… ARBAA MIINCI
โœ…WOLAYITTAA SOODDOO
โœ… BISHOOTUU
โœ… HOSSAANAA
โœ…BOONGAA
โœ…BAHIR DAAR ZUURIYAA
โœ…DIRRE DHAWAA/HARAR
โœ… FINFINNEE
โœ…WOLDIYAA
Asela
Harar
Nakamte
Yoon gara magaalota kanneenii Dhuftanii Nuf bilbiltan bakka jirtanitti bilisaan isiniif dhi'eessina
Nuuf bilbilaa:0948024013
Oomisha sobaatiin akka hin gowwomfamne!!!!
๐Ÿ“ฌNaannoleetti poostaa ariifataadhaan ni ergina ๐Ÿ“ช๐Ÿ“ช

Baga gamaddan oduun gaari isiniif dhiyaate jira!Baga gamaddanโ˜Ž๏ธ0962786262=Yeroo walqunnamtii gootan qaamni wal hormaataa...
18/01/2025

Baga gamaddan oduun gaari isiniif dhiyaate jira!
Baga gamaddan
โ˜Ž๏ธ0962786262
=Yeroo walqunnamtii gootan qaamni wal hormaataa keessan laafee ykn ariitiin fixachuu fi qaamni walhormaataa keessan isiniif ka'uu didaa? Yookiin xiqqaadhaa??

Dabalataanisแฆ
1) qaamni keessan sirratee akka dhaabbatuuf
2) tishuun qaama keessanii cimee guddinni isaa akka dabaluuf
3) gogaan qaama wal hormaataa keessan wal keessaa yaa'ee furdinni isaa akka dabaluuf furmaata nu biraa argattu
DAMEEWWAN KEENYA NAANNOLEE IRRATTIS NI ARGAMU:
โœ…SHAASHAMANNEE
โœ…JIMMAA
โœ…GONDER
โœ…DASSEE
โœ…DEBRA MAARQOOS
โœ…ADAAMAA
โœ…HAWAASAA
โœ…KOMBOLCHAA
โœ… ARBAA MIINCI
โœ…WOLAYITTAA SOODDOO
โœ… BISHOOTUU
โœ… HOSSAANAA
โœ…BOONGAA
โœ…BAHIR DAAR ZUURIYAA
โœ…DIRRE DHAWAA/HARAR
โœ… FINFINNEE
โœ…WOLDIYAA

Nuuf bilbilaa:..+2519962786262
Oomisha sobaatiin akka hin gowwomfamne!!!!
Naannoleetti poostaa ariifataadhaan ni ergina

BARA NUTI KEESSA JIRRUBara fokkistuun super model taateBara ulfi otuun hin dahiin suura kaateBara wallaalan beeka caaluB...
01/01/2023

BARA NUTI KEESSA JIRRU

Bara fokkistuun super model taate
Bara ulfi otuun hin dahiin suura kaate
Bara wallaalan beeka caalu
Bara dhibamaan fayyaa yaalu

Bara sooreessi liqeefatu
Bara hiyyeessi qufee deefatu
Bara gowwaan abshaalome
Bara abshaalli doofome

Bara daam'imni eebbisuu
Bara manguddoon weeddisu
Bara jaartiin heerumaaf naqataamtu
Bara jaarsii fuudhaaf kadhaatamu

Bara gabaaban dheerate
Bara dheeraan gabaabate
Bara qocaan guluufu
Bara fardi gugguufu

Bara leenci gadoodu
Bara jaldeessi baroodu
Bara sangaan dorroobu
Bara sa'aan kormoomu

Bara intaalli haadha qixxaatte
Bara ilmi abbaasaa qixxaate
Bara safuun dhibame
Bara ulfinni saamame

Bara doqni arjoome
Bara arji doqnoome
Bara dubaartiin fuutu
Bara dhiirri heerumu

Bara qaramaan muree
Bara dooman waraanu
Bara duudan dhagaa'e
Bara jaaman ilaalu !

