Maya City-Mayor's Office

Maya City-Mayor's Office Waajjira Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Maayaa
የማያ ከተማ አስተዳደር ከንቲባ ጽ/ቤት

28/09/2026
""Imaanaan ummataa kun, carraa Aangoo ittiin Bulchinu kan nuuf kennu qofa osoo hintaane, dirqama hoggansummaa jireenya i...
28/09/2026

""Imaanaan ummataa kun, carraa Aangoo ittiin Bulchinu kan nuuf kennu qofa osoo hintaane, dirqama hoggansummaa jireenya isaa bu’uura irraa jijjiiru kennuu kan nurraa barbaadudha."
Pireezidaantii Bulchiinsa MNO
kabaj.Obbo Shimallis Abdiisaa

28/02/2026
28/02/2026
25/02/2026
25/02/2026
25/02/2026
Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenyummaatti! Magaalaa Maayaatti Paartiin Badhaadhina Filannoo Marsaa 7ffaa Bara kana gaggeeff...
24/02/2026

Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenyummaatti!

Magaalaa Maayaatti Paartiin Badhaadhina Filannoo Marsaa 7ffaa Bara kana gaggeeffamuuf Sirna Manifeestoo isaa ibsaate.
Paartiin Badhaadhina filannoo Marsaa 6ffaa erga filamee as Bu'aawwaan gurguddaa Roga dinaagdee, Hawaasummaa fi Siyaasaan galmeessa turuun ni yaadatama Bara kanaas mallattoo Filaannoo isaa Nadee qamadii taasifachuun sirna Manifeestoo ifaatti labsateera.

Address

Maya

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maya City-Mayor's Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share