03/05/2024
Duguggurruu dhalootaa RMSEC.. GO ON.
HUNDAAF.. Dhaabanni Roobe Muslim Education Center (RMSEC) barattoota kutaa 12 ffa hundaa leenjii mata duree guyyoota hafan keessatti qormaata biyyoolessa bara kanaatiif akkamitti akka uf qopheessan irratti gaafa guyyaa boruu 26/08/2016tti sa'aatti 8 :00 irratti liybarary RMSEC TTI akka dhuftanii irraa fayyadamtan kabajaa guddaan isin beeysisfna.🙏
01/03/2024
Guyyoota torbaanii keessaa irra kabajamaan guyyaa guyyaa jum'aati. guyyaa kana keessa dagaalee toltuu heddutu jira. Rabbiin warra irraa milkaahu keessa nu haa oolchu.
26/01/2024
Ifa nuu galchi yaa rabbii
21/01/2024
Baga geettan baga isinin gahee
27/12/2022
Jireenyi AMAANAADHA kitaaba dubbii ijoo uf keessa qabu yeroo dhihootti ni eebbifama
29/09/2022
Halkan Edanaa halkan jum'aati,beeytu kaa isinuu waan dalaguun nurra jiraatu..
Nabiyyii kabajamaafi jaalataama ergamaa jinniifii insii gara laafaafi rahamata qabeessa nama iarratti salawaata buusuun shafaa'aa isaanii warra argatu rabbiin nu Haa godhu ALLAAHUMMASALLI ALAA MUHAAMMED,SALLALLAAHU ALEEYHI WASSALLEM