Wal darbaadha hundisaa
Waa'ee baraa yoo himnu
Ajaab! Nu jechisiisaam
Bara nuti keessa jirru!
๐Ÿ‘‰ SA MU EL

 # Hin  # SeneeHin senee tasuumaaAkkan kufee cabuuWadaan haqaan se,amAnoo shakkii qabuuAkkaa kayyoon kiyyaaHarraa galmaa...
01/01/2023

# Hin # Senee
Hin senee tasuumaa
Akkan kufee cabuu
Wadaan haqaan se,am
Anoo shakkii qabuu
Akkaa kayyoon kiyyaa
Harraa galmaa dhabuu
Irbuuf wadaan qabaa
Ofittaan si anse
Ofirraan si jallee
Galmaa kayyoo kotii
Sifaan dursee banee
Gorsii namaa hundaa
Kino harraa naf galee
Dhugaan sttii of ladhee
Wadaa seenne qabnaa
Irbuu kee ilalee
Akkaa shiraa xaxxuuf
Bollaa ati naf qottuu
Ano yomaan baree
Senaa nattii tatee
Hundumaa dursiitee
Ani dadhabbillee
Atu ni obsitee
Sin dhoksuu nan jettee
Garaa na dhoksitee
Sin obsuus nan jettee
Numaa na obsitee
Akkas Yoo na jettuu
Nattii fakkessitee
Jalalaa sobatiin
Bayyumaa na mitee
Imanaa nyatanii
Wadaa Nama diguun
Garuu barbachisuum
Sirraa gargar ba,uun
Nas nan gammachisuu
Gochaa ketii kinoo
Kan na hirarsisuu
Fallii jiruu jaranaa
Danda,erraa obsuu
Dirmammuu jalalaa
Nattii maxxansitee
Gafaa gidduu gessuu
Na gattee dheessiitee
Kan biraa argannan
Ato ittii obsitee
Karorrii kee malii
Mee mal murtteessitee
Jalalaa sobatiin
Onnee na koo mitee
Si kadhannaan diddee
Tulluurraan qaritee
Dhibee koo agarttee
Na dhowwattee dawwaa
Sif jedheen midhamee
Malaan sittii himaa
Gaffii koo jalaalaaf
Debii dhiyyessiitee
Anaan iyyeessa goote
qoqqoobii nati goote
Ano kan birraa barree
Ato isatii obsitee
Maf sittii hadhessaan
Senaa koo mi,awwaa
Gotee jirenyaa koo
Jirenyaa hadha,awwaa
Innii kiyyaaf ketii
Maliif akkaas ta,ee
Hinumaan jiradhaa
Sirraas garagar ba,ee
Wan gariis gadheen
Maqaa kee hin dha,uu
Obseen waqaa egaa
Hangaa guyyaan ga,uu
๐Ÿ’”
Wa,e kee dadhabeem
Onnee koo simachuu
Kessii koos ni dhabeem
Gongumaa gammachuu
Gamadee hin jiratuu
Kan garaan Bora,ee
Nan jiradhaa hin senee
Sirraa gargaar ba,ee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Yadaan qofaa tanee
Qalbiidhaan raraa,ee
Yoon duraa of bekuu
Sin obsuu danda,ee
Gamadee jiratuu
Namnii biyyaa ba,ee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Boqqadhaa gaf-tokkoo
Galmaa kayyoo ga,ee
Ani hin barbaduu
Fedhiin si gaggeessee
Sifaan du,aa jette
nattii fafakkeessite
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Mee narraa faggadhuu
Hafii Yoo dhaggeessee
Anaan maltu galchee
Lafaa fetee ga,ii
Anaf Yoo jeette moo
Badii biyyaa ba,ii
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Gaddaa kee dadhabee
Biyyaa irraa godanee
Imalaa kayyoo koos
Sumaaf jedhen kufee
Si obsuu dadhabee
Debi,eettaan dhufee
Bidiruu jalaalaa koof
Donii kotuu kufee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Amalas tolte aalas bareedde
lubbuun teenya adda tatuus
yadaaf jireenyi keenya tokko
jette hasa'uu sobaatin
Onnee koo na gubde
hiree kootti taphattee
gadaaf na keennite
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Balbalaa jalalaa sobaa
Dhugaan natti cuftee
Ani harraa mitii
Qataan gad-si tufee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Kiyyaa wadaan hafee
Abbaa qarshii jalattee
Garuu wanttaan jedheen
Ati na hubbattee
Yoo na sobuu Fetuu
Na duraa dhabbattee
Isaa bukkee demtee
Anan na dhokkattee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Qubbeellaa koo battaa
Fayidaadhaaf jettee
Ati bektaa garuu
Bayyee dogogorttee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Wadaa kiyyaa digddee
Mee nattii dhiyyadhuu
Jiradhuu lafaa fetee
Anarraa faggadhuu
Amarraa jalqabee
Ani sin milladhuu
Si millaachuu dhabuu
Kan koo kanan gadduu
Guyyaa tokkoo batii
Dhugaani hin baddu
Ergaa addaan banee
Nagadhaan jiradhuu
Basee qubbeellaa kees
Atis koo baafadhu
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Wan gadhees
hin yaduu Garaa koo
kuttadhee Dhibbimmaan dhibbaattii
Shiraa kees gubbadhee
Jalaalaa dhugaa koo
gaddatti jijjirtee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Carraa hedduun qabaa
Jedheen of hubbadhee
Badii kiyyaa baruuf
Barbadeetaan dhabee
Fayyaaf nagaa ta,ii
Walittii hin debiinuu
Dhagaa gargaar cabee
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# Garaa madaan๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# onnee madaan๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# qalbii cabaan๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# Imimanniin ๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# gaddaaf ๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# Dhukkubbii ๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# sammuun ๐Ÿ’”๐Ÿ’”
# Goddannisaan kan barreefaamee

Dhiiga qulqullootaaDhiiga uummata nagaaDacheerra lolaastan Akka bishaan lagaaโ€ฆDhalataa ol adeemaaKan bor biyya dhaaluLaf...
14/11/2022

Dhiiga qulqullootaa
Dhiiga uummata nagaa
Dacheerra lolaastan
Akka bishaan lagaaโ€ฆ

Dhalataa ol adeemaa
Kan bor biyya dhaalu
Lafeen faffacaanaan ollaafi firri yaaโ€™ee
Dhabe waan awwaalu!

Harka isin nyaachise
Biyyoo nyaachiftani
Gadameessa isin baate
Gadda baachiftani!

Gatiin dhiiga nagaa
Dirree gubbaa iyyu
Ni hafa hin seโ€™iinaa
Hin hafu yoomiyyuuโ€ฆ

Lubbuu cicciramtee
Dabaan boolla galtu
Lafarrattis, Waaqarrattis
Inuma kaffaltu!

Akkamiin siif ibsuuJaalala na keessaaHalkan nan raffisuGuyyaa na joonjessaGanama haaraadhaGalgalas nii dhufaYoon waa'eek...
11/11/2022

Akkamiin siif ibsuu
Jaalala na keessaa
Halkan nan raffisu
Guyyaa na joonjessa
Ganama haaraadha
Galgalas nii dhufa
Yoon waa'eekee yaadu
Junuunfadheen kufa

Jaalalleekoo giifti
Siif dhabeera fayyaa
Irriba dhiiseera
Maaluma naaf wayyaa?
Si malee hin barbaadu
Jedhee kakadheera
Nyaataaf dhugaatiikoo
Hunda dagadheera

Agabuun tiradha
Silaa maras dhiisee
Garaa na hoossisa
Halkan gaafan ciise.
Maal jetta jaalalle
Anoo siif gaggabee
Ammayyuu nan boo'a
Adeemuu dadhabee

Kan biraan yoo hafe
Anoo gaaga'amee
Miidhamnikoo danuu
Utuu lakka'aamee
Miillikoo naafatee
Garaachikoo qooree
Fuullikoo shuntuuree
Ijnis natti kooree

Ati garuu bilille
Kan hin yaadne lubbuu
Rabbii sirra hin kaa'in
Hojii hamaaf cubbuu
Jaalalakeef du'ee
Yoon dhabeeyyuu faacha
Sitti ha ilaalamu
Cubbuumti garaachaa.!

06/11/2022
แ‰ฐแ‹ˆแ‹ณแŒ แ‹ตแˆแŒปแ‹Š แ‹จแŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ถแŠญแ‰ฐแˆญ แŠ แˆŠ แ‰ขแˆซ แŠจแ‹šแˆ… แ‹“แˆˆแˆ แ‰ แˆžแ‰ต แ‰ฐแˆˆแ‹จ*************************แ‹ตแˆแŒปแ‹Š แŠ แˆŠ แ‰ขแˆซ แ‰ แŠ แ‹ณแˆ› แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แˆ†แˆตแ’แ‰ณแˆ แ‰ แˆ…แŠญแˆแŠ“ แˆฒแˆจแ‹ณ แ‹จแ‰†แ‹จ แˆฒแˆ†แŠ• แ‹›แˆฌ แˆแˆฝแ‰ต แŠจ...
06/11/2022

แ‰ฐแ‹ˆแ‹ณแŒ แ‹ตแˆแŒปแ‹Š แ‹จแŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ถแŠญแ‰ฐแˆญ แŠ แˆŠ แ‰ขแˆซ แŠจแ‹šแˆ… แ‹“แˆˆแˆ แ‰ แˆžแ‰ต แ‰ฐแˆˆแ‹จ
*************************

แ‹ตแˆแŒปแ‹Š แŠ แˆŠ แ‰ขแˆซ แ‰ แŠ แ‹ณแˆ› แŠ แŒ แ‰ƒแˆ‹แ‹ญ แˆ†แˆตแ’แ‰ณแˆ แ‰ แˆ…แŠญแˆแŠ“ แˆฒแˆจแ‹ณ แ‹จแ‰†แ‹จ แˆฒแˆ†แŠ• แ‹›แˆฌ แˆแˆฝแ‰ต แŠจแ‹šแˆ… แ‹“แˆˆแˆ แ‰ แˆžแ‰ต แˆ˜แˆˆแ‹จแ‰ฑแŠ• แŠจแŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แŠฎแˆ™แŠ’แŠฌแˆฝแŠ• แ‰ขแˆฎ แ‹ซแŒˆแŠ˜แАแ‹ แˆ˜แˆจแŒƒ แ‹ซแˆ˜แˆˆแŠญแ‰ณแˆแข

แˆแˆ‰แˆ แˆˆแ‰ แŒŽ แАแ‹!แˆแŒฃแˆช แ‰ แАแŒˆแˆฎแ‰ฝ แ‰ แˆแŠ”แ‰ณแ‹Žแ‰ฝ แАแ‹ แ‹จแˆšแŠ“แŒˆแˆญแˆ…แค แ‰ แŒ†แˆฎแˆ… แˆ˜แŒฅแ‰ถ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แ‹ตแˆญแŒ แŠ แ‹ญแˆแˆ…แˆแค แ‰ แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแ‹จแˆ†แА แ‹ซแˆˆแ‹ แАแŒˆแˆญ แ‰ แˆ™แˆ‰ แˆˆแˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แАแ‹แข
05/11/2022

แˆแˆ‰แˆ แˆˆแ‰ แŒŽ แАแ‹!

แˆแŒฃแˆช แ‰ แАแŒˆแˆฎแ‰ฝ แ‰ แˆแŠ”แ‰ณแ‹Žแ‰ฝ แАแ‹ แ‹จแˆšแŠ“แŒˆแˆญแˆ…แค แ‰ แŒ†แˆฎแˆ… แˆ˜แŒฅแ‰ถ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ… แŠ แ‹ตแˆญแŒ แŠ แ‹ญแˆแˆ…แˆแค แ‰ แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแ‹จแˆ†แА แ‹ซแˆˆแ‹ แАแŒˆแˆญ แ‰ แˆ™แˆ‰ แˆˆแˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แАแ‹แข

Address

Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Doctor Gemechis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